Get Mystery Box with random crypto!

Qarshii Kudhan Booranaaf Ashamaa harka fuune hordoftoota keen | Walaloon Jaalala

Qarshii Kudhan Booranaaf Ashamaa harka fuune hordoftoota keenya jaalatamoo! Egaa akkuma hundumti keessan beektan yeroo ammaa kana Booranni rakkoo hamaa keessa jira. Kanaaf nutis akka Fuula @Walaloon_Jaalala tti #challenge qarshii 10 Booranaaf jettu isin jaalatamtoota…