Get Mystery Box with random crypto!

Cooperative Bank of Oromia

የቴሌግራም ቻናል አርማ coopbankoromia — Cooperative Bank of Oromia C
የቴሌግራም ቻናል አርማ coopbankoromia — Cooperative Bank of Oromia
የሰርጥ አድራሻ: @coopbankoromia
ምድቦች: ኢኮኖሚክስ
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 73.10K
የሰርጥ መግለጫ

Coopbank is the fastest growing bank in Ethiopia with the highest number of customers from private banks. The bank has a vision of becoming the leading private bank in the country by the year 2025.

Ratings & Reviews

5.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

2

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

0


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 7

2024-01-16 12:26:59
“Hayyama daldalaa hin qabu, ..Liqii argachuu hin danda’uu…” hambifneerra.
Hojii daldalaa keessa ta’uun qofti, liqii Guyyaaf kaadhimamoo isin taasisa! Liqii Guyyaan, fedhii kaappitaalaa torbanii guuttachuun, karoora gama faaynaansiin qabdaniin milkaa’inatti ba’aa!

“ንግድ ፈቃድ የለኝም…ብድር አላግኝም” አይሠራም!
በንግድ እንቅስቃሴ ላይ በመሆንዎ ብቻ ለጉያ ብድር ዕጩ ነዎት፤ ይሞክሩት፤
በጉያ ብድር ሳምንታዊ የካፒታል ፍላጎትዎን አሟልተው በፋይናንስ ዕቅድዎ ወደስኬት ያምሩ።

#CoopbankMichu #UncollateralizedDigitalLending #FinancialSuccess
16.6K viewsedited  09:26
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-01-13 12:26:57
Waraqaa Eenyummaa Dijitaalaa Biyyoolessaaf galmooftanii?
Tajaajila kana dameewwan Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa armaan gaditti eeramanitti tolaan argachuu dandeessu!
1. Damee Qarsaa- Sangaa taraa, Koomers duuba
2. Damee Haylee Gabree- Qaallittii ‘Maaselxenyaa’ fuullee
3. Damee Jammoo- Jammoo 1
4. Damee Madaroo- Magganaanyaa Zafmesh Giraand Mool fuuldura
5. Damee Ayyar Xeenaa- Naannoo mana barumsaa Ayyar Xeenaa
6. Damee Maccaa fi Tuulamaa - Lidataa, Gamoo Alsaam calalaq irra
7. Damee Shaggar- Markaatoo Giddugala Gabaa Addis Abababaatti galmaa’uu dandeessu.

ለዲጂታል ብሄራዊ መታወቂያ ተመዝግበዋል?
አገልግሎቱን ከዚህ በታች በተዘረዘሩት የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ ቅርንጫፎች ማግኘት ይችላሉ፡-
1. ቀርሳ ቅርንጫፍ- ሰንጋ ተራ- ኮሜርስ ጀርባ
2. ኃይሌ ገብሬ ቅርንጫፍ- ቃሊቲ ማሰልጠኛ
3. ጀሞ ቅርንጫፍ- ጀሞ አንድ
4. መደሮ ቅርንጫፍ- መገናኛ ዘፍመሽ ግራንድ ሞል ፊትለፊት
5. አየር ጤና ቅርንጫፍ- አየር ጤና ትምህርት ቤት አካባቢ
6. ሸገር ቅርንጫፍ- መርካቶ አዲስ አበባ ገበያ ማዕከል
7. መጫና ቱለማ ቅርንጫፍ - ልደታ አልሳም ጨለለቅ ህንፃ
#Coopbank #NationalID #Ethiopia
16.3K views09:26
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-01-11 15:07:26
Fakkoowwan daa’imman keessan jaalataniin kan isaaniif qopheessine saanduqa qusannoo Gaammee (piigii Baankii) dameewwan isinitti dhihoo jiran irraa fuudhaafii!

ልጆችዎ በሚወዷቸው አሻንጉሊቶች ያዘጋጀንላቸውን ጋሜ የቁጠባ ሳጥኖች (ፒጊ ባንኮች) በአቅራቢያዎ ከሚገኙ ቅርንጫፎቻችን ይቀበሉላቸው!
#CoopbankGammeSavings #KidsPiggybankToys
14.9K views12:07
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-01-10 11:11:34
Kaffaltii tajaajila bishaanii raawwachuuf yeroo dhabuun har’a, boru jechuutti adabbiif saaxilamtanii? Kooppeey i-birriif galmaa’uu keessan mirkaneeffadhaa malee appilikeeshinicha irraa *841# bilbiluuni fi “kaffaltii tajaajilaa” kan jedhu filachuun, bakka barbaaddanii salphaatti kaffalachuu dandeessu.

የውሃ አገልግሎት ክፍያዎን ለመፈፀም ጊዜ አጥተው ዛሬ ነገ በማለት የመቀጫ ሰለባ ሆነዋል? የ ኮፔይ ኢ-ብር ተመዝጋቢ ይሁኑ አንጂ የትም ሆነው ከመተግበሪያው * 841# በመደወል እና ’የአገልግሎት ክፍያዎች’ የሚለውን በመምረጥ በቀላሉ መክፈል ይችላሉ።
#Coopbank #waterbillpayment
13.3K viewsedited  08:11
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-01-07 08:06:48
Hordoftoonni Amantaa Kiristaanaa Baga Ayyaana Dhaloota Iyyasuus Kiristoosiin Nagaan Isin Gahe!
Ayyaana Gaarii!

ለመላው የክርስትና እምነት ተከታዮች እንኳን ለኢየሱስ ክርስቶስ የልደት በዓል በሰላም አደረሳችሁ!
መልካም በዓል!
#Coopbank #MerryChristmas #SeasonsGreetings
14.0K viewsedited  05:06
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-01-05 11:54:10
Maallaqa baay’ina qabu baattanii, gabaa ayyaanaa keessa deemuun, hattoota waliin tapha antuutaa fi adurree taphachuun hafee jira. Tajaajilli baankii dijitaalawaa Kooppeey i-birri, gosa mobaayilaa hin filatu *841# bilbiluun kaffaltii raawwadhaa!
Salphaa, Mijataa fi Amanamaadha!

ዳጎስ ያለ ገንዘብ ይዘው የበዓል ገበያ ውስጥ ከሌቦች ጋር ፍጥጫ? ጠላትዎ?
በኮፔይ ኢ-ብር ዲጂታል የባንክ አገልግሎት የሞባይል ዓይነት ሳይመርጡ ቢያሻዎ *841# በመደወል አለያ ኢንተርኔት በመጠቀም ክፍያዎን ይፈፅሙ፡፡
ቀላል፣ ምቹ እና አስተማማኝ!

#CoopbankCoopayebirr #SimpleConvenientSecured
16.1K views08:54
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-01-04 16:13:51
Kabajamtoota Maamiltoota keenya!
Komii kenna tajaajila keenyaarratti qabdan kamiifuu, lakk. Bilbilaa +251116162711 ykn +251994446070, akkasumas yaadaafi gaaffii qabdan karaa marsariitii baankii www.coopbankoromia.com.et fi Wiirtuu odeeffannoo 609, LSP. 16936 ykn Waajjira Muummee keenya, Finfinnee, daandii Afriikaa naannoo maqa Imbaasii Ruwaandaa gamoo RANG darbii 10ffaa qaamaan argamuun dhiyeeffachuu ni dandeessu!

ክቡራን ደንበኞቻችን!
የአገልግሎት አሰጣጣችን ላይ ማንኛውም ቅሬታ ካሉዎት በስልክ ቁጥር +251116162711 ወይም +251994446070, አስተያየትና ጥያቄ በዌብሳይታችን www.coopbankoromia.com.et ፤ በጥሪ ማዕከላችን 609 እና በፖሳቁ 16936 ወይም ዋና መሥሪያ ቤታችን ፊንፊኔ፤ አፍሪካ ጎዳና ሩዋንዳ ኤምባሲ መገንጠያ አከባቢ፤ RANG ህንፃ፤ 10ኛ ፎቅ በአካል ማቅረብ የምትችሉ መሆኑን በአክብሮት እንገልጻለን፡፡
#Coopbank #Customercomplaints
16.4K viewsedited  13:13
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-01-03 17:37:43
Kennaa aayyanaa maallaqni isniif ergamee?
Kennaa jaalalaa ayyaana waggaaf maallaqa maatiin ykn hiriyaan biyyalaarraa isniif ergan dameewwan baankii keessan, Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaarraa fudhadhaa!

ለዓውደ ዓመት ገንዘብ ተልኮልዎታል?
ወዳጅ ዘመዶችዎ ለፍቅራቸው መግለጫ ለዓውደ ዓመት ከውጭ አገር ለበዓል ስጦታ የተላከልዎትን ገንዘብ ከኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ ቅርንጫፎቻችን ይቀበሉ!

#CoopbankRemmitance #HolidayBlessings #CoopBankJoy
13.2K viewsedited  14:37
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-01-01 11:27:15
Wishing you a year ahead filled with endless opportunities, fruitful encounters, and remarkable moments!
#Coopbank #FruitfulEncounters
#HappyNewYear
16.1K views08:27
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-12-30 12:51:39
Maatiin keessan biyya alaatii maallaqa wayita isiniif ergan Karaa koodii Siwiftii Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa CBORETAA taasisaa, dameelee keenya 738 iin fuula ifaan isin simannee si’aa'inaan isin keessummeessuun kennaa keessan isin biraan geenya.

ቤተሰቦችዎ ከውጭ ሀገር ገንዘብ ሲልኩልዎ በኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ ስዊፍት ኮድ CBORETAA በኩል እንዲሆን ያድርጉ፤ በ738 ቅርንጫፎቻችን በምቹ ሁኔታ ተቀብለንዎ ስጦታዎን በአክብሮት ከእጅዎ እናደርሳለን!

#Coopbank #GlobalBankingRemittance #SwiftTransfers
14.5K views09:51
ክፈት / አስተያየት ይስጡ