Get Mystery Box with random crypto!

Kaffaltii tajaajila bishaanii raawwachuuf yeroo dhabuun har’a, | Cooperative Bank of Oromia

Kaffaltii tajaajila bishaanii raawwachuuf yeroo dhabuun har’a, boru jechuutti adabbiif saaxilamtanii? Kooppeey i-birriif galmaa’uu keessan mirkaneeffadhaa malee appilikeeshinicha irraa *841# bilbiluuni fi “kaffaltii tajaajilaa” kan jedhu filachuun, bakka barbaaddanii salphaatti kaffalachuu dandeessu.

የውሃ አገልግሎት ክፍያዎን ለመፈፀም ጊዜ አጥተው ዛሬ ነገ በማለት የመቀጫ ሰለባ ሆነዋል? የ ኮፔይ ኢ-ብር ተመዝጋቢ ይሁኑ አንጂ የትም ሆነው ከመተግበሪያው * 841# በመደወል እና ’የአገልግሎት ክፍያዎች’ የሚለውን በመምረጥ በቀላሉ መክፈል ይችላሉ።
#Coopbank #waterbillpayment