Get Mystery Box with random crypto!

Cooperative Bank of Oromia

የቴሌግራም ቻናል አርማ coopbankoromia — Cooperative Bank of Oromia C
የቴሌግራም ቻናል አርማ coopbankoromia — Cooperative Bank of Oromia
የሰርጥ አድራሻ: @coopbankoromia
ምድቦች: ኢኮኖሚክስ
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 73.10K
የሰርጥ መግለጫ

Coopbank is the fastest growing bank in Ethiopia with the highest number of customers from private banks. The bank has a vision of becoming the leading private bank in the country by the year 2025.

Ratings & Reviews

5.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

2

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

0


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 6

2024-02-05 18:36:48
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa milkaa’ina Waldaalee Hojii Gamtaaf deggarsa Ejensiin Babal’ina Waldaalee Hojii Gamtaa Oromiyaa taasisaa jiruuf beekamtii kennuu fi hariiroo hojii Ejensicha faana qabu daran cimsuuf konkolaattota ammayyaa lama kenneera.
Sirna wal-harkaa fuudhiinsa konkolaattota kanarratti, Pirezidaantiin BHGO Obbo Darribee Asfaawu haasawaa taasisaniin, Ejensichi galma waloo milkaa’ina Waldaaleef taasisaa jiru daran cimsee akka itti fufu gaafataniiru.
Hogganaan EBWHGO Obbo Jamaal Kadir gamasaaniitiin, deeggarsa Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa taasiseef galateeffatanii, gumaachi kun hojii Ejensichi, Waldaalee hojii Gamtaa naannoo Oromiyaatiif hojjechaa jiru kan deeggaruu fi hariiroo hojii Baankicha faana qabu daran cimsee kan itti fufsiisuudha jedhan.

የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ ከምስረታው ጀምሮ ከፍተኛ ሚና ለነበረው እና ለኅብረት ሥራ ማኅበራት ስኬት ያላሰለሰ አስተዋጽኦ እያደረገ ለሚገኘው የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ማስፋፍያ ኤጀንሲ ዕውቅና ለመስጠት እና ከባንኩ ጋር ያለውን ግንኙነት በይበልጥ ለማጠናከር ሁለት ዘመናዊ ተሽከርካሪዎችን በስጦታ አበርክቷል።
#Coopbank #CommunityCommitment
12.8K views15:36
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-02-02 12:19:49
Koopbaank Alhudaan keessummoota Al-Rahmaan bara kanaan, Imala hajjii keessan itti maqbuula isiiniif ta'u hawwaa, kaffaltii imala Hajjii keessaniif barbaachisu gamanumaan karaa baankii keessan, Koopbaank Alhudaatti akka raawwattan isin affeerra!

ኮፕ ባንክ አልሁዳ የዘንድሮ የአል-ራህማን እንግዳ ከሆኑ፡ ሀጅዎ መቅቡል የሚሆንበት ጉዞ እንዲሆንሎዎ ምኞቱን እየገለፀ፡ ለሀጅ ጉዞዎ በባንክዎ ኮፕ ባንክ አልሁዳ ክፍያዎን እንዲያከናውኑ ይጋብዞታል።

#CoopbankAlhuda #HajjpilgrimageConvenience
#BlessedJumma
14.2K viewsedited  09:19
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-02-01 12:17:56
Biyya hambaatii tajaajila baankiif biyya galuufii? Gonkumaa!
Qaamaan miti, marsariitiin, nutuu dhufne, bakka jirtan!

ለባንክ አገልግሎት ወደ ሀገር ቤት? ምን በወጣዎት!
በአካልም ባይሆን በዌብሳይት እኛው መተናል ካሉበት!
https://diasporabanking.coopbankoromiasc.com
#Coopbank #Diasporawebsite #CoopGlobalAccess
14.4K viewsedited  09:17
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-01-30 15:22:53
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa marsariitii tekinoloojii AI (artificial intelligence) deggaramuun pilaatfoormii diyaaspooraan tajaajila baankii biyyasaaniitti fayyadamuu isaan dandeessisu bakka qooda fudhattoonni garagaraa argamanitti har’a ifoomsuun hojii eegalchiiseera.

የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ ፣ አርቲፊሻል ኢንቴሊጀንስ ቻትቦት በመጠቀም የዲያስፖራው ማህበረሰብ ባሉበት ሆነው በሀገራቸው የሚፈልጉትን የባንክ አገልግሎት ማግኘት የሚያስችል የዲያስፖራ የባንክ አገልገሎት ድረ-ገጽ ፕላትፎርም በዛሬው ቀን የተለያዩ ባለድርሻ አካላት በተገኙበት ይፋ አድርጓል።
የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ የዲያስፖራ ባንክ ድረ-ገጽ ለማግኘት
https://diasporabanking.coopbankoromiasc.com
13.3K views12:22
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-01-27 14:18:01
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa, Itiyoopost waliin bakka bu’ummaa olaanaan waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteesse
Waliigalteen kun baankichi, karaa dameelee ItiyooPoost 700 ol ta’aniin tajaajila faaynaansii bakka bu’ummaa kennuu kan dandeessisu yommuu ta’u, karoora faayinaansii hirmaachisaa fi dhaqabamaa baankichi qabu galmaan gahuuf shoora kan qabuudha.

የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ ከኢትዮፖስት ጋር በዋና ወኪልነት ለመስራት ስምምነት ተፈራረመ።
ስምምነቱ ባንኩን ከ700 በላይ በሚሆኑት የኢትዮፖስት ቅርንጫፎች አማካኝነት የውክልና የፋይናንስ አገልግሎት መስጠት የሚያስችል ሲሆን፤ የባንኩን አካታችነት እና የፋይናንስ ተደራሽነት ዕቅድ ስኬት አስተዋጽኦ ያደርጋል።
#Coopbank #EthioPostPartnership #Financial #FinancialInclusion
16.3K views11:18
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-01-26 16:08:13
Hawwii Hajjii dhaqxanii bayitii Rabbii ziyaaruuf qabdan dhugoomfachuuf, Herreegoota Qusannoo Labbayik Koopbaank Alhudaatti har’uma qusachuu eegaluun, niyyaa keessan guuttadhaa!
Coopbaank Alhudaa
Shariika Keessan Haqaa!

ሐጅ ሄዶ የአላህን በይት የመዘየር ህልምዎን እውን ለማድረግ
ዛሬውኑ በለበይክ ኮፕባንክ አልሁዳ ሂሳቦቻችን ቁጠባ በመጀመር፣ ኒያዎን ያሳኩ!
ኮፕባንክ አልሁዳ
እውነተኛ አጋርዎ! #CoopbankAlhuda #HajjSavingGoals
15.0K viewsedited  13:08
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-01-23 17:12:21
Waraqaa eenyummaa argachuuf galmooftanii?
Tajaajila kana dameewwan Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa armaan gaditti eeramanitti tolaan argachuu dandeessu!
1. Damee Qarsaa- Sangaa taraa, Koomers duuba
2. Damee Haylee Gabree- Qaallittii ‘Maaselxenyaa’ fuullee
3. Damee Jammoo- Jammoo 1
4. Damee Madaroo- Magganaanyaa Zafmesh Giraand Mool fuuldura
5. Damee Ayyar Xeenaa- Naannoo mana barumsaa Ayyar Xeenaa
6. Damee Maccaa fi Tuulamaa - Lidataa, Gamoo Alsaam calalaq irra
7. Damee Shaggar- Markaatoo Giddugala Gabaa Addis Abababaatti galmaa’uu dandeessu.
ለዲጂታል ብሄራዊ መታወቂያ ተመዝግበዋል?
አገልግሎቱን ከዚህ በታች በተዘረዘሩት የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ ቅርንጫፎች ማግኘት ይችላሉ፡-
1. ቀርሳ ቅርንጫፍ- ሰንጋ ተራ- ኮሜርስ ጀርባ
2. ኃይሌ ገብሬ ቅርንጫፍ- ቃሊቲ ማሰልጠኛ
3. ጀሞ ቅርንጫፍ- ጀሞ አንድ
4. መደሮ ቅርንጫፍ- መገናኛ ዘፍመሽ ግራንድ ሞል ፊትለፊት
5. አየር ጤና ቅርንጫፍ- አየር ጤና ትምህርት ቤት አካባቢ
6. ሸገር ቅርንጫፍ- መርካቶ አዲስ አበባ ገበያ ማዕከል
7. መጫና ቱለማ ቅርንጫፍ - ልደታ አልሳም ጨለለቅ ህንፃ
#Coopbank #NationalID #Ethiopia
16.5K viewsedited  14:12
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-01-22 10:53:40
Milkeessituu Jireenyaa kan taate, dubartii diinagdeen utubuuf Herreega Qusannoo Dubartootaa Siinqee!

ሕይወት አቅኚዎቹን ሴቶች በኢኮኖሚ የሚያጎለብት!
ሲንቄ የሴቶች የቁጠባ ሒሳብ

#CoopbankSINQE #WomensSavings #EconomicEmpowerment
14.1K views07:53
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-01-20 09:28:46
Baga Ayyaana Cuuphaaf nagaan isiniin gahe!
እንኳን ለጥምቀት በዓል በሰላም አደረሳችሁ!
#Coopbank #EthiopianEpiphanyCelebrations
14.4K views06:28
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-01-19 11:35:10
Baga Ayyaana Kataraaf nagaan isiniin gahe!
እንኳን ለከተራ በዓል በሰላም አደረሳችሁ!
#Coopbank #EthiopianHolidayCelebrations
16.1K views08:35
ክፈት / አስተያየት ይስጡ