Get Mystery Box with random crypto!

Bule Hora University

የቴሌግራም ቻናል አርማ bulehorauniversity — Bule Hora University
የሰርጥ አድራሻ: @bulehorauniversity
ምድቦች: ትምህርት
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 15.79K
የሰርጥ መግለጫ

Bule Hora University Official telegram

Ratings & Reviews

2.33

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

1

2 stars

2

1 stars

0

የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 17

2022-11-15 11:58:53 *******
Sadaasa 06/2015.
DHAABBANNI MIT-MOOTUMMAA “INTERNATIONAL COMMITTEE RED CROSS (ICRC)” JEHADAMU QORICHOOTA GOSOOTA GARAAGARAA BIRRII MIILIYOONA 4 OL TA’U HOSPITAALA BARSIISUMMAA YUUNIVARSIITII BULEE HORAATIIF QARQAARSA TAASISE.

Hujiilee misoomaaf kanneen biraa mootummaan hojjatuun cinaatti dhaabbileen deeggartoota misoomaa hedduun isaanii waan kamiinuu mootummaa cinaa dhaabbachaa turaniiru.
Haaluma kanaan dhaabbanni Mit-Mootummaa ‘’ICRC’’ jedhamu kan Itiyoophiyaa keessatti waggoottan dheeraadhaaf wantoota garaagaraatiin lammiilee biyyattii tajaajilaa ture guyyaa hardhaa immoo Hospitaalichatti Qorichoota kutaa baqassanii cidhoomuutiif tajaajilu Hospitaala Barsiisummaa Yuunivarsiitii Bulee Horaatiif qarqaarsa taasiseera.
Pireezidaantii Yuunivarsiitii Bulee Horaa Dr.Taammiruu Aanolee dabalatee qaamoleen hoggansa Hospitaalichaa hedduun achitti argamuun qarqaarsa taasifame qarqaartota harkaa fudhachuun, Pireezidaantiin Yuunivarsiitii Bulee Horaa Dr.Taammiruun dhaabbata ‘ICRC’qarqaarsa isaaniif taasiseef galata galchaniiru.
Dhaabbata ‘ICRC’tti Ogeessi Fayyaa Hawaasaa Obboo Gammachiis Asfawu Qorichi guyyaa hardhaa qarqaasaan kennine kun irra jireessi isaa kutaa yaala baqassanii cidhoomuutiif kan tajaajilu yoo ta’u, Qorichi kun waliigalatti Birrii Miil.4fi kuma 782 fi 371’tti kan tilmaamamu ta’uu dubbataniiru.
Akka isaan jedhanitti, bara 2014 baatii Bitootessa keessa Hospitaala Barsiisummaa Yuunivarsiitii Bulee Horaa kana dhufnee rakkoolee garaagaraa qo’achaa turre irraa kaanee rakkoolee jiran galtee taasifachuun keessumaa lammiileen sababa rakkoolee nageenyaatiin qe’eefi qabeenna isaanii irraa buqqa’anii turan dabalatee kuufamni hawaasaa kan tajaajila Hospitaalichaatii ol ta’an naannoo kanatti waan baay’ataniif achirraa kaanee qarqaarsa kana gochuu dandeenne jedhan.
Itti Gaafatamaan Waldaa Qaxxaamura Diimaa Damee Godina Gujii Lixaa Dr.Boggaalaa Tagany gama isaaniitiin, sababa hawaasni rakkoolee garaagaraa irraa ka’uun naannoo kanatti baay’atuun baay’inni uummataafi kenniinsi tajaajila Hospitaalichaafi hanqinni Qorichaa jiraachuu isaa bara darbe dhaabbata ‘’ICRC’’woliin rakkoolee jiran qo’annee adda baafanne sani galtee godhannee kunoo guyya hardhaa Qoricha kana isaan woliin taanee qarqaarsaan kennuu dandeennee jirra jechuun dubbataniiru.
Hospitaala Barsiisummaa Yuunivarsiitii Bulee Horaatti Chief Clinical Director kan ta’an Dr.Saafayii Elemaa qarqaarsa Qorichaa isaaniif taasifametti gammaduun, Qorichi qarqaarsaan nuuf kenname kun irra caalaan isaa Qoricha kutaa tajaajila baqassanii cidhoomuutiif tajaajila kanneen akka caba Lafeetiif ta’an kan of keessa qabu ta’uu dubbachuun, dabalataan immoo karoora bittaa Qorichaa barana akka Hospitaala keennaatti karoorfanne sani irra caalaa kan nuuf utubuudha jechuun dubbataniiru.

Jijjiirama Fulla’aaf Hojjanna!
Yuunivarsiitii Bulee Horaa.
3.1K viewsTsega, 08:58
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-11-15 11:58:51
ህዳር 06/2015
“INTERNATIONAL COMMITTEE RED CROSS (ICRC)” የተባለ መንግሥታዊ ያልሆነ ድርጅት ለቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ ማስተማሪያ ሆስፒታል ግምቱ ከ4 ሚሊየን ብር በላይ የሆነ የቁሳቁስና የመድሃኒት ድጋፍ አደረገ።

በመንግስት ከተከናወኑ ሌሎች የልማት ስራዎች ጎን ለጎን በርካታ የልማት ድጋፍ ሰጪ ድርጅቶች በሁሉም መንገድ ከመንግስት ጎን ሲቆሙ ቆይተዋል። በዚህም መሰረት በኢትዮጵያ ለረጅም አመታት የሀገሪቱን ዜጎች በተለያዩ መንገዶች ሲያገለግል የቆየው ICRC ዛሬ ለቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ ማስተማሪያ ሆስፒታል ለቀዶ ጥገና የሚያገለግሉ መድሀኒቶችን ለግሷል።

የቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ ፕሬዝዳንት ዶ/ር ታምሩ አኖሌ በሆስፒታሉ ተገኝተው ከለጋሽ ድርጅቱ ድጋፉን በመረከብ ምስጋና አቅርበዋል። የICRC የህብረተሰብ ጤና ባለሙያ አቶ ጋመቺስ አስፋዉ የተበረከቱት መድሃኒቶች በአብዛኛው ለቀዶ ጥገና ክፍል የሚውሉ መሆናቸውን በመግለጽ አጠቃላይ የመድሃኒቱ ዋጋ 4,782,371.00 ብር ይገመታል ብለዋል።

የምዕራብ ጉጂ ዞን ቀይ መስቀል ማህበር ቅርንጫፍ ኃላፊ ዶ/ር ቦጋላ ተገኝ እንደገለፁት ድጋፉ በሆስፒታሉ ከሚገለገለው የህዝብ ብዛት አንጻር ለአገልግሎት አሰጣጥ መሳለጥ እና የመድሃኒት እጥረት እንዳይከሰት ለማድረግ ከፍተኛ ጠቀሜታ አለው ብለዋል።

የቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ ማስተማሪያ ሆስፒታል ክሊኒካል ቺፍ ዳይሬክተር ዶ/ር ሳፋዬ ኤሌማ በበኩላቸው ከተበረከቱት መድኃኒቶች መካከል አብዛኞቹ ለቀዶ ጥገና ክፍል እንዲሁም እንደ ስብራት ላሉ ህመሞች የህክምና እርዳታ ለመስጠት እንደሚያገለግሉ ገልጸዋል።

ቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ
“ለላቀ ለውጥ እንተጋለ”!
3.0K viewsTsega, 08:58
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-11-14 17:11:39 ህዳር 05/2015
ቡሌ ሆራ ዪኒቨርሲቲ ነባር ቅድመ ምረቃ እና ድህረ ምረቃ ተማሪዎችን በመቀበል ላይ ይገኛል፡፡

ዪኒቨሲቲው ለተማሪዎቹ መልሶ ቅበላ ለማድረግ የሚያስችሉ ሙሉ ዝግጅቶችን በማጠናቀቅ ከህዳር 5-6/2015ዓ.ም ለነባር ተማሪዎች ጥሪ ማድረጉን ተከትሎ፣ተማሪዎቹ ወደ ዪኒቨርሲቲው በመግባት በዛሬው እለት ምዝገባ እያከናወኑ ይገኛሉ።

ዪኒቨርሲቲው የተለያዩ የቅበላ ኮሚቴዎች በማዋቀርና በቂ ተሽከርካሪዎችን በማዘጋጀት ከቡሌ ሆራ ከተማ መነሃሪያ ጀምሮ አቀባበል በማድረግ ላይ ሲሆን ከምዝገባ ሂደት መጠናቀቅ በኃላ የክፍል ውስጥ የገፅ ለገፅ ትምህርት ለመጀመ በቂ ዝግጅቱን አጠናቋል። ውጤታማ የትምህርት ዘመን እንዲሆንላቸው ዪኒቨርሲቲው መልካም ምኞቱን ይገልፃል።
ቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ
ለላቀ ለውጥ እናተጋለ!

*******************
Sadaasa 5/2015
YUUNIVARSIITIIN BULEE HORAA BARATTOOTA IDILEE BULEEYYII HAALA HOO'AA TA'EEN SIMACHUU EEGALE.
**************************************************************************
Yuunivarsiitiin Bulee Horaa bara barnootaa 2015tti hojii baruufi barsiisuu isaa itti fufsiisuuf, waamicha barattoota idileef Sadaas 5fi 6tti gochuun isaa ni yaadatama. Haaluma kanaan, guyyaa har’aa baratttoota isaa haala ho’aa ta’een simachuu eegale jira. Simannaa kana keessatti Hawaasni Yuunivarsiitichaa, poolisiin kampaasii fi qaamoleen nageenyaa hirmaachuun guyyaa har'aa barattoota dhufaniin Yooyyaa baga nageyaan gara Yuunivarsiitii teessanii deebitanii dhuftan, nuutis bifa maatummaatiin cinaa teessan jirra jechaa simataa jiru.

Itti Aanaa Perezidaantii Dhimmoota Hojjattoota Bulchiinsaa fi Tajaajila barattootaa Yuunivarsiitii Bulee Horaa Dr.Roobaa Danbii barattootaan baga nageyaan gara mana keessan kan taate Yuunivarsiitii Bulee Horaatti deebitanii dhuftan jechuudhaan, gama tajaajila barattootaatiin qophiin barnootaa bara kanaa haala gaariin kan xumurame ta'uu isaa dubataniiru.

Daayrekterri daayrektoreetii tajaajila barattoota Yuunivarsiitii Bulee Horaa Obboo Haroo Dullooma haasawa taasisaniin akka dubbatanitti haalli tajaajila barattootaa bara 2015 bifa tasgabbii qabuun akka barnoota isaanii baratan qophii cimaa taasisuu mana hojichaa himaniiru.

Haalli simannaa kanaas koree simannaa iddoo adda addaa sadii (3) tti qooduun, jechuunis buufata konkolaataa magaalichaa, seensa Yuunivarsiitichaa fi bakka bultii barattootaa irratti ramaduun barattootni haala hoo'aa ta'een simatamaa jiraachuu ibsaniiru.

Simannaa kana irratti barattootni tokko tokko akka dubbatanitti simannaan haala kanaan isaaniif godhamuun isaa baay’ee kan isaan gammachiise ta'uu dubbataniiru.

Jijjiirama Fulla’aaf Hojjanna!
Yuunivarsiitii Bulee Horaa
929 viewsAbdisa Dido, 14:11
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-11-14 17:11:22
850 viewsAbdisa Dido, 14:11
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-11-14 17:11:01 Sadaasa 03/2015
Yuunivarsiitii Bulee Horaatti Leenjiin Hubbannoo Guyyoota Sadiif Abbaa Taayitaa Bittaafi Qabeenyaa Federaalaatiin Hoggantootaafi Oggeeyyii Bulchiinsa Qabeenya, Bittaafi Faayinaansiif kenname.
******************************************

Leenjiin Abbaa Taayitaa Bittaafi Qabeenyaa Federaalaatiin qophaa'e daayirekteroota Kutaalee Bulchiinsa Qabeenya, ogeeyyii Bittaa fi Faayinaansii akkasumas hoggaansa seektarichaa dabalatee turti guyyoota sadiitiif qophaa'e Yuunivarsiitii Bulee Horaatti kennameera.

Waltajjii marii kanarratti preezdaantii Yuunivarsiitichaa dabalatee, itti aanonni pireezidaantii yunivarsiitichaa, daayreektaroonni, deenonni kolleejii, ogeeyyii faayinaansii fi ogeeyyiin bittaa fi bulchiinsa qabeenyaa hirmaataniiru.

Kaayyoon leenjii kanaa inni guddaan qabeenya dhaabbatichi qabu sirnaan itti fayyadamuu fi raawwii bittaa qajeelfamaan alaa to'achuu, qisaasa'ummaa qabeenyaafi maallaqaa hambisuu akka ta'e leenjisaa Obbo Zabbanaa Gazahanyi ibsaniiru.

Leenjicharraati daayirekteroonni kutaalee bulchiinsa gara garaa kan hirmaatan yoo ta'u, sagantaa leenjii kanarratti haasawa baniinsaa kan taasisan pireezidaantii Yuunivarsiitii Bulee Horaa Dr.Taammiruu Aanolee keessummootan ergaa baga nagayaan dhuftanii booda, leenjiin kun baay'ee barbaachisaa fi faayidaa qabeessa waan ta'eef qaamoleen hirmaatan miira hoo'aa fi itti gaaftamummaa qabuun harcaatii tokko malee akka hirmaatan dhaamanii turan.

Leenjistoonni leenjii kanaa ibsa kennaniin leenjichi dhaabbilee barnoota olaanoo hunda keessatti kan kennamu ta'uu himuun, dabalataanis hubannoon olaanaan adda durummaan hoggantoota kutaalee bulchiinsa sadii jechuunis bulchiinsa faayinaansi, bulchiinsa qabeenyaa fi kutaa bittaa, ogeeyyii seekteroota kaneenii hundaaf hubannoo gaarii uumuu akka danda’u ibsanuuru.

Leenjii kana irratti ilaalcha waliigalaa bittaa mootummaa, seerota bittaa mootummaa, hiikaa fi amala addaa bittaa mootummaa, barbaachisummaa bittaa fi gosoota fi adeemsa bittaa, qulqullina bulchiinsa qabeenyaa mirkaneessuufi baajata bittaa odiitii irraa bilisa ta’een hojii hojjechuuf, leenjiin kun hubannoo gaarii akka uume ibsameera.
Jijjiirama Fulla’aaf Hojjanna!
Yuunivarsiitii Bulee Horaa
885 viewsAbdisa Dido, 14:11
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-11-14 17:10:57
810 viewsAbdisa Dido, 14:10
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-11-12 18:17:22 Sadaasa 03/2015

2.0K viewsTsega, 15:17
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-11-12 18:16:35
1.8K viewsTsega, 15:16
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-11-12 18:16:33 ህዳር 03/2015
በቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ ለሶስት ቀናት በፌደራል ግዥና ንብረት ባለስልጣን የግንዛቤ ማስጨበጫ ስልጠና ለንብረት አስተዳደር፣ግዥና ፋይናንስ ባለሙያዎች ሲሰጥ ይቆየዉ ዛሬ ተጠናቀቀ።
***********************************************
በፌዴራል ግዥና ንብረት ባለስልጣን ባለሙያዎች ለቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ ንብረት አስተዳደር ሰራተኞች፣ ዳይሬክተሮች፣ ለግዥና ፋይናንስ ባለሙያዎች እንድሁም ለሴክተር አመራር አካላት ስልጠና ተሰጥቷል።
የዩኒቨርሲቲውን ፕሬዚዳንት ዳ/ር ታምሩ አኖሌን ጨምሮ፣ የዩኒቨርሲቲው ም/ፕሬዚዳንቶች፣የጸ/ቤት ሀላፊችዎች፣ዳሬይክተሮች፣ ዲኖች የፋይናንስ ባለሙያዎች እና የግዥና ንብረት አስተዳደር ባለሙያዎች በምክክር መድረኩ ላይ ተሳትፎዋል።

የዩኒቨርሲቲው ፕሬዚዳንት ዳ/ር ታምሩ አኖሌ በምክክር መድረኩ ላይ ባደረጉት የመክፈቻ ንግግር የምክክር መድረኩ የግዥ እና ንብት አያያዝን ለማሻሻልና ቁጥጥር ለማድረግ አስፈላጊና ጠቃሚ መሆኑን በመጠቆም፣ስልጠናው ሁሉም ባለሙያዎች በሀላፊነት እና በተጠያቂነት እንዲሰሩ ያስችላል ብለዋል።
ከ.ኢ.ፌ.ዳ.ሪ ግዥን ንብረት ባለስልጣን የመጡ የግዥ ንብረት ባለሙያዎች በምክክር መድረኩ ሰፊ ማብራርያ የተሰጠ ሲሆን፣የዩኒቨርሲቲው የግዥና ንብረት አስተዳደር ሂደትም በተሳታፉ ባለሙያዎች ተብራርቷል። የመንግስት ግዥ አጠቃለያ ገፅታ፣የመንግስት ግዥ ህጎችና መሪዎች የመንግስት ግዥ ትርጉም እና ልዩ ባህሪያት፣የግዥ አስፈላግጊነት ምንነት፣ንብረት አያያዝ እንዲሁም የግዥ አይነቶች እና ሂደቶችን ጨምሮ ተመሳሳይነት ባላችው ርዕሰ ሀሳቦች ላይ ሰፊ የግንዛቤ ማስጨበጫ ስልጠና እና ውይይት ተደርገዋል።
በግዥና ንብረት አስተዳደር ዙሪያ በዩኒቨርሲቲው የተካሄደው የምክክር መድረክ ለዩኒቨርሲቲው የግዥና ንብረት አስተዳደር ጥራትን ለማረጋጋጥ እና ከኦዲት ግኚት የፀዳ ስራ ለመስራት የላቀ መሆኑ በመድረኩ የተጠቆመ ሲሆን፣የምክክር መድረኩ ጥሩ ግንዛቤ እንደፈጠረ ተገልጿል።

ቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ
ለላቀ ለውጥ እናተጋለ!
1.8K viewsTsega, 15:16
ክፈት / አስተያየት ይስጡ