Get Mystery Box with random crypto!

Walaloon Jaalala

የቴሌግራም ቻናል አርማ walaloon_jaalala — Walaloon Jaalala W
ርዕሶች ከሰርጥ:
Kutaa
Dhaalaa
Surree
Ansiif
Bilisummaa
All tags
የቴሌግራም ቻናል አርማ walaloon_jaalala — Walaloon Jaalala
ርዕሶች ከሰርጥ:
Kutaa
Dhaalaa
Surree
Ansiif
Bilisummaa
All tags
የሰርጥ አድራሻ: @walaloon_jaalala
ምድቦች: ያልተመደበ
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 53.64K
የሰርጥ መግለጫ

Telegram irraa qarshii argachuuf link kana fayyadamaa.
https://telega.io/?r=l9NDCHx-
Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

Ratings & Reviews

2.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

1

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

1


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 5

2024-06-01 10:45:01 Notcoin caala airdrop kaffalu fi guyyoonni muraasni qofti hafe kana dafaa itti fayyadamaa.

https://t.me/mnemonic_game_bot/start?startapp=ref_356935815
8.0K viewsYW Kaachuu, 07:45
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-05-31 10:33:05 Namootni Notcoin sin darbees ta'ee kanneen kanaan dura hojjattan hundaaf oduu gammachiisaa. Airdrop amanamaa ta'e shan siniif dhiyeesseera hunduma isaanii yaalaa. Booddee nu galateeffattu.

1. TapSwap
https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_356935815

2. Secret Coin
https://t.me/mnemonic_game_bot/start?startapp=ref_356935815

3. Ava Coin
https://t.me/avagoldcoin_bot?start=1c2ee3ddc15fa7373af0

4. Hamster Kombat
https://t.me/hamster_kombat_bot?start=kentId356935815

5. MemFi Coin
https://t.me/memefi_coin_bot?start=r_3e652ba3b6

Airdrop shanan kanaan qarshii gaarii hojjattu dafaa itti fayyadamaa. Booddee akka hin gaabbine.
7.8K viewsYW Kaachuu, 07:33
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-05-31 06:46:23 Do you enjoy reading this channel?

Perhaps you have thought about placing ads on it?

To do this, follow three simple steps:

1) Sign up: https://telega.io/c/Walaloon_Jaalala
2) Top up the balance in a convenient way
3) Create an advertising post

If the topic of your post fits our channel, we will publish it with pleasure.
5.8K viewsYW Kaachuu, 03:46
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-05-28 21:00:33 "Hafuurakee yoo qaammatan,
kan karkarsaaf wal saammatan,
Hoormooniinkoo haa burqani,
mormakootti naaf hargani!

Yoon lolaasu dafqa miiraa,
nan ilaalin akka suuraa,
Natti seeqi dunuunfadhuu,
dhikkisakoo naaf dhuunfadhu!

Afaan qabdoof dhadhaa baqsu,
farda fedhii haa dammaqsu.
Naan haa gulufu nadhiinkee,
na kiphuu'n nuffin hidhiinkee..."

Gaafan jedhu natti seeqnaan,
na si'eessuuf achi hiiqnaan,
Of kennuushee, miirri bare, ittuu ho'e,
dhungannaasheef, huuruu qareen, itti lo'e!
... Yoona kana...
Adda dhahee, na dammaqse, rogni siree,
kanan ta'e, sin hankaaksin, yaa dinsire!

Aga Guda
9.5K viewsKeby, 18:00
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-05-28 14:27:53 Siimboon jiruu.....
Ati jirtu siin bareeda
Siifoo jiruu....
Kiyyarraayyuu siin arreeda

Bakki ati jirtuu....
Na hawwata urgaansaayyuu
wal-simatee
Walakkeessi Onnee keenyaa
Kanaaf hirbuun wal-hidhatee

Guca Abdii si godhadhee
ergan dhugaan sitti of kennee
dhuma badii sitti abjoodhee
jaalalakoo siin waakkanne

Marsii
Walaloo erguuf @Walaloo_bot
@Walaloon_Jaalala
9.0K viewsYW Kaachuu, 11:27
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-05-27 20:28:12
Freelancers Unite! Exclusive freelance jobs posted EVERY DAY.Join the community and start applying for gigs today.
9.9K viewsYW Kaachuu, 17:28
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-05-26 14:21:40 Qalbiikoo hunkuree
Keessakoo gurguree
Si jaaladheen ture.
-
Garuu,
Waadaan dhugaa harka keetti citee
Jaalalli si didee maallaqni si bite!

Gaafa sana,
Namaaf gadda;
waadaatu diigame
Anaaf adda;
sobarraan hiikame.
* * *
Kanaa'ol Badhaadhaa tiin
Walaloo erguuf @Walaloo_bot
@Walaloon_Jaalala
6.8K viewsYW Kaachuu, 11:21
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-05-25 15:01:16 Ati akka jecha koon oli
Naaf jiraadhu naaf toli

Waa'ee kee odeessus
Waa danuu bobeessus

Si faarsuf kan an labu
Si ibsuuf humna hin qabu

Danuun jechoota
Mirreen gochootaa

Wal tahanii wal hidhanii
Caalbaasin wal bitanii

Caraananus ,weelluu baraa
Jechi afaan namaa ,ana nan gahu garaa

Si ibsuuf..........

Waa hedduun jedhamus
Qarqabni jechootaa Gaalanis fe'amus

Afaan baasee yoo lallabe
Raajii hojii uumaa .........
si ibsuuf humna dhabe

An kan jedhu.............
Bakka jirtutti nagaa tahi
Naaf jiraadhu bara bahi

Sin argin gidiraan dachee irraa
Aduun baraa sin dhaanin dirra

Si hin dhibin jireenyi
Sin argatin hammeenyi

@Abdii_Nagahoo
Walaloo erguuf @Walaloo_bot
@Walaloon_Jaalala
7.6K viewsYW Kaachuu, 12:01
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-05-24 22:50:20 Gaaf heddu,
Kobbeen buta waraqaan fida
Jechi na dida

Gaaf heddu,
Waliinan gaha kobbeef waraqata
Kanin barreesse garaa na hanqata

Gaaf gaaf,
Jecha qaba
Humnan dhaba
Gaaf gaaf,
Fedha qaba
Jechan dhaba
-
(Kana dura dhimmeera)
Eessumarraa eegalee eessattimee goolabu?
Maal fa'aa tatarreessee dhugaakee katabu?
(Kana booda dhiiseera)
Waanan jedhee hinfixne kankee hin jalqabu!
Ati,
hin akkeeffamtu
hin fakkeeffamtu
hin barreeffamtu
Jechaan ni dhibamta
Jireenyaan himamta!
* * *
Kanaa'ol Badhaadhaa
Walaloo erguuf @Walaloo_bot
@Walaloon_Jaalala
7.9K viewsYW Kaachuu, 19:50
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-05-24 16:24:59 Namootni Notcoin sin darbees ta'ee kanneen kanaan dura hojjattan hundaaf oduu gammachiisaa. Airdrop amanamaa ta'e shan siniif dhiyeesseera hunduma isaanii yaalaa. Booddee nu galateeffattu.

1. TapSwap
https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_356935815

2. Secret Coin
https://t.me/mnemonic_game_bot/start?startapp=ref_356935815

3. Ava Coin
https://t.me/avagoldcoin_bot?start=1c2ee3ddc15fa7373af0

4. Hamster Kombat
https://t.me/hamster_kombat_bot?start=kentId356935815

5. MemFi Coin
https://t.me/memefi_coin_bot?start=r_3e652ba3b6

Airdrop shanan kanaan qarshii gaarii hojjattu dafaa itti fayyadamaa. Booddee akka hin gaabbine.
8.2K viewsYW Kaachuu, 13:24
ክፈት / አስተያየት ይስጡ