Get Mystery Box with random crypto!

Kabajamtoota Maamiltoota keenya! Komii kenna tajaajila keenya | Cooperative Bank of Oromia

Kabajamtoota Maamiltoota keenya!
Komii kenna tajaajila keenyaarratti qabdan kamiifuu, lakk. Bilbilaa +251116162711 ykn +251994446070, akkasumas yaadaafi gaaffii qabdan karaa marsariitii baankii www.coopbankoromia.com.et fi Wiirtuu odeeffannoo 609, LSP. 16936 ykn Waajjira Muummee keenya, Finfinnee, daandii Afriikaa naannoo maqa Imbaasii Ruwaandaa gamoo RANG darbii 10ffaa qaamaan argamuun dhiyeeffachuu ni dandeessu!

ክቡራን ደንበኞቻችን!
የአገልግሎት አሰጣጣችን ላይ ማንኛውም ቅሬታ ካሉዎት በስልክ ቁጥር +251116162711 ወይም +251994446070, ለአስተያየትና ጥያቄ በዌብሳይታችን www.coopbankoromia.com.et ፤ በጥሪ ማዕከላችን 609 እና በፖሳቁ 16936 ወይም ዋና መሥሪያ ቤታችን ፊንፊኔ፤ አፍሪካ ጎዳና ሩዋንዳ ኤምባሲ መገንጠያ አከባቢ፤ RANG ህንፃ፤ 10ኛ ፎቅ በአካል ማቅረብ የምትችሉ መሆኑን በአክብሮት እንገልጻለን፡፡
#Coopbank #Customercomplaints