Get Mystery Box with random crypto!

Sirna Eebbaa Gamoo Waajjira Muummichaa Ce’umsaa BHGO irraa kan | Cooperative Bank of Oromia

Sirna Eebbaa Gamoo Waajjira Muummichaa Ce’umsaa BHGO irraa kan fudhatame
“Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa iddoo ijoo daandii Afriikaa naannoo Boolee Ruwaandaatti gamoo sadarkaasaa eeggatee fi teknoloojii dhaabbiinsa konkolaataa ammayyaawaa ta’e qabu ijaarrate kun, miidhaginaa fi hawwattummaa magaalaa keenyaaf shoora guddaa kan qabuudha!’’
Kab.Aadde Adaanech Abeebee
“Gamoon kun Magaalaa Finfinnee keessatti qabeenya dhaabbataa horachuuf sochii baankiin keenya taasise isa jalqabaa yoo ta’u, karoora baankiin keenya gama kanaan qabuuf muuxannoo guddaan kan itti horatameedha!’’
Obbo Darribee Asfaaw Pirezdaantii BHGO

ከኦኅሥባ የሽግግር ዋና መሥሪያ ቤት ህንፃ ምረቃ ሥነ ስርዓት የተወሰደ
የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ አፍሪካ ጎዳና ቦሌ ሩዋንዳ ኤምባሲ አቅራቢያ ያስገነባው ደረጃውን የጠበቀና ዘመናዊ የመኪና ማቆሚያ ቴክኖሎጂ ያለው ህንፃ ለከተማችን ውበትና ሳቢነት ትልቅ አስተዋፅኦ ያበረከተ ነው፡፡
ክብርት ወ/ሮ አዳነች አቤቤ
ይህ ህንፃ ባንካችን በፊንፊኔ ከተማ ቋሚ ሀብት ለማፍራት ያደረገው የመጀመረያው ጥረት ሲሆን፤ በዚህ ረገድ ባንኩ ላለው ቀጣይ ዕቅድ ትልቅ ልምድ የቀሰመበት ነው፡፡
አቶ ደርቤ አስፋው የኦኅሥባ ፕሬዝዳንት

#Coopbank #CoopbankTHQ #Inauguration