Get Mystery Box with random crypto!

Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa, siistama SACCO-Link hojimaata | Cooperative Bank of Oromia

Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa, siistama SACCO-Link hojimaata Waldaalee Hojii Gamtaa fi Yuuniyenoota liqii fi qusannoo, kenna tajaajilasaanii dijitaalawaa taasisu diriirsuufiin furmaata tajaajila baankii kalaqa teknoloojii gama dijitaalawaatiin siistama baankii wajjin wal simu qopheessee waldaalee faaynaansii hedduu fayyadamaa taasisuutti argama. Tajaajilichis imala gama tajaajila faayinaansiin dursuu baankichi qabate kan mirkaneessuudha.

የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ የብድርና ቁጠባ ማህበራትና ዩኒየኖችን የአገልግሎት አሰጣጥ ፍፁም ዲጂታል የሚያደርግ የSACCO-Link መተግበሪያ ሥራ ላይ በማዋልና ከባንኩ ኮር ባንኪንግ ሲስተም ጋር በማዋሃድ የቴክኖሎጂ ፈጠራ ውጤት በማቅረብ በዲጂታል ቴክኖሎጂ ረገድ የያዘውን የግንባር ቀደምትነት ግብ ያረጋገጠ ነው፡፡

#Coopbank #InnovativeBankingSolution