Get Mystery Box with random crypto!

Bule Hora University

የቴሌግራም ቻናል አርማ bulehorauniversity — Bule Hora University
የሰርጥ አድራሻ: @bulehorauniversity
ምድቦች: ትምህርት
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 15.79K
የሰርጥ መግለጫ

Bule Hora University Official telegram

Ratings & Reviews

2.33

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

1

2 stars

2

1 stars

0


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 18

2022-11-11 16:12:32
3.0K viewsTsega, 13:12
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-11-11 16:12:30
2.7K viewsTsega, 13:12
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-11-10 18:10:48
577 viewsTsega, 15:10
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-11-10 18:10:26
584 viewsTsega, 15:10
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-11-10 18:08:38
604 viewsTsega, 15:08
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-11-10 18:05:09 ህዳር 01/2015
በቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ ከጠቅላላ አገልግሎት፣ ከተማሪዎች አገልግሎት እና ከካምፓስ ፖሊስ አባላት ጋር ውይይት ተደረገ።
*****************************
ለ2015 የትምህርት ዘመን ስኬት በማስመልከት ዩኒቨርሲቲው ለውጤታማ የመማር ማስተማር ስራን በሚመለከት ከዩኒቨርሲቲው ሰራተኞች ጋር ውይይት አድርገዋል።

የውይይቱ አላማ በ2015 የመማር ማስተማር ስራ ያለ ምንም እንቅፋት እንዲሳካ ለማድረግ እና የዘንድሮ ተማሪዎችን በኃላፊነት ስሜት ለመቀበል ዝግጅት ለማድረግ ነው ተብለዋል።

በዕለቱ ስብሰባውን የመሩት የአስተዳደር እና የተማሪዎች ጉዳይ ምክትል ፕሬዝዳንት ዶ/ር ሮባ ዳንቢ እንደተናገሩት እነዚህ ባለድርሻ አካላት ለዩኒቨርሲቲያችን የመማር ማስተማር ስራ መሳካት ወሳኝ መሆናቸውን ገልጾዋል። ዶ/ር ሮባ ዳንቢ አክለውም የተማሪዎች አገልግሎት ሰራተኞ፣ፖሊሶች እና ጠቅላላ አገልግሎት ሰራተኞች በጋራ እንዲሰሩ በጥብቅ አሳስበዋል።

በሰተመጨረሻም የዩኒቨርሲቲው ፕሬዝዳንት ዶ/ር ታምሩ አኖሌ እንደገለፁት ሰራተኛው በህብረት በመንቀሳቀስ የተሰጣችሁን ሃላፍነት በአግባቡ እንድትወጡ ስሉ ገልፃዋል፡፡
ለላቀ ለውጥ እንተጋለን !
ቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ
*********************

Sadaasa 01/2015
Yuunivarsiitii Bulee Horaatti Mariin Hojjattoota Tajaajila Woliigalaa, Tajaajila Barattootaa fi Poolisoota Kampaasichaa Woliin Taasifame.
*********************************
Mariin milkaayina hojii bara barnootaa 2015 ilaalchisee hojjattoota milkii hojii baruu fi barsiisuu Yuunivarsiitichaa ta'an woliin taasifameera.

kaayyoon marii kanaa, hojii baruu fi barsiisuu bara 2015 gufuu tokko malee akka galma ga'uuf, simannaa barattoota bara kanaatiif miira itti gaafatamummaa qabuun hojjachuuf qophaawuu akka qaban kallattii kaawuudha.

Marii kana kan gaggeessan Itti Aanaa Pireezidaantii Dhimmoota Hojjattootaafi Tajaajila Barattootaa Yuunivarsiitii Blee Horaa, Dr Roobaa Danbii qaamoleen adda durummaan marii kanarratti barbaadamtan kun simannaa barattootaa irraa kaasee milkaayina hojiilee baruu fi barsiisuu Yuunivarsiitii keenyaatiif murteessoo waan taataniif Yuunivarsiitiin hojii guddoo isin irraa eega jedhan. Dr Roobaan haasawa isaanii keessatti, hojjataan tajaajila barattootaa, poolisiifi hojjataan tajaajila wolii galaa tokkummaan hojjachuu akka qabanis dhaamaniiru.

Sagantaa marii kanarratti argamuun yaada walii galaa kan kennan, Pireezidaantiin Yuunivarsiitichaa Dr Taammiruu Aanolee, aarsaan hojiif hojjetaan hundi taasiftan jijjiiramaa fi guddina Yuunivarsiitii kanaatiif utubaadha jechuudhaan, ammas jabaadhaa, itti gaafatamummaa isiniif kenname kaka’umsa waliin ba'achuu qabdu jechuun ergaa isaanii dabarsan.
Jijjiirama Fulla’aaf Hojjanna!
Yuunivarsiitii Bulee Horaa
653 viewsTsega, edited  15:05
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-11-09 12:37:15
2.6K viewsTsega, 09:37
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-11-09 12:37:10 ONKOLOOLESSA 30/2015
DHAABBATI MITI-MOOTUMMAA AFROO-VAALII (AFRO-VALLEY) JEDHAMU YUUNIVARSIITII BULEE HORAA WOLIIN TA'UUN HOJII MISOOMA BUNAA IRRATTI LEENJII HUBANNOO OGEEYYII QONNAA FI QONNAAN BULTOOTA ADDA DUREE TE'ANIIF KENNE.
******************************
Dhaabbati miti-mootummaa Afro-Valley jedhamu walitti hidhata Yuunivarsiitii Bulee Horaa woliin taasisuun qorannoo misooma bunaa hawaasa Gujii keessatti jalqabuuf, leenjii ogeeyyii waajjira qonnaa Godina Gujii Lixaa, qonnaan bultoota adda duree ta'an, daldaltoota bunaa fi barsiisota kolleejjota garaa garaa qorannoo bunarratti adeemsisuu qabaniif kenneera.

Kaayyoon guddaan leenjii kanaa, hawaasa jiruu fi jireenna gadi aanaa keessa jiraatan jijjiirama gaarii karaa oomisha bunaatiin akka argatan, deeggarsa teeknoolojii bu'uureffachuun oomisha bunaa fooyya'aa raawwachuun galii fooyya’e qonnaan bultoonni akka agarsiisan irratti hojjachuun barbaachisaa ta'uusaa ogeeyyiin dhaabbatichaa ifoomsaniiru.

Leenjiin kun walitti hidhata dhaabbata Afro-Valley oomishtoota bunaa woliin sadarkaa idil-addunyaa taasisuun, qooda fudhattoonni adda addaa, biyyoota alaa muraasarraa karaa viidiyoo konfiraansiitiin affeeramaniiru. Keessattuu adda durummaan biyya Kooriyaarraa bakka bu'aan daandii qilleensaa Itoophiyaa saganticharratti qooda fudhateera.

Sagantaa leenjii kana irratti haasawa kan taasisan Pireezidaantiin Yuunivarsiitii Bulee Horaa Dr Taammiruu Aanolee, kaayyoon dhaabbilee barnootaa olaanoo hojii idilee (baruufi barsiisuu,qorannoofi qo'annoo akkasumas tajaajila hawaasaa) cinatti inni 4ffaan hojii qonnaati jedhan. Dr Taammiruun haasawa isaanii keessati qorannoo gadi fagoo qonnarratti adeemsisuun jireenna hawaasaa hundeerraa jijjiiruuf hojjachuun dirqama keenna jedhaniiru.

Itti Aanaan Pireezidaantii Dhimmoota Qorannoo fi Tajaajila Hawaasaa Dr Tinsaa'ee Taammiraat, walitti hidhata Yunivarsiitii keenna waliin taasisuuf dhufuu dhaabbata Afro-Valley baay'een galateeffadha jechuun, hojii keessanii fi bu'aa qorannoo keennaa yoo wolitti daballe gadadummaan hawaasa keennaa akka hafu wal nama hin gaafachiisu jedhaniiru.

Sagantaa leenjii kanarratti qotee bulaan adda duree ta'e biyya Keeniyaa naannoo addaa Meeruu jedhamurraa affeeramuun, haala qonna bunaa muuxannoo qabu hirmaattota leenjiirratti argamaniif qooduudhaan, sanyiin buna biyya isaaniifi biyya keennaa walbira qabamee ilaalameera.
Dhaabbati Afro-Valley galteewwan hojii isaaniitiif fichaa bunaa qotee bulaa naannoo deemuun daawwannaa oomisha buna Gujii taasisaniiru.
Dabalataanis warshaa buna gogaa fi jiidhaa daawwaachuun akkaataa bunni qulqullinnaan gabaaf dhihaatu hubataniiru.

Ogeeyyii fi qorattoonni qonnaa Yuunivarsiitii Bulee Horaa dhaabbata Afro-Valley jedhamu kana woliin ta'uun, gama isaaniitiin qorannoo gaggeessuun deeggarsa oogummaa akka taasisan walii galaniiru.

Dhaabbatichi Yuunivarsiitii Bulee Horaa woliin walii galtee hojii waliif mallatteessuun mirkaneessaniiru.
Dookimentii walii galtee hojii waliinii Pireezidaantiin Yuunivarsiitichaa Dr Taammiruu Aanolee fi Manaajerri dhaabbata Afro-Valley Aadde Kumee Cibbeessaa walharkaa fuudhaniiru.
Jijjiirama Fulla’aaf Hojjanna!
Yuunivarsiitii Bulee Horaa
2.5K viewsTsega, 09:37
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-11-09 12:35:55 ጥቅምት 30/2015
አፍሮ ቫሊ (Afro Valley) መንግሥታዊ ያልሆነ ድርጅት ከቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ ጋር ለማህበረሰብ ለውጥ ጠቃሚ በሆኑ ጉዳዮች ዙሪያ ለመስራት የጋራ ስምምነት አደረገ፡፡

ሀገር በቀል ድርጅት የሆነው Afro Valley በተለይም የአርሶ አደሩን ህይወት ለማሻሻል እና በቴክኖሎጂ በመደገፍ ለማህበረሰብ ለውጥ የሚሰራ ድርጅት መሆኑን ዬኒቨርሲቲው የምርምርና ስርፀጽት ዳይሬክቶሬት መ/ር ፍፁም ደምሴ በመግለጽ፤ ለአምራቹ ማህበረስብ የንግድ ትስስር መፍጠር፤የተሸሉ የዋጋ አማራጮችን ማድረስ፤የአርሶ አደሩን ምርት እና ቦታ ማሰተዋወቅ እንዲሁም በቴክኖሎጅ የተደገፈ ምርታማነት እና ተደራሽነት ለማረጋገጥ ዩኒቨርሲቲው በቀጣይነት ከAfro Valley ድርጅት ጋር በጋራ እንደሚሰራም መ/ር ፍፁም ደምሴ ገልፀዋል፡፡
ዩኒቨርሲቲው ፕሬዚዳንት ዶ/ር ታምሩ አኖሌን ጨምሮ ዩኒቨርሲቲው ም/ፕሬዘዳንቶች፤ዳይሬክተሮች፤ተጋባዥ የማህበረሰብ አባላት እና ከጎረቤት ሀገር ኬኒያ የተጋበዙ የዘርፉ ባለሙያዎች በሥልጠናው ላይ ተሳተፉዋል፡፡ የዩኒቨርሲቲው ፕሬዘዳንት ዶ/ር ታምሩ አኖሌ በንግግራቸው እንደገለፁት በግብርና ላይ ጥልቅ ጥናትና ምርምር በማድረግ የህብረተሰቡን ህይወት ለማሻሻል እና ለመለወጥ መስራት ከዩኒቨርሲቲው የሚጠበቅ ሀላፊነት ነው ብለዋል። የቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ የግብርና ባለሙያዎችና ተመራማሪዎች ምርምር በማድረግ እና የቴክኒክ ድጋፍ በመስጠት ከአፍሮ ቫሊ ድርጅት ጋር በጋራ ለመስራትም ስምምነት ላይ ተደርሷል።

ድርጅቱ ከቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ ጋር በተለያዩ መስኮች በጋራ ለመስራት የመግባቢያ ስምምነት (MoU) የተፈራረመ ሲሆን፤ በቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ በኩል የዩኒቨርሲቲው ፕሬዘዳንት ዶ/ር ታምሩ አኖሌ እና በአፍሮ ቫሊ ድርጅት በኩል የድርጅቱ ስራ አስኪያጅ ወይዘሮ ኩሜ ሲቤሳ የጋራ ስምምነቱን ተፈራርመዋል።


ስምምነቱን የፈረሙት ሲሆን የፖሊሲ ጥናት ኢንስቲትዩት (PSI) ዋና ዳያሬክተር ፕ/ር በየነ ጴጥሮስ በኢንስቱቱዩ በኩል ስምምነቱን በምፈርሙበት ወቅት ዩኒቨርሲቲው ያለውን ተነሳሽነት አድንቀዋል::
የስምምነቱ ሰነድ በዩኒቨርሲቲው ፕሬዝዳንት ዶ/ር ታምሩ አኖሌ እና የአፍሮ ቫሊ ስራ አስኪያጅ ወይዘሮ ኩሜ ሲቤሳ አስረክበዋል።
ለላቀ ለውጥ እንተጋለን!
ቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ
2.3K viewsTsega, 09:35
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-11-08 17:40:20 November 08, 2022 GC
The Policy Studies Institute (PSI) signed a Memorandum of Understanding (MoU) with Bule Hora University (BHU), to collaborate in various areas.

High-level representatives from PSI and BHU were present at the signing of the MoU.
During the signing ceremony, Bule Hora University President, Dr. Tamiru Anole said that Bule Hora University is working hard to specialize in four areas, namely Agriculture, Mining, Health, and Indigenous Knowledge.

Prof. Beyene Petros, the Executive Director General of Policy Studies Institute, said that PSI has signed several working agreements with various national and international research institutions to fulfill its vision and missions, and the agreement with Bule Hora University is part of it.

We Strive for Excellence
Bule Hora University
3.0K viewsTsega, 14:40
ክፈት / አስተያየት ይስጡ