Get Mystery Box with random crypto!

Baankiin keenya, gamaaggama raawwii hojii karoora kurmaana sad | Cooperative Bank of Oromia

Baankiin keenya, gamaaggama raawwii hojii karoora kurmaana sadaffaa irratti geggeessitoota sadarkaa hundarra jiran waliin Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti geggeessuun kallattii hojii ittaanu kaa’eera.

ባንካችን የሦስተኛውን ሩብ ዓመት ዕቅድ አፈጻጸሙን የሚገመግም፣ በሁሉም እርከኖች ላይ ያሉ አመራሮችን
ያሳተፈ ወርክሾፕ፣ በአዳማ ገልማ አባገዳ አካሂዶ ለቀጣይ ሥራም አቅጣጫ አስቀምጧል።

#Coopbank #PerformanceReview #Workshop #Adama