Get Mystery Box with random crypto!

Hawwii Hajjii dhaqxanii bayitii Rabbii ziyaaruuf qabdan dhugoo | Cooperative Bank of Oromia

Hawwii Hajjii dhaqxanii bayitii Rabbii ziyaaruuf qabdan dhugoomfachuuf, Herreegoota Qusannoo Labbayik Koopbaank Alhudaatti har’uma qusachuu eegaluun, niyyaa keessan guuttadhaa!
Coopbaank Alhudaa
Shariika Keessan Haqaa!

ሐጅ ሄዶ የአላህን በይት የመዘየር ህልምዎን እውን ለማድረግ
ዛሬውኑ በለበይክ ኮፕባንክ አልሁዳ ሂሳቦቻችን ቁጠባ በመጀመር፣ ኒያዎን ያሳኩ!
ኮፕባንክ አልሁዳ
እውነተኛ አጋርዎ! #CoopbankAlhuda #HajjSavingGoals