Get Mystery Box with random crypto!

Walaloon Jaalala

የቴሌግራም ቻናል አርማ walaloon_jaalala — Walaloon Jaalala W
ርዕሶች ከሰርጥ:
Kutaa
Dhaalaa
Surree
Ansiif
Bilisummaa
All tags
የቴሌግራም ቻናል አርማ walaloon_jaalala — Walaloon Jaalala
ርዕሶች ከሰርጥ:
Kutaa
Dhaalaa
Surree
Ansiif
Bilisummaa
All tags
የሰርጥ አድራሻ: @walaloon_jaalala
ምድቦች: ያልተመደበ
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 53.64K
የሰርጥ መግለጫ

Telegram irraa qarshii argachuuf link kana fayyadamaa.
https://telega.io/?r=l9NDCHx-
Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

Ratings & Reviews

2.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

1

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

1


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 20

2023-03-17 13:58:02 DOONII LAMA; ODOLA TOKKOOF

Dooniin tokko kankee;
dooniin tokko kan koodha
Odolichi jaalala keenya;
galaanichi ammoo rakkoodha.

Araada
Aboma Merga
@Walaloon_Jaalala
18.7K views10:58
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-03-15 22:50:33 𝐍𝐚𝐚𝐟 𝐃𝐞𝐞𝐛𝐢𝐬𝐢

𝐌𝐞𝐞 𝐦𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢𝐟 𝐧𝐚𝐛𝐚𝐥𝐥𝐞𝐞𝐬𝐮𝐟
𝐚𝐭𝐢 𝐧𝐚𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐤𝐚𝐤𝐚𝐭𝐭𝐚𝐚
𝐌𝐢𝐜𝐜𝐢𝐢𝐫𝐭𝐞𝐞 𝐍𝐚𝐝𝐚𝐛𝐬𝐢𝐭𝐞𝐞
𝐖𝐚𝐚𝐧 𝐚𝐤𝐤𝐚𝐦𝐢𝐢 𝐛𝐮𝐮𝐟𝐚𝐭𝐭𝐚𝐚

𝐠𝐚𝐦𝐦𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧 𝐤𝐨𝐨 𝐬𝐢𝐢𝐟 𝐠𝐚𝐝𝐝𝐚
𝐠𝐚𝐝𝐝𝐢𝐤𝐨𝐨 𝐬𝐢𝐢𝐟 𝐠𝐚𝐦𝐦𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮
𝐦𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐛𝐮𝐮𝐬𝐞𝐞 𝐲𝐨𝐨𝐧 𝐠𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮
𝐲𝐨𝐨𝐬𝐮𝐮 𝐚𝐫𝐫𝐚𝐛𝐢𝐢𝐤𝐞𝐞 𝐢𝐥𝐢𝐥𝐜𝐡𝐮𝐮
𝐂𝐚𝐥𝐥𝐞𝐞 𝐤𝐞𝐞 𝐰𝐚𝐥𝐢𝐢𝐧 𝐝𝐡𝐚'𝐚𝐦𝐚𝐚
𝐠𝐚𝐚𝐟𝐚𝐬𝐢𝐢 𝐤𝐚𝐧 𝐤𝐢𝐥𝐤𝐢𝐥𝐜𝐡𝐮𝐮

𝐟𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐚 𝐣𝐢𝐫𝐮𝐮𝐤𝐨𝐨 𝐝𝐡𝐮𝐠𝐚𝐚𝐭𝐮𝐮
𝐬𝐢𝐢𝐟 𝐡𝐢𝐢𝐤𝐚𝐚 𝐥𝐚𝐦𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐚
𝐲𝐤𝐧 𝐧𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐤𝐚𝐚𝐤𝐤𝐢𝐬𝐭𝐚
𝐲𝐤𝐧 𝐛𝐨𝐪𝐮𝐮𝐭 𝐬𝐢𝐜𝐚𝐛𝐚

𝐡𝐢𝐧 𝐥𝐚𝐛𝐢𝐢𝐧 𝐚𝐫𝐚𝐝𝐝𝐚𝐚 𝐤𝐨𝐨
𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐬 𝐦𝐞𝐞 𝐡𝐢𝐧 𝐦𝐚𝐫𝐬𝐢𝐧𝐢
𝐤𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐛𝐢𝐫𝐚𝐚𝐧 𝐠𝐮𝐥𝐮𝐟𝐚𝐚
𝐦𝐞𝐞 𝐚𝐧𝐚𝐲𝐲𝐮𝐮 𝐦𝐢𝐥'𝐚𝐭𝐢𝐧𝐢𝐢

𝐍𝐀𝐓𝐍𝐀𝐄𝐋 𝐀𝐋𝐄𝐌𝐔
𝐏𝐨𝐞𝐦 𝐢𝐬 𝐋𝐨𝐯𝐞
18.3K views19:50
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-03-14 14:49:40
Oduu Gammachiisaa

Giddu Galli Aadaa Oromoo leenjiiwwan Aartii garaa garaa marsaa 8ffaaf Galmee eegalee jira.
- Tiyaatira
- Fiilmii
- Shubbisa
- Muuziqaa

Namootni ulaagaalee beeksisicha irra jiran guuttanii fi fedhii qabdan galmaa'uu dandeessu.

@Gucaartii
15.9K views11:49
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-03-10 11:02:56 Na Filadhu!

Siifan bita shaashii adii
Kittaa dheeraa qaqqajeelaa
Qal'inakee mudhii gadii
Guddaaf xinnaatu kajeela

Filtuu rifeensa mataakee
Isa dugda gubbaa ciisu
Biteen dhufa waan fedhakee
Nan waakkatin an sin dhiisu

Siifan guuta waan manakee
Meeshaan kamuu hin hir'atu
Na barsiisi amalakee
Natti himadhu waan sir'atu

Gola onneekoo seentee baatee
Hamileekoo narraa hin saamin
Akka abjuu natti taatee
Na dagatte orma hin waamin

Jireenyakee kamirrattuu
Morkataakoof fucha hin laadhu
Muummichakee abbaa warraa
Hayyuu duree na filadhu.

@abdimegersa

@humnajaalalaa
@humnajaalalaa
18.7K views08:02
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-03-06 14:19:14 Dhimmoota Fiilmii fi Tiyaatiraan wal qabatan argachuuf itti goraa

Fb
https://facebook.com/groups/aartiiao/

Tg
t.me/gucaartii
23.1K views11:19
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-03-04 18:58:59
Suuraa Jabanichaa

Surri tokko yeroo seena kumaatamoota hedduu dubbatu hedduu argitee beekuu dandeessa. Garuu inni kun Suuraan olidha.

@Gucaartii
18.0K views15:58
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-03-01 20:04:47
Booranaaf Yaa Birmannu

TikTok irratti walaloo Booranaaf barreeffame kana hundumtuu ilaalaa! Follow, Comment, Share fi copy link gochuu hin dagatinaa.




https://vm.tiktok.com/ZMYyYbmVH/
https://vm.tiktok.com/ZMYyYbmVH/
https://vm.tiktok.com/ZMYyYbmVH/
https://vm.tiktok.com/ZMYyYbmVH/
18.5K views17:04
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-02-28 21:09:12 Qarshii Kudhan Booranaaf Ashamaa harka fuune hordoftoota keenya jaalatamoo! Egaa akkuma hundumti keessan beektan yeroo ammaa kana Booranni rakkoo hamaa keessa jira. Kanaaf nutis akka Fuula @Walaloon_Jaalala tti #challenge qarshii 10 Booranaaf jettu isin jaalatamtoota…
16.6K views18:09
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-02-27 11:25:37 Qarshii Kudhan Booranaaf

Ashamaa harka fuune hordoftoota keenya jaalatamoo! Egaa akkuma hundumti keessan beektan yeroo ammaa kana Booranni rakkoo hamaa keessa jira. Kanaaf nutis akka Fuula @Walaloon_Jaalala tti #challenge qarshii 10 Booranaaf jettu isin jaalatamtoota miseensota keenya Maqaa Chaanaala keenyaan jalqabsiisuuf jenna. Waan irratti hirmaachuuf hayyamamoo taataniif ulfaadhaa.

Ulaagaa

1. Yeroo ergitan bakka reason jettutti "Walaloo" jechuun barreessuu.
2. Isa ergitan screen shot gootanii nuuf erguu @Walaloo_bot irratti

Maal irratti ergina?

ALCHIISOO PASTORALIST UP BANK ACCOUNTS:-

1) COMMERCIAL BANK OF ETHIOPIA ACCOUNT NO: 1000522499823
Swift Code: CBETETAA

2) OROMIA COOPERATIVE BANK Account No: 1011800084313
Swift code: CBO RETAA

3) AWASH BANK Account No: 013081084782900
Swift code:  AWINETAA

4) OROMIA BANK Account No: 1548414100001
Swift code: ORIRETAA

Beelli beellama namaaf hin qabu! Waliif haa birmannu!

@Walaloon_Jaalala
@Walaloo_bot
18.6K views08:25
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-02-25 19:44:14 Egaa maal jedhuree
Jecha nama dhabsiisa
Egaa maal haasa'u
Afaan nama qabsiisa

Harka bishaan gaafannaan
Annan namaaf laatu
Har'a bishaan dhabee
Hongeen yoo itti hammaatu

Callisuun ta'aaree
Keessi danda'aaree
Abadan hin danda'u
Keessi namaa obsuu
Hunduu waan danda'u
Booranaaf yaa cobsu

#Save_Borana
#Attention_for_Borena
@Kaachuu_YW
18.0K views16:44
ክፈት / አስተያየት ይስጡ