Get Mystery Box with random crypto!

Cooperative Bank of Oromia

የቴሌግራም ቻናል አርማ coopbankoromia — Cooperative Bank of Oromia C
የቴሌግራም ቻናል አርማ coopbankoromia — Cooperative Bank of Oromia
የሰርጥ አድራሻ: @coopbankoromia
ምድቦች: ኢኮኖሚክስ
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 73.06K
የሰርጥ መግለጫ

Coopbank is the fastest growing bank in Ethiopia with the highest number of customers from private banks. The bank has a vision of becoming the leading private bank in the country by the year 2025.

Ratings & Reviews

5.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

2

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

0


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች

2024-05-06 12:14:31
Maallaqa biyya alaatii siniif ergame karaa baankii keenyaan fudhadhaa!

#Coopbank #InternationalRemittances #Ethiopia
13.4K viewsedited  09:14
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-05-05 06:17:29
Baga Ayyaana Du'aa Ka'uu Iyyasuus Kiristoosiin nagaan isin gahe!
Ayyaana gammachuufi jaalalaan guutame akka isiniif ta'u hawwina
Ayyaana Gaarii!

እንኳን ለብርሃነ ትንሳኤው በሰላም አደረሳችሁ!
በፍቅርና በደስታ የተሞላ በዓል እንዲሆንላችሁ እንመኛለን!
መልካም በዓል!

#Coopbank #HappyEaster #Ethiopia
13.0K views03:17
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-05-04 10:39:40
Gabaa Ayyaanaa kanarratti, dhamaatii kan isin furu Kooppeey I-birriin nagadadhaa!

ለዚህ የበዓል ገበያ፣ ልፋት አቅላይ በሆነው ኮፔይ ኢ-ብር በቀላሉ ይገበያዩ!

#Coopbank #CoopayEbirr #HolidayShopping
13.0K views07:39
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-05-04 06:30:06
Guyyaan ayyaanaa jala ga’eera; gabaan ayyaanaas ho’ee jira; bittaa fi gurgurtaa keessan koopey Ii-birriitiin salphaatti raawwadhaa!
        
የበዓሉ ቀን ቀርቧል፣ የበዓል ገበያም ሞቅ ብሏል፣ ሸመታዎን በኮፔይ ኢ-ብር በቀላሉ ይፈጽሙ!
      
#Coopbank #CoopayEbirr #HolidayShopping
12.6K views03:30
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-05-03 06:00:09
Hordoftoonni amantaa kiristaanaa hundi,
Baga Ayyaana Yaadannoo Fannoo Iyyasuus Kiristoosiin nagaan isin ga'e!

ለመላ የክርስትና እምነት ተከታዮች
እንኳን ለስቅለት በዓል በሰላም አደረሳችሁ!

#Coopbank #GoodFriday #Ethiopia
12.8K viewsedited  03:00
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-05-02 20:22:39
Jilli Bulchaa Baankii Biyyaalessaa Itoophiyaa Kabajamoo Maammoo I. Mihiratuun durfamu Baankii Keenya Daawwate.

Jilli Bulchaa Baankii Biyyaalessaa Itoophiyaa Kabajamoo Maammoo I. Mihiratuun durfamu Waajjira Muummee ce’umsaa baankii keenya daawwachuun, kutannoo baankiin keenya kalaqa tekinoloojii baankiitiin qabuu fi kenna tajaajilaa keenya daawaataniru. Daawwannaan isaanii kunis giddugala qorannoo dijitaalaa keenya kanneen akka Dx Valley 1.0 dabalatee, wiirtuuwwan tajaajila Michuu, Dx Valley 2.0 (Giddugala Inkubeeshinii Kalaqaa) fi Damee Ismaartii baankii keenyaa fa'a kan hammateedha.



በኢትዮጵያ ብሔራዊ ባንክ ገዢ በክቡር አቶ ማሞ እ. ምህረቱ የሚመራ የልዑካን ቡድን ባንካቸንን ጎበኘ!

በኢትዮጵያ ብሔራዊ ባንክ ገዢ የተከበሩ አቶ ማሞ እ. ምህረቱ የሚመራ የልዑካን ቡድን የባንካችንን የሽግግር ዋና መሥሪያ ቤት በመጎብኘት፣ ባንካችን በባንክ ቴክኖሎጂ እና የአገልግሎት አሰጣችንን ጎብኝተዋል። ጉብኝታቸውም Dx ቫሊ 1.0ን ጨምሮ የዲጂታል የምርምር ማዕከሎቻችንን እንደ የምቹ አገልግሎት ማዕከል፣ Dx ቫሊ 2.0 (የፈጠራና ኢንኩቤሽን ማዕከል) እና የባንካችንን ስማርት ቅርንጫፍ ያጠቃልላል።

#Coopbank #NationalBankofEthiopia #TechAdvancement #Ethiopia
13.5K views17:22
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-04-25 19:10:11
Baankiin keenya ce’umsa gama dijitaalawaa fi kalaqa tajaajila dijitaalawaan milkaa’ina gonfachaa jiruun, ‘DIGIBANK 2024 Summit’ irratti “Itoophiyaatti Baankii dijitaalaan dursaa” jedhamuun badhaafameera. Dabalataanis, hoggantoonni olaanoon baankii keenyaa, muuxannoo baankichi gama kanaan qabu yaa’ii kanaaf qoodan, kalaqa baankii dijitaalaan adda duree jedhamuun badhaafamaniiru.

ባንካችን በዲጂታል ትራንስፎርሜሽን እና በዲጂታል አገልግሎት ፈጠራ በማስገኘት ላይ ባለው ውጤት በ ‘DIGIBANK 2024 Summit’ ላይ "በኢትዮጵያ ምርጡ ዲጂታል ባንክ" ተብሎ ተሸልሟል። በተጨማሪም ባንኩ በዚህ ዘርፍ ያለውን ልምድ ለጉባኤው ያካፈሉት የባንኩ ከፍተኛ አመራሮች በዲጂታል ፈጠራ የላቀ ሽልማት ተበርክቶላቸዋል።

#Coopbank #DIGIBANK2024 #DigitalBanking #InnovationLeaders #EthiopianBanks
13.2K views16:10
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-04-22 07:35:02 Helan Kelar: Qaroo Dhabeettii Mallattoo Biyyoolessaa Qaroomina Ameerikaa!
Helan Kelar Waxabajji 27, 1880 ALA Ameerikaa Kutaa Alabaamaa dhiha Tuskumbiyaatti dhalatte. Sababa dhibee irraan kan ka’e, dhalattee ji’a 19 booda, qaroo / agartuu ija isheefi dhageettii gurra ishee dhabde. Helan mana keessatti matii ishee waliin walii galuuf mallattoolee muraasa shaakaluu eegalte. Umurii ishee waggaa torbaan booda nama ilaalcha ishee jijjiiree, egeree ishee milkeessu, nama Aannee saliivaan jedhamu waliin wal barte. Namni kun barsiisaa fedhii Addaa (special need) yommuu ta’u Helan dandeettii barreessuufi dubbisuu akka gabbifattu taasisuun, daandii itti mul’ise.
Kelar mana barumsaa mootummaafi dhuunfaa keessatti, barnoota ishee haalaan hordofuun barattoota qaxalee jedhaman keessaas ishee tokko ta’uu dandeesseetti.
Kana boodas Kelar Yuunivarsiitii Haarvaard Kolleejjii Radkiliifitti barachuun, Ameerikaa keessatti namoota qaroo dhabeeyyii fi gurraan hin dhageenye keessaa ishee duraa ta’uun, digrii jalqabaa argatteetti.
Helan kelar gama Barnootaan milkaa’ina gonfatteen, addunyaa Aartii keessatti gahee olaanaa bahattee jirti. Kitaabota gurguddoo 14fi barreeffamoota haasawaa, waltajjii gurguddoo irratti dubbifaman heddu barreessiteetti.
Barreessituu, falmituu mirga Qaama Miidhamtootaa, qabsooftuu siyaasaafi barsiistuu ta’uun tajaajiluun Ameerikaa keessatti maqaan ishee ol ka’ee akka waamamu ta’eera.
Bakki dhaloota ishee akka Mallattoo Biyyoolessaatti moggaafamee kunuunfameera.
_ bu’aa ba’iin kam illee yo jiraate, Ifa Xiqqoo Nu keessa jirtu cichoominaan hordofuun kan deemnu yo ta’e Mul’ata keenya galmaan nii geenya.
-Carraan barumsaa fi haalli mijataan jiraatee, tattaaffiin abbaa itti dabalamee jennaan, miidhamni qaamaa milkaa’ina irraa nama danquu hin danda’uun, ergaa keenya.


ሄለን ኬለር ፦ ማየት የተሳናት የአሜሪካ የስልጣኔ ብሔራዊ ምልክት!
ሄለን ኬለር እ.አ.አ ሰኔ 27 ፤ 1880 በአሜሪካ አላባማ ግዛት፣ ቱስኩምቢያ ምዕራባዊ ክፍል ተወለደች። ባጋጠማት ህመም ምክንያት ከተወለደች ከ19 ወራት በኋላ የማየት እና የመስማት ችሎታዋን አጣች። ሄለን ቤት ውስጥ ከቤተሰቦችዋ ጋር ለመግባባት የሚያስችሏትን የተወሰኑ ምልክቶችን መለማመድ ጀመረች፣ ከሰባት ዓመታት በኋላ አመለካከቷን የቀየረና ቀጣይ ህይወቷን ያፈካ አኔ ሳሊቫን ከተባለ ሰው ጋር ተገናኘች። እሱ ደግሞ የልዩ ፍላጎት (special need) መምህር ሲሆን የማንበብና መፃፍ ችሎታዋን እንድታዳብር በመርዳቱ መንገድ ከፈተላት።
ኬለር ትምህርቷን በመንግስት እና በግል ትምህርት ቤቶች በመከታተል በጣም ጎበዝ ከሚባሉ ተማሪዎች መካከል አንዷ ለመሆን ቻለች።
በመቀጠል ኬለር በሃርቫርድ ዩኒቨርሲቲ ራድክሊፍ ኮሌጅ ገብታ የመጀመሪያ ዲግሪዋን በማግኘት በዩናይትድ ስቴትስ የመጀመሪያዋ መስማትና ማየት የተሳናት ተመራቂ ሆናለች።
ሄለን ኪለር በትምህርት ዘርፍ ካስመዘገበችው ስኬት ባሻገር በኪነጥበብ ዓለሙም ትልቅ ሚና ተጫውታለች። ከዚህም ሌላ 14 አበይት መጽሃፍትን ጽፋ ለአንባቢዎች ስታበረክት በትላልቅ መድረኮች የተነበቡ በርካታ ንግግሮችንም አዘጋጅታለች።
ደራሲ፣ የአካል ጉዳተኞች መብት ተሟጋች፣ የፖለቲካ ታጋይና አስተማሪ ሆና በማገልገል በአሜሪካ ስመገናና ለመሆን በቅታለች።
የትውልድ ቦታዋም እንደ ብሔራዊ ምልክት ተቆጥሮ ተጠብቆ ቆይቷል።
-ምንም አይነት ፈተና ቢገጥመን በውስጣችን ያለውን ትንሽ ብርሃን በትጋት መከተላችንን ከቀጠልን ራዕያችንን እናሳካለን።
-የትምህርት ዕድልና ምቹ ሁኔታ ኖሮ የባለቤቱ ጥረት ከታከለበት አካል ጉዳተኝነት ከስኬት አያግድም፣ መልዕክታችን ነው።

#Coopbank #MondayMotivation #Vision #Hardwork #Ethiopia
13.5K views04:35
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-04-20 13:57:55
Tajaajila geejjiba Taaksii Meetiraaf karaa dijitaalawaan kaffaluun ammayyummaatti madaquun, jiruu keessan salphifadhaa! Kooppeey I-birri fayyadamuun bilbilumarraa kaffaltii salphaatti raawwadhaa! Sanbata gaarii!

ለሜትር ታክሲ አገልግሎት ዲጂታል በሆነ ስልት በመክፈል፣ ዘመናዊነትን በመላበስ ኑሮዎን ያቅሉ፡፡ በኮፔይ ኢ-ብር በመጠቀም ክፍያዎን በቀላሉ ይፈጽሙ፡፡ መልካም የሳምንት መጨረሻ!

#Coopbank #CoopayEbirrDigitalPataform
12.6K views10:57
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-04-19 16:34:34
Sagalee keessan kennitanii?
Filannichi har'a goolabama
Baankiin keenya kalaqaa fi tattaaffii ce’umsa dijitaalawaaf taasisaa jiruun ‘Temenos Hero Innovation Awards 2024’ gonfamuuf kaadhimamaa ta’eera.
Filannichi har’a xumurama waan ta’eef, hanga yoonaatti hin filanne yoo ta’e ammuma filadhaa!
Sagalee keessan kennuuf liinkii armaan gadii fayyadamaa!
Sagaleen guddaan Lakk. 5
Yadachiisa፡ Erga filattanii booda gara dhuma unkichaatti gadi bu’uun barreeffama “Submit” jettu irratti cuqaasuun raawwachuu keessan mirkaneeffadhaa!

ድምጽዎን ሰጥተዋል?
ምርጫው ዛሬ ይጠናቀቃል!
ባንካችን በዲጂታል ሽግግር እና ፈጠራ ላይ እያደረገ ባለው ከፍተኛ ጥረት ለ ‘Temenos Hero Innovation Awards 2024’ ታጭቷል። ምርጫው ዛሬ የሚጠናቀቅ በመሆኑ፣ እስካሁን ድምጽ ካልሰጡ፣ አሁኑኑ ድምጽዎን ይስጡ!
ድምጽ ለመስጠት ከታች ያለውን ሊንክ ይጠቀሙ!
ከፍተኛው ድምጽ 5 ቁጥር
ማሳሰቢያ፦ ከመረጡ በኋላ ወደ ቅጹ መጨረሻ በመውረድ "submit" የሚለውን ጽሁፍ በመጫንና ይህን ማድረገዎን እርግጠኛ ይሁኑ!

Voting Link: https://forms.office.com/r/7DHL9t1Y3g

#Coopbank #Innovation #DigitalTransformation #VoteNow
13.2K views13:34
ክፈት / አስተያየት ይስጡ