2022-10-28 18:34:06
ጥቅምት 18/2015
የቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ የ12ኛ ክፍል ሀገር አቀፍ ፈተና በተሳካ ሁኔታ እንዲጠናቀቅ የተሰጣቸውን ሥራ ለሠሩ ለዩኒቨርሲቲው ሠራተኞች የምስጋና መረሃ ግብር በማዘጋጀት፤በዚሁ ዕለት የዩኒቨርሲቲውን ዋና መግቢያ በር አስመርቋል።
የ12ኛ ክፍል ብሄራዊ ፈተና ከመስከረም 30/2015ዓ.ም እስከ ጥቅምት 11 /2015 ዓ.ም በሁሉም የሀገሪቱ ዩኒቨርሲቲዎች ወስጥ እንደ ተሰጠ ይታወሳል።
በዚህም መሰረት የቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ ለፈተና መሳካት የበኩላቸውን ሚና የተወጡ የተለያዩ አካላትን ጨምሮ ለመላው የዩኒቨርሲቲው ማህበረሰብ የምስጋና ፕሮግራም አዘጋጅቶ በዝሁ ዕለት የዩኒቨርሲቲውን ዋና መግቢያ በርንም አስመርቆ ለአገልግሎት ክፍት አድርጓል።
በምስጋና መርሐግብሩ ላይ፣ የኦሮሞ አባ ገዳዎች ሰብሳቢ እና የጉጂ አባ ገዳ የሆኑት አባ ገዳ ጂሎ ማንዶ እንዲሁም የሀገር ሽማግሌዎችና የሀይማኖት አባቶች ተገኝተዋል።
የቡሌ ሆራ ዩንቨርስቲ ፕሬዝዳንት ዶ/ር ታምሩ አኖሌ እንደገለፁት፣ የሀገር አቀፍ የ12ኛ ክፍል መልቀቅያ ፈተና ዩኒቨርሲቲያችን ላስመዘገበው ስኬት ለተለያዩ ኮሚቴዎች፣ዳይሬክተሮችና ዲኖች፣ በተለያዩ ክፍሎች ለሚሰሩ የፀጥታ አካላት ፣የተማሪዎች አገልግሎት እና የተማሪዎች ምግብ ቤት ሰራተኞች ፣ባደረጋችሁት ቁርጠኝነት እና አስተዋፆኦ ነው ብለዋል። ወደፊትም ይህንን የመረዳዳት ባህላችንን አጠናክረን እንድንቀጥል ዩኒቨርሲቲው ፕሬዝዳንት ማህበረሰቡን አሳስበዋል።
የቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ የአስተዳደር ሰራተኞች እና የተማሪዎች ጉዳይ ምክትል ፕሬዝዳንት ዶ/ር ሮባ ዳንቢ በበኩላቸው የዩኒቨርሲቲያችን ስም ስኬት በእናንተ እንደሚገለፅ "በዩኒቨርሲቲያችን ማህበረሰብ የተደረገው የጋራ ስራ የስኬታችን መገለጫ ነው" በማለት ስገልጹ በሰተመጨረሻም የቡሌ ሆራ ዩንቨርስቲ ፕሬዝዳንት ዶ/ር ታምሩ አኖሌ እንደገለጹት የበሩ ዲዛይን የጉጂን ኦሮሞ ባህላዊ ትስስር (Structure) የያዘ መሆኑን ይገልፃል በማለት ንግግራቸውን ቋጭቷዋል።
ለላቀ ለውጥ እንተጋለን!
ቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ
*************************************************
Onkoloolessa 18/2015
Yuunivarsiitiin Bulee Horaa Qaamolee Milkaa'ina Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaatiif Hujii Itti Kennamte Milkaa'inaan Xummuraniif Sagantaa Galataa Qopheessuun Balbala Guddoo Seensuma Yuunivarsiitichaa Eebbisuun Tajaajilaaf Banaa Taasiseera.
Akkuma beekkamu qormaanni Biyyoolessaa kutaa 12ffaa Fulbaana 30/2015 irraa jalqabee haga Onkoloolessa 11/2015'tti Yuunivarsitoota biyyattii hunda keessatti Kennamaa turuun isaa ni yaadatama.
Bu'uuruma kanaan Yuunivarsiitiin Bulee Horaa qaamolee garaagaraa kanneen milkaayina qormaatichaatiif qooda hujii Itti kennamte fiixaan baasan dabalatee hawaasa Yuunivarsiitichaa hundaaf sagantaa galataa qopheessuun balbala guddoo seensuma Yuunivarsiitichaa eebbisuun tajaajilaaf banaa taasisee jira
Sagantaa galataafi eebba balbala guddoo kana irratti kanneen hirmaatan Pireezidaantii Yuunivarsiitii Bulee Horaa Dr. Taammiruu Aanoleefi Itti Aantota Pireezidaantotaa dabalatee abbaan Gadaa Gujiifi walitti qabaan tokkummaa gumii abbootii Gadaa Oromoo Jiloo Maandhoo akkasumas, jaarroleen biyyaafi abbootiin amantaa argamaniiru.
Pireezidaantiin Yuunivarsiitii Bulee Horaa Dr.Taammiruu Aanolee akka jedhanitti, milkaayinni akka Yuunivarsiitii keennatti argame kun waan isin dhimma mataa keessanirraa baatanii ifi kennitanii hojjattaniif milkoonne waan te'eef koreeleen garaagaraa, hojjattoonni mana nyaataa, qaamoleen nageenyaa kutaalee adda addaa keessa hojjachaa turtan Daarekteroonni, Diinonni walumaagalatti hawaasni Yuunivarsiitii keennaa martinuu galatoomaa jechuun, gara fuulduraattis aadaa walgargaarsaa kana cimsee jabeeffachuu qabnaa dhaaman.
Tajaajilaaf banaa ta'uu seensuma balbala guddoo Yuunivarsiitichaa ilaalchisuun akka jedhanitti, diizaayiniin balbala tanaa Gujii balbala 7 Haaganaa 3 fi Gujii fincaan 5 kan ibsu ta'uu isaa dubbachuun, balbalti tun guyyaa hardhaa irraa jalqabdee tajaajilaaf banaa teeteetti jedhan.
Itti Aanaan Pireezidaantii Dhimmoota Hojjattootaafi Barattootaa Yuunivarsiitii Bulee Horaa Dr. Roobaa Danbii gama isaaniitiin, milkaayinni maqaa Yuunivarsiitii keennaa isiniin ibsama jechuun, "Woliigalan alaa galan" akkuma jedhamu woliigalteen hawaasni Yuunivarsiitii keennaa miilana woliigalee hojjate ibsituun isaa milkaayina keenna miilanaati waan te'eef gara fuulduraattis qindoominni keenna kana caalaa cimee itti fufuu qaba jechuun dhaamaniiru.
Jijjiirama Fulla'aaf Hojjanna!
Yuunivarsiitii Bulee Horaa
4.3K viewsTsega, 15:34