Get Mystery Box with random crypto!

Hawaasaaf quuqamuun sona isaa ijoo kan ta’e baankiin keenya, h | Cooperative Bank of Oromia

Hawaasaaf quuqamuun sona isaa ijoo kan ta’e baankiin keenya, humna anniisaa haaromfamaan kan hojjatan dameelee Iikoo 50 ol ta’an banuun tajaajila isaa qe’ee qonnaan bulaafi horsiisee bulaan gaheera.

ለማህበረሰብ ተቆርቋሪነት አንኳር እሴቱ የሆነው ባንካችን በታዳሽ ኃይል የሚሰሩ ከ50 በላይ ኢኮ ቅርንጫፎችን በመክፈት አገልግሎቱን ይዞ ከአርሶ አደሩ እና አርብቶ አደሩ ቄኤ ደርሷል፡፡

#CoopbankCares #GreenBanking #CoopEcoFriendlyBranches