Get Mystery Box with random crypto!

Cooperative Bank of Oromia

የቴሌግራም ቻናል አርማ coopbankoromia — Cooperative Bank of Oromia C
የቴሌግራም ቻናል አርማ coopbankoromia — Cooperative Bank of Oromia
የሰርጥ አድራሻ: @coopbankoromia
ምድቦች: ኢኮኖሚክስ
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 73.01K
የሰርጥ መግለጫ

Coopbank is the fastest growing bank in Ethiopia with the highest number of customers from private banks. The bank has a vision of becoming the leading private bank in the country by the year 2025.

Ratings & Reviews

5.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

2

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

0


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 8

2023-12-29 09:12:11
Daldala seera Shari'aan walsimu faaynaansii gochuudhaan baankota dhuunfaa keessaa dursaa kan ta'e!

ከሸሪዓ መርሆዎች ጋር የሚጣጣሙ የንግድ ሥራዎችን
ፋይናንስ በማድረግ ከግል ባንኮች ቀዳሚ የሆነ፡፡
#CoopbankAlhuda #WadiaSavings #BlessedJumma
15.6K views06:12
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-12-28 08:25:31
Balallii tibbana karoorfattan yoo qabaattan, waa’ee tikeetaa hin yaadda’inaa!
Tikeeta keessan karaa Kooppeey I-birr muradhaa, ogguu isiniin jennu, “eessaa”? Yoo jettan, deebiin keenya
“bakka jirtanii’’

በቅርቡ ያቀዱት በረራ ቢኖር ስለ ትኬቱ አያሳስብዎ! በ ኮፔይ ኢ-ብር ትኬትዎን ይቁረጡ ስንልዎ ከየት? ካሉ?
ካሉበት ፡፡
#Coopbank #CoopayE-birr #HasslefreeTravel
16.3K views05:25
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-12-26 14:57:58
Akeeka keessan dhugoomsuuf hamilee,
Imala milkaa’inaa jalqabdaniif miiltoo, kan isinii ta’u liqii dijitaalawaa michuu fayyadamuun mul’ata keessan dhugoomsaa!

ለዓላማዎ ዕውን መሆን ብርታት፣
ለጀመሩት የስኬት ጉዞ አጋር፣ የሚሆንዎትን ምቹ ዲጂታል ብድር በመጠቀም ራዕይዎን ዕውን ያድርጉ

#Coopbank #MichuDigitalLoan #JourneyToSuccess
14.8K views11:57
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-12-23 09:59:53
Dogoggorsitootarraa of Eegaa!
Lakkoofsa iccitii ykn jecha darbii Koopeey I –birrii fi odeeffannoo keessan kanaan wal fakkaatan kamuu namaaf hin kenninaa! Ergaawwan barreeffamaa lakk. iccitii keessan gaafataniif deebii kennuu irraas of qusachuun dogoggorsitoota irraa of eegaa.
Hubadhaa! Baankiin keenya karaa barreeffamaa ykn ergaa miidiyaa hawaasaatiin ykn bilbilaan lakk. icciitii ykn jecha darbii keessan GONKUMAA hin gaafatu.

ከአጭበርባሪዎች ይጠንቀቁ!
የኮፔይ ኢ-ብር የምስጢር ቁጥርዎን እና ማንኛውንም አይነት የግል የይለፍ ቃል ወይም መሰል መረጃዎችን ለማንም አይስጡ። የይለፍ ቃል እንዲያስገቡ ለሚጠይቁ የጹሁፍ መልዕከቶች ወይም የስልክ ጥሪዎች ምላሽ ከመስጠት በመቆጠብ እራስዎን ከአጭበርባሪዎች ይጠብቁ፡፡
ባንካችን በጽሁፍ መልዕክቶች ወይም በማህበራዊ ሚዲያ የምስጢር ቁጥርዎን ወይም የይለፍ ቃልዎን በጭራሽ እንደማይጠይቅዎት በድጋሚ ልናስታውስዎ እንወዳለን።

#Coopbank #StaySafe
18.3K views06:59
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-12-20 17:42:15
የማንነት መታወቂያ ለማግኘት ተመዝግበዋል?
የዲጂታል ብሄራዊ መታወቂያ ከዚህ በታች ከተዘረዘሩት የባንካችን ቅርንጫፎች መሀከል ወደ አንዱ ጎራ በማለት ያለምንም ክፍያ መመዝገብ ይችላሉ!

1. ኃይሌ ገብሬ ቅርንጫፍ ቃሊቲ ማሰልጠኛ
2. ጀሞ ቅርንጫፍ ጀሞ አንድ
3. መደሮ ቅርንጫፍ መገናኛ ዘፍመሽ ግራንድ ሞል ፊትለፊት
4. አየር ጤና ቅርንጫፍ አየር ጤና
5. ኦዳ ቅርንጫፍ ባምቢስ ሱፐርማርኬት ከመስቀል አደባባይ ወደ ኡራኤል በሚወስደው መንገድ ላይ
6. መጫና ቱለማ ቅርንጫፍ ልደታ አልሳም ሪል እስቴት ህንፃ ላይ

ማሳሰቢያ፡- ለምዝገባ ሲመጡ የቀበሌ መታወቂያ፣የሥራ መታወቂያ፣መንጃ ፍቃድ ወይም የሚገልፅዎትን ማንኛውንም መታወቂያ መያዝ አይዘንጉ!
#Coopbank #NationalID #Ethiopia
14.7K viewsedited  14:42
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-12-20 17:41:07
Waraqaa eenyummaa argachuuf galmooftanii?
Waraqaa eenyummaa dijitaalaa biyyoolessaa dameewwan keenya armaan gaditti tarreeffaman keessaa tokkotti goruun kaffaltii tokko malee galmaa’uu dandeessu!
1. Damee Hayilee Gabree Qaallittii Mooraa Waajjira Hojiiwwan Bishaan Oromiyaa keessa
2. Damee Jamoo Jamoo 1
3. Damee Madaroo Zafmesh Giraand Mool fuuldura
4. Damee Ayyar Xeenaa Ayyar Xeenaa
5. Damee Odaa Suupparmaarkeetii Baambiis, karaa Addababayii Masqalaarraa gara Uraa'elii geessurra
6. Damee Maccaa fi Tuulamaa Lidataa, Gamoo Riil Isteetii Alsaam irra

Yaadachiisa! Galmeef yeroo dhuftan waraqaa eenyummaa gandaa, waraqaa eenyummaa hojjetaa, heeyyama konkolaachisummaa yookaan waraqaa eenyummaa isin ibsu kamuu qabachuu hin dagatinaa!
#Coopbank #NationalID #Ethiopia
12.7K viewsedited  14:41
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-12-16 18:39:48
14.5K views15:39
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-12-16 18:39:10 Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa, bara bajataa 2022/23 ALAtti guddina hundagaleessa galmeessiseen dorgomtummaasaa daran cimsee itti fufuu yaa’ii waliigalaa idilee waggaa 19ffaa Abbootii Aksiyoonaa baankichaa har’a magaalaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti taa’ame irratti ibsameera.
Gabaasa raawwii hojii baankichaa kan bara bajataa 2022/23 Dura Taa’aan Boordii Daayrektarootaa baankichaa Dr. Fiqruu Deeksisaan dhiyeessaniiru. Gabaasa raawwii bara bajataa darbe dhiyaate keessaa;
• Baankichi bara bajataa kanatti olkaawwannaan isaa, dhibbentaa 20.13 guddachuudhaan Qarshii biiliyoona 116.25 ol gaheera
• Baankichi bara bajataa kanatti sekteroota diinagdee garaa garaatiif Qarshii biliyoona 31 liqii kan kenne yoo taú, waliigalatti liqiin baankichaan kennamee ala jiru Qarshii biiliyoona 101.91 gaheera.
• Baankichi bara bajataa kanatti gibira dura bu’aa Qarshii biiliyoona 3.39 kan argate yoo ta’u, kunis kan bara darbee waliin yoo ilaalamu dhibbentaa 19.4n caalmaa qaba.
• Tajaajilawwan fedhii hawaasaa bu’uureffateefi dhaqqabamaa ta’e dhiyeessuun bara bajataa kanatti dabalataan maamiloota miliyoona 2.24 horachuun baay’inni maamilaa baankichaa xumura bara bajataa kanatti miliyoona 11.2 gahuun, baankichi baay’ina maamilaatiin baankolee dhuunfaa keessaa adda durummaasaa cimsee itti fufeera.
• Kaappitaala aksiyoonaa dabalataa Qarshii biiliyoona. 2.28 walitti qabachuun xumura bara bajataa kanaatti kaappitaalli baankichaa waliigalaan Qarshii biliyoona 10.02 gahee jira.
• Dameewwan haaraa 145 banuun walumaagalatti baay’inni dameelee baankichaa xumura bara bajataa kanatti 738 kan gahe yoo ta’u, gama dijitaalawaatiinis dhaqqababummaasaa daran babal’isuun lakkoofsi waliigalaa herreega moobaayilaa hojiirra jiru mil.4.8 qaqqabee jira. Sochiin maallaqaa tooftaa dijitaalawaan taasifame, sochii maallaqaa waliigalaa baankichaa keessaa dhibbentaa 63.1 qabata.
• Waxabajjii 30,2023tti qabeenyi waliigalaa baankichaa, Qarshii biiliyoona 140.3 ol gaheera.

Gabaasa dhihaateen alattis dhimmoota garaa garaa irratti abbootiin qabeenyaa baankichaa mari’achuun murtoo garaa garaa dabarsaniiru.

የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ እ.ኤ.አ በ 2022/23 ባስመዘገበው ሁለንተናዊ እድገት ተወዳዳሪነቱን አጠናክሮ መቀጠሉን በአዳማ ከተማ አባገዳ አዳራሽ ዛሬ ባካሄደው 19ኛው የባለ አክሲዮኖች ዓመታዊ መደበኛ ጠቅላላ ጉባኤ ላይ አስታውቋል፡፡
የባንኩን የ2022/23 የሥራ አፈፃፀም ሪፖርት የባንኩ የዳይሬክተሮች ቦርድ ሰብሳቢ በ ዶ/ር ፍቅሩ ዴክሲሳ ቀርቧል፡፡ በቀረበው ሪፖርት ላይ እንደተመለከተው፣
- በበጀት ዓመቱ የባንኩ ተቀማጭ በ20.13 በመቶ በማደግ ብር 116.25 ቢሊዮን ደርሷል፡፡
- ባንኩ በዚህ በጀት ዓመት ለተለያዩ የኢኮኖሚ ዘርፎች የብር 31 ቢሊዮን ብድር የሰጠ ሲሆን በአጠቃላይ በባንኩ ተሰጥቶ ውጭ የሚገኝ ብድር መጠን ብር 101.91 ቢሊዮን ደርሷል፡፡
- ባንኩ በዚህ በጀት ዓመት ከግብር በፊት ብር 3.39 ቢሊዮን ትርፍ ያገኘ ሲሆን ይህም ባለፈው ዓመት ተመሳሳይ ወቅት ከነበረው የ19.4 በመቶ ብልጫ አለው፡፡
- የማህበረሰቡን ፍላጎት መሰረት ያደረገና ተደራሽ የሆነ አገልግሎት በመስጠቱ በበጀት ዓመቱ 2.24 አዳዲስ ደንበኞችን በማፍራት በበጀት ዓመቱ ማብቂያ የደንበኞቹን ቁጥር 11.2 ሚሊዮን በማድረስ ከግል ባንኮች ቀዳሚነቱን አጠናክሮ ቀጥሎበታል፡፡
- ባንኩ በዘመኑ ብር 2.28 ቢሊዮን ተጨማሪ የአክሲዮን ካፒታል ሲሰበስብ በበጀት ዓመቱ መጨረሻ አጠቃላይ የአክሲዮን ካፒታሉ ብር 10.02 ቢሊዮን ደርሷል፡፡
- የአገልግሎት ተደራሽነትን በተመለከተ በበጀት ዓመቱ 145 አዳዲስ ቅርንጫፎችን በመክፈት በአጠቃላይ የባንኩ ቅርንጫፎች ብዛት 738 የደረሰ ሲሆን በዲጂታል አገልግሎትም ተደራሽነቱን እጅጉን በማስፋቱ በሥራ ላይ የሚገኝ የሞባይል ደንበኛ ቁጥር 4.8 ሚሊዮን አድርሷል፡፡ በዲጂታል ስልቶች የተከናወነ የገንዘብ እንቅስቃሴ ከባንኩ አጠቃላይ የገንዘብ እንቅስቃሴ 63.1 በመቶ ይይዛል፡፡
- ሰኔ 30፤2023 የባንኩ አጠቃላይ ሀብት ብር 140.3 ቢሊዮን ደርሷል፡፡

ከቀረበው አፈፃፀም ሪፖርት ባሻገር የባንኩ ባለ አክሲዮኖች የተለያዩ ነጥቦች ላይ በመምከር ውሳኔዎችን አሳልፈዋል።
#coopbank #coopbankshareholders
13.2K views15:39
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-12-15 17:28:41
Hundeessaan Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa Obbo Hayilee Gabree Lubee, “Egeree Diinagdee Itiyoophiyaafi gahee waldaaleen keessatti qaban" jedhu irratti hirmaattota guyyaa waldaalee hojii gamtaaf dhiyeessuurratti argamu.

የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ መስራች ኦቦ ኃይሌ ገብረ ሉቤ “የወደፊት የኢትዮጵያ የኢኮኖሚ አቅጣጫ እና የሕብረት ሥራ ማህበራት ሚና” በሚል ርዕስ ለኅብረት ሥራ ማህበራት ቀን ተሳታፊዎች መልዕክት እያስተላለፉ ነው።
#Coopbank #CooperativesVisionary #CooperativeDay
14.3K views14:28
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-12-15 15:27:30
Gumaacha waldaaleen hojii gamtaa guddina hawaas-diinagdee biyyaa keessatti qabaniifi walta’iinsa sochii waldaalee hojii gamtaa irratti gahee qooda fudhattootaa cimsuun haala danda’amurratti mariin paanaalii geggeeffamaa jira.

የኅብረት ሥራ ማህበራት በማህበራዊና ኢኮኖሚያዊ እድገት ያላቸውን ድርሻ፣ የሚያበረክቱት አስተዋፅዖ እና የትብብር ሥራዎች ላይ የባለድርሻ አካላትን ሚና ማጠናከር በሚቻልበት ሁኔታ ላይ የፓናል ውይይት እየተካሄደ ይገኛል።
#Coopbank #CooperativesDay #Cooperativespaneldiscussion
12.6K views12:27
ክፈት / አስተያየት ይስጡ