Get Mystery Box with random crypto!

Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa kalaqaa fi ce’umsa dijitaalawaa | Cooperative Bank of Oromia

Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa kalaqaa fi ce’umsa dijitaalawaaf kutannoo qabuu fi tattaaffii taasisaa jiruun ‘Temenos Hero Innovation Awards 2024’ gonfamuuf kaadhimamaa ta’eera.
Sagalee keessan kennuuf liinkii armaan gadii cuqaasuun bakka loogoon baankichaa jiru deemuun sagalee keessan baankii keessaniif kennaa! Sagalee guddaa kan qabu lakkoofsa 5, irraa ka’uun filachuu dandeessu!
Yadachiisa፡ Erga filattanii booda gara dhuma unkichaatti gadi bu’uun barreeffama “Submit” jettu irratti cuqaasuun raawwachuu keessan mirkaneeffadhaa!

የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ በዲጂታል ሽግግርና ፈጠራ ባለው ቁርጠኝነት እና በማድረግ ላይ ባለው ጥረት ‘Temenos Hero Innovation Awards 2024’ ለክብር ሽልማት ታጭቷል።
ድምጽ ለመስጠት፣ ቀጣዩ ሊንክ በመጫን ሎጓችን ያለበት በመሄድ፣ ለባንክዎ ድምጽዎን ይስጡ! ከከፍተኛው ድምጽ የላዉ 5ቁጥር በመጀመር ድምጽዎን መስጠት ይችላሉ።
ማሳሰቢያ፦ ከመረጡ በኋላ ወደ ቅጹ መጨረሻ በመውረድ "submit" የሚለውን ጽሁፍ በመጫንና ይህን ማድረገዎን እርግጠኛ ይሁኑ!
Voting Link: https://forms.office.com/r/7DHL9t1Y3g

#Coopbank #InnovationDigitalTransformation #VoteNow