Get Mystery Box with random crypto!

Gumaacha waldaaleen hojii gamtaa guddina hawaas-diinagdee biyy | Cooperative Bank of Oromia

Gumaacha waldaaleen hojii gamtaa guddina hawaas-diinagdee biyyaa keessatti qabaniifi walta’iinsa sochii waldaalee hojii gamtaa irratti gahee qooda fudhattootaa cimsuun haala danda’amurratti mariin paanaalii geggeeffamaa jira.

የኅብረት ሥራ ማህበራት በማህበራዊና ኢኮኖሚያዊ እድገት ያላቸውን ድርሻ፣ የሚያበረክቱት አስተዋፅዖ እና የትብብር ሥራዎች ላይ የባለድርሻ አካላትን ሚና ማጠናከር በሚቻልበት ሁኔታ ላይ የፓናል ውይይት እየተካሄደ ይገኛል።
#Coopbank #CooperativesDay #Cooperativespaneldiscussion