Get Mystery Box with random crypto!

Waraqaa eenyummaa argachuuf galmooftanii? Waraqaa eenyummaa di | Cooperative Bank of Oromia

Waraqaa eenyummaa argachuuf galmooftanii?
Waraqaa eenyummaa dijitaalaa biyyoolessaa dameewwan keenya armaan gaditti tarreeffaman keessaa tokkotti goruun kaffaltii tokko malee galmaa’uu dandeessu!
1. Damee Hayilee Gabree Qaallittii Mooraa Waajjira Hojiiwwan Bishaan Oromiyaa keessa
2. Damee Jamoo Jamoo 1
3. Damee Madaroo Zafmesh Giraand Mool fuuldura
4. Damee Ayyar Xeenaa Ayyar Xeenaa
5. Damee Odaa Suupparmaarkeetii Baambiis, karaa Addababayii Masqalaarraa gara Uraa'elii geessurra
6. Damee Maccaa fi Tuulamaa Lidataa, Gamoo Riil Isteetii Alsaam irra

Yaadachiisa! Galmeef yeroo dhuftan waraqaa eenyummaa gandaa, waraqaa eenyummaa hojjetaa, heeyyama konkolaachisummaa yookaan waraqaa eenyummaa isin ibsu kamuu qabachuu hin dagatinaa!
#Coopbank #NationalID #Ethiopia