Get Mystery Box with random crypto!

Hoggansi Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa Hoji Gaggeessaa Olaanaa | Cooperative Bank of Oromia

Hoggansi Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa Hoji Gaggeessaa Olaanaa dhaabbata VISA waliigalaa Mr. Ryan McInerney dabalatee, dhaabbatichatti Pirezidaantii Naannoo Giddugaleessa Awurooppaa, Baha Giddugaleessaa fi Afrikaa Mr. Andrew Torre, dhaabbatichatti Prezidaantii ittaantuu biyyoota Afrikaa Sahaaraan gadii Aida Diarra akkasumas Itoophiyaatti bakka bu'aa VISA Obbo Yaared Indaalee waliin hojiiwwan walta’iinsa dhaabbaticha faana jiru daran cimsuun dandaa’amurratti Wiirtuu Qorannoo Dijitaalaa (DX Valley) baankichaatti har’a marii milkaa’aa gaggeessaniiru.

የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ ማኔጅመንት የቪዛ ዋና ሥራ አስፈፃሚ ሚስተር ሪያን ማክሊርኒ ጨምሮ የቪዛ መካከለኛው አውሮፓ፣ መካከለኛው ምስራቅ እና አፍሪካ ክልል ፕሬዝዳንት ሚስተር አንድሪው ቶሬ፣ የቪዛ ከሰሃራ በታች ያሉ የአፍሪካ ሀገራት ከፍተኛ ምክትል ፕሬዝዳንት አይዳ ዲያራ እና የቪዛ የኢትዮጵያ ተወካይ ከአቶ ከያሬድ እንዳለ ጋር በባንኩ የዲጂታል ምርምር ማዕከል ገንቢ ውይይት አድርገዋል። በውይይታቸው በባንኩ እና በቪዛ መካከል ያለውን አጋርነት በይበልጥ ማጠናከር በሚቻልበት ሁኔታ ላይ መክረዋል፡፡
#Coopbank #Coopbankpartnership