Get Mystery Box with random crypto!

Walaloon Jaalala

የቴሌግራም ቻናል አርማ walaloon_jaalala — Walaloon Jaalala W
ርዕሶች ከሰርጥ:
Kutaa
Dhaalaa
Surree
Ansiif
Bilisummaa
All tags
የቴሌግራም ቻናል አርማ walaloon_jaalala — Walaloon Jaalala
ርዕሶች ከሰርጥ:
Kutaa
Dhaalaa
Surree
Ansiif
Bilisummaa
All tags
የሰርጥ አድራሻ: @walaloon_jaalala
ምድቦች: ያልተመደበ
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 53.64K
የሰርጥ መግለጫ

Telegram irraa qarshii argachuuf link kana fayyadamaa.
https://telega.io/?r=l9NDCHx-
Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

Ratings & Reviews

2.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

1

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

1


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች

2024-06-28 19:27:19 Airdrop sirriidha carraan qarshii argamsiisuu isaanii guddaadha jedhee ani taphachaa jiru warreen gadii kanneeni.

1. Hamster Kombat https://t.me/hamster_kombat_Bot/start?startapp=kentId356935815

2. Tap swap https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_356935815

3. pixel Verse https://t.me/pixelversexyzbot?start=356935815

4. MemeFi Coin https://t.me/memefi_coin_bot?start=r_3e652ba3b6

5. W-Coin https://t.me/wcoin_tapbot?start=MzU2OTM1ODE1

6. Pepe Miner https://t.me/pepe_miner_game_bot?start=356935815

7. Secret Coin https://t.me/mnemonic_game_bot/start?startapp=ref_356935815

8. Preton Drop https://t.me/preton_drop_bot?start=4e030c0c-ad36-43ea-b450-ca41425a4702

9. Yes Coin https://t.me/theYescoin_bot/Yescoin?startapp=MTVBAG

10. Dot Coin https://t.me/dotcoin_bot?start=r_356935815
4.0K viewsYW Kaachuu, 16:27
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-06-26 09:48:37 Ilillii fi simbirroo!

Simbirroo koo! Anatu si hawwatee
Bareeda koo dhodhoosee
Foolii koo sitti urgeessee
Ofitti si dhiyeesse
Eenyummaa koon, anatu si macheesse

Garuu...
Maal godharee?
Ariitiin ani ittiin ofitti si dhiyeesse
Urgaa koo, bifa koo, mi'aa koo_
hunda fudhatee
Anarraa si fageesse

Taliilee
Walaloo erguuf @Walaloo_bot
@Walaloon_Jaalala
7.2K viewsYW Kaachuu, 06:48
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-06-26 08:50:38 Chaanaalota gurgurtaaf dhiyaatan

1. 15k members
2. 7k members
3. 5k members
4. 5k members

Namootni bitachuu feetan @Walaloo_bot irratti nu dubbisuu dandeessu.

Namni chaanaala gurguramu kan miseensa 30k ol qabdanis @Walaloo_bot irratti nu qunnamaa
6.5K viewsYW Kaachuu, 05:50
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-06-24 18:09:17
Osoon ishii eeguu
Umuriikoo gubee
Tuffii ishiin naaf qabdu
Namummaakoo hube

Eerga filannoon ishii
Haala irratti hundaa’ee
Fooliin dhaba kiyyaa
Eerga itti ajaa’ee

Ishii eegaa hin hafu
Gitakoon barbaaddadha
Kulkula onnee kiyyaa
Taa’een wal’aannadha

Lammataa deebi’ee
Dura ishii hin dhaabadhu
Maqaadhuma ishiiyyuu
Tasa hin yaadadhu

Silaa ani jaaladhus
Naaf hin qabduu dhiimmaa
Anis deemeen jiraa
Nagaa itti naaf himaa!

#Bilisummaa_Shibbiruu
9.3K viewsYW Kaachuu, 15:09
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-06-23 18:48:21 NAAF KAKACHIISAA!
Tarii jaalalakootu
Qabaatemoo xurii
Ishiitu jijjiirrate
Ilaalcha ishii durii?

Osoo anaan oodduu
Gabaatti haasofti
Waayee jiraachuukoo
Yoo yaaddu ni qaanofti

Ollaatti wacuudhaaf
Tasa yeroo hin dhabdu
Anatti hasaasuuf garuu
Sakoondii tokko hin qabdu

Ani osoon hin qabne
Badiin ishii hale
Waanuman jibbamuuf
Garuu nan wallaale

Badii ishiin agartee
Ittiin na jibbitu
Mee naaf gaafadhaa
Sinitti haa himtuu

Jedhaa naaf gaafadhaa
“Maali badiin isaa?”
Yoon badii qabaadhe
Jiraachuufaan dhiisa!
Waanta ishiin jettemmoo
Naaf kakachiisaa!

#Bilisummaa_Shibbiruu
Join @BarruuWalaabu
8.9K viewsYW Kaachuu, 15:48
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-06-23 14:29:44 Hamster Kombat

Ammas namootni hin jalqabin jalqabuuf carraa qabdu



https://t.me/hamster_kombat_boT/start?startapp=kentId356935815
9.0K viewsYW Kaachuu, 11:29
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-06-21 15:43:55 Baay'een keenya,

Akkatti gubannu
Beeknee hin dubbannu
Fixannee hin himannu
Himannee hin fixannu!

Akkuma gaafasiiti har'a
Hin sirreeffannu miira
Suma yaadna
Inuma aadna.

Gubaa garaa,
Dhibee baraa,
Yeroo maraa!

Namni qaroo dhabe, maaliin tasgabbaa'a?
Aarii muddaan qabee waa sagal hakaa'a
Yaadaan labneerra
Malas dhabneerra
gadduu...gadduu... harquu... harquu
Dhugaakee imimmaanni hin argu
Xaxamneerra dadhabneerra
Ofii keenyas taajjabneerra!

Gubaa garaa,
Dhibee baraa,
Yeroo maraa!

Otoo carroomtee, maal jetta laata?
Hireen keenyas haqakee fakkaata!
*
2024
Kanaa'ol Badhaadhaa
Hacaaluu Hundeessaa yaadachaa
@Walaloon_Jaalala
12.7K viewsYW Kaachuu, 12:43
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-06-20 22:04:25 Amalli kee kaanitti bitaa;
Ana keemmoo isatu bita!

Calleensa kee dhaggeeffadhee,
Addeessa kee dhugeeffadhee;

Tasgabbii keetti madaqee,
Ariitii koo ofirraa haqee;

Aarii keetiin of adabee,
Kolfa keetti of sababee;

Gochoota kee jechaan ibsee,
Karoora koo keetiin kiphsee;

Akkan eegetti dhabu sirraa;
Akkan seeqetti waliin jirraa!

#AnSiiF
Walaloo erguuf @Walaloo_bot
@Walaloon_Jaalala
10.7K viewsYW Kaachuu, 19:04
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-06-20 19:47:55 Ilaamee Giiftiikoo,

Ana garbichakee- ayyaannikee fidnaan,
Ana garbichakee- afaan dubbii didnaan,

Ilaamee akkas godhi...
Ixaana ayyaanakeen- ONNEE kiyya uli
abbeentaan siif laadha- ati keessa buli.

Yoos,
Yeedaloo jaalalaatin miirrikoo shubbisa
Yoos,
Afaan dubbii didus- miirri afaan baasee, dirqiin si dubbisa!

Abraham Solomon
Walaloo erguuf @Walaloo_bot
@Walaloon_Jaalala
10.4K viewsYW Kaachuu, 16:47
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-06-20 17:04:27 "Borutti mana keessa

Diinqa kee dhirsa keetti aanfannaan
Qaayya Ultee Kofa keetti aarfannaan

Ulfooftullee Ilma deecha
Kabajamtee Diinqa teecha

Har'atti
Jaarsa dhabuutu Jaarii si dhaansisa
Waarsaa dhabuutu #Dhaalaa si dhabsiisa

Gaaddisni Manjii
Garaan si Majii

Har'atti atuu burree
Baratti atuu #Surree"

Jenneen intala teenya

Ulfooftee gubaa baatteen
Beeloftee #Kutaa nyaatteen

Cabsii Taliilaa
Walaloo erguuf @Walaloo_bot
@Walaloon_Jaalala
10.0K viewsYW Kaachuu, 14:04
ክፈት / አስተያየት ይስጡ