2022-10-28 18:30:51
ቀን ጥቅምት 18/2015ዓ.ም
የቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ ማስተማሪያ ሆስፒታል እና የአርባሚንጭ አጠቃላይ ሆስፒታል ለምዕራብ ጉጂ፣ጉጂ እና ጌዲኦ እንዲሁም ለቦረና ዞን ነዋሪዎች የአይን ሞራ ግርዶሽ ህክምና እየሰጡ ይገኛሉ።
የቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ ማስተማሪያ ሆስፒታል ሜዲካል ዳይሬክተር የሆኑት ዶ/ር ሳፈይ ኤሌማ እንደተናገሩት ይህ የአይን ቀዶ ህክምና እየተሰጠ የሚገኘዉ በቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ ማስተማሪያ ሆስፒታል እና በአርባምጭ አጠቃላይ ሆስፒታል አንድላይ በመቀናጀት ለአንድ ሳምንት እየተሰጠ ይገኛል ብለዋል።
ይህ የአይን ሞራ ግርዶሽ ቀዶ ህክምና ለመጀመሪያ ጊዜ በቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ ማስተማሪያ ሆስፒታል እየተሰጠ የሚገኘዉ ለመጀመሪያ ጌዜ ስሆን፣ለወደፊቱም በአመት ሁለት ጊዜ ህክምናዉ ለመስጠት ታቅዷል። እንዲሁም በዩኒቨርሲቲዉ ማስተማሪያ ሆስፒታል ቀዶ ህክምናዉን ለመስጠት እየተሰራ ነዉ ብለዋል።
በማከልም ይላሉ አቶ ደመቀ ደበበ በአርባምንጭ አጠቃላይ ሆስፒታል የአይን ህክምና አስተባባሪነት የተመደቡት፣እዚህ የመረጥነበት ምክኒያት በዋነኚነት ከዚህን በፊት ህብረተሰቡ ወደ አርባምጭ እና ሌሎች አጎራባች አከበቢዎች በመሄድ ያልተገባ ወጪ ስለሚያወጡ፣እንዲሁም ከዚህን በፊት ይህ የአይን ሞራ ግርዶሽ ህክምና ባለመሰጠቱ የተነሳ የሰዉ ብዛት ስላለ ነዉ ብለዋል። አቶ ደመቀ ደበበ አክለዉም በዚህ ዙር ከ500 እስከ 600 ሰዎች ህክምናዉን ለመስጠት እቅድ ይዘናል ብለዋል።
አቶ ተከተል ማቲዎስ የሂማላያን ካታራክት ፕሮጀችት ዳይሬክተር ሲሆኑ፣በኢቲዮጲያ ዉስጥ ድርጅታችን ከተለያዩ ቁጥራቸዉ 26 የሚጠጋ ድርጅቶች ጋር አብሮ የሚሰራ ሲሆን አርባምጭ አጠቃላይ ሆፒታልም አንዱ ነዉ ብላዋል። አቶ ታከለ እዳሉት በዚህ በአይን ሞራ ግርዶሽ ህክምና ለሚሰማሩት አርባምንጭ አጠቃላይ ሆስፒታልን ጨምሮ በፋይናንስ እንዲሁም በቁሳቁ እንረዳቸዋለን ብለዋል።
ህክምናዉ የተሰጣቸዉ ተገልጋዮችም ከአይነ ስዉርነት በመፈወሳቸዉ ደስታ የተሰማቸዉ ሲሆኑ ከዚህ በፊት በሰዉ ድጋፍ ሲንቀሳቀሱ እንደነበር ጠቅሰዉ ከአሁን በኋላ በራሳችን የፈለግናዉን ስራ እንድንሰራ ስላስቻለን ሂማላያን ካታራክት ፕሮጀችትን እዲሁም በዚህ ስራ ላይ ለተሳተፉት ዶክተሮች ምስጋናችን ይድረስ ብለዋል።
ለላቀ ለውጥ እንተጋለን!
ቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ
Onkoloolessa 18/2015.
Hospitaalli Barsiisummaa Yuunivarsiitii Bulee Horaafi Hospitaalli Waliigalaa Arbaa Mincii Waliin Ta'uun Jiraattota Godinaalee Gujii, Gujii Lixaafi Booranaa Akkasumas, Jiraattota Godina Geediyoo Namoota Rakkoo Fayyaa Ilaa Qabaniif Tajaajila Baqassanii Yaaluu Tolaa Taasiseefii Jira.
Meedikaal Daayirektariin Hospitaala Barsiisummaa Yuunivarsiitii Bulee Horaa Dr. Saafayii Elemaa, hujiin tajaajila baqassanii cidhoomuu Ilaa kun walta'iinsa Hospitaala Barsiisummaa Yuunivarsiitii Bulee Horaafi Hospitaala waliigalaa Arbaa Mincii ta'uu dubbataniiru.
Namoonni rakkoo fayyaa Ilaa qaban kunniin Godinaalee Gujii, Gujii Lixaafi Booranaa akkasumas, Godina Geediyoo irraa kan dhufan yoo ta'u, tajaajilli cidhuu Ilaa kun marsaa 1ffaadha; waggaa keessatti immoo marsaa lama akka ta'uuf hojjachaa jiraachuu himuun, ammaa achi meeshaalee cidhuu ilaatiif ta'an guutannee tajaajila cidhuu Ilaa asitti idileessuuf hojjachaa jirra jedhaniiru.
Hospitaala Waliigalaa Arbaa Minciitti qindeessaan hujii tajaajila baqassanii cidhoomuu Ilaa Obboo Dammaqaa Dabbabaa hujii kana Hospitaala Barsiisummaa Yuunivarsiitii Bulee Horaa irratti akka hojjannuuf wonni nu kakaase jiraattonni naannoo kanaa cidheessa yaalaa Ilaa gahaa waan hin arganneef dhukkubsattoonni dhibee Ilaas waan asitti baay'atanuuf Fandii deeggarsaa dhaabbata "Himalaya Cataract Project" irraa arganneen jiraattota Godinaalee kanneenii cidhoomuuf filachuu dandeenne jedhan.
Keessattuu dhukkubsattoonni dhibee moora Ilaas waan asitti hedduummataniif asi filachuu isaanii kan kaasan Obboo Dammaqaan gama biraatiin immoo hawaasni cidhuu fayyaa Ilaa barbaaduuf jedhee baasiiwwan adda addaatiif akka hin saaxilamneef jechuun marsaa kanaaf namoota 500_600 cidhoomuuf hojjachaa jiraachuu dubbataniiru.
Daayirektarri Olaanaan dhaabbata "Himalaya Cataract Project" Obboo Takattal Maatiyoos gama isaaniitiin, dhaabbanni isaanii akka Itiyoophiyaatti dhaabbilee gurguddoo 26 woliin kan hojjatu ta'uu himuun, isaan keessaa Hospitaalli Waliigalaa Arbaa Mincii isa tokko ta'uu dubbataniiru.
Dhaabbilee kanniin waliin taanee lammiilee harka qalleeyyii akka biyya kanaatti cidhoomaa turree jirra; yeroo Hospitaalli Arbaa Mincii tajaajila akkasii jalqabu dhaabbanni isaanii maallaqaan kan qarqaaru ta'uu Obboo Takattal dubbataniiru.
Dhukkubsattoonni tajaajila cidhuu Ilaa argachuun ilti isaanii dhaggites tajaajila tolaa isaaniif taasifametti gammadaniiru.
Jijjiirama Fulla'aaf Hojjanna!
Yuunivarsiitii Bulee Horaa
3.8K viewsTsega, 15:30