Get Mystery Box with random crypto!

Baatii guddicha Ramadaanaa sababeeffachuun baankiin keenya, ma | Cooperative Bank of Oromia

Baatii guddicha Ramadaanaa sababeeffachuun baankiin keenya, maamiltoota isaa Koopbaank Alhuudaatiif Hyatt Regency tti har’a sagantaa Ifxaaraa qopheesseera.
Sagantaa kanarratti Prezidaantiin BHGO, Obbo Darribee Asfaaw haasawaa taasisaniin, Koopbank Alhuudaan tajaajila baankii fedhii hawaasaa giddu gala godhatanirratti xiyyeeffachuun hojjechaa jiruun, milkaa’inoota gurguddaa hedduu gonfachuu eeranii, tajaajila kanas daran dhaqqabamaa taasisuuf sochii gama dijitaalawaatiin taasisaa jiruun tibbana Applikeeshinii KoopApp Alhuudaa ifoomsuusaa yaadachiisaniiru.

ባንካችን ታላቁን የረመዳን ወር ምክንያት በማድረግ ለኮፕባንክ አልሁዳ ደንበኞቹ በሃያት ሬጀንሲ ዛሬ የኢፍጣር ፕሮግራም አዘጋጅቷል።
በኘሮግራሙ ላይ የባንካችን ፕሬዝዳንት አቶ ደርቤ አስፋው፣ ኮፕ ባንክ አልሁዳ የማህበረሰቡን ፍላጎት ያማከለ የባንክ አገልግሎት በመስጠት በርካታ ትልልቅ ስኬቶችን ያስመዘገበ መሆኑን ገልጸው፣ እነዚህን አገልግሎቶች በይበልጥ ተደራሽ ለማድረግ በቅርቡ ኮፕ አፕ አልሁዳ ዲጂታል የባንክ አገልግሎት መተግበሪያ ይፋ ማድረጉን አስታውሰዋል።
#CoopbankAlhuda #RamadanIftar #Ethiopia