Get Mystery Box with random crypto!

Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa, Itiyoopost waliin bakka bu’umm | Cooperative Bank of Oromia

Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa, Itiyoopost waliin bakka bu’ummaa olaanaan waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteesse
Waliigalteen kun baankichi, karaa dameelee ItiyooPoost 700 ol ta’aniin tajaajila faaynaansii bakka bu’ummaa kennuu kan dandeessisu yommuu ta’u, karoora faayinaansii hirmaachisaa fi dhaqabamaa baankichi qabu galmaan gahuuf shoora kan qabuudha.

የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ ከኢትዮፖስት ጋር በዋና ወኪልነት ለመስራት ስምምነት ተፈራረመ።
ስምምነቱ ባንኩን ከ700 በላይ በሚሆኑት የኢትዮፖስት ቅርንጫፎች አማካኝነት የውክልና የፋይናንስ አገልግሎት መስጠት የሚያስችል ሲሆን፤ የባንኩን አካታችነት እና የፋይናንስ ተደራሽነት ዕቅድ ስኬት አስተዋጽኦ ያደርጋል።
#Coopbank #EthioPostPartnership #Financial #FinancialInclusion