Get Mystery Box with random crypto!

Bule Hora University

የቴሌግራም ቻናል አርማ bulehorauniversity — Bule Hora University
የሰርጥ አድራሻ: @bulehorauniversity
ምድቦች: ትምህርት
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 15.79K
የሰርጥ መግለጫ

Bule Hora University Official telegram

Ratings & Reviews

2.33

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

1

2 stars

2

1 stars

0


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 15

2022-11-25 12:05:21
ህዳር 15/2015
የቡሌ ሆራ ዩኒቨርስቲ የኢንጂነሪንግ እና ቴክኖሎጂ ኮሌጅ ለኮሌጁ የ2015 ዓ.ም ተመራቂ ተማሪዎች በመውጫ ፈተና (Exit exam) ዙሪያ የግንዛቤ ማስጨበጫ መድረክ አደረገ።

በመድረኩ የከፍተኛ ትምህርት የመውጫ ፈተና አፈፃፀም መመሪያ የቀረበ ሲሆን የኮሌጁ መምህራን እና የአመቱ ተመራቂ ተማሪዎች ተሳትፈዋል።
የኮሌጁ መምህር የሆኑት መ/ር ይድነቃቸው ዋዳ መውጫ ፈተናው የምሩቃኑን ብቃትና አቅም እንዲሁም ክህሎት ለመመዘን ጠቃሚ መሆኑን ጠቁመዋል።

የመውጫ ፈተናው አስፈላጊነት፣አላማ፣የሚኖረው ፈይዳ፣አይነት ፣አዘገጃጀት፣አተገባበር እንዲሁም አስፈፃሚ አካላት ተግባርና ሀላፊነት ለተሳታፊ ተማሪዎቹ በዝርዝር ተብራርተዋል።

ከተማሪዎች ለተነሱ አስተያየቶች እና ጥያቄዎች የኮሌጁ ም/ዲን መ/ር ደስታ ገመዳ ምላሽና ማብራሪያ የሰጡ ሲሆን፣ተማሪዎች እና መምህራን በቂ ዝግጅት ማድረግ እንዳለባቸውም በመድረኩ ተገልጿል።

የቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ
ለላቀ ለውጥ እንተጋለን!
1.7K viewsTsega, 09:05
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-11-25 12:04:48
1.6K viewsTsega, 09:04
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-11-24 17:58:13 ህዳር 15/2015
ቡሌ ሆራ ዩኒቨርስቲ OPAC(Online Public Access Catalog) የተባለ ለቤተ-መፅሀፍት አገልግሎት የሚውል የመተግበሪያ ስልት (Application ) በስራ ላይ አዋለ።
መተግበሪያ ስልቱ በዩኒቨርስቲው ሶስት(3) ቤተ-መፅሀፍቶች ላይ አገልገሎት እንዲሰጥ ታስቦ የተዘጋጀ ሲሆን፤የዩኒቨርስቲዉ የአይሲቲ ዳይሬክቶሬት ከኢንፎርማቲክስ ኮሌጅ እና ከዩኒቨርስቲው የሶፍትዌር ምሁራን ጋር በመተባበር ነው መተግበሪያ ስልቱን ያበለፀገው።
የዩኒቨርስቲዉ የሶፍትዌር ምሁር የሆነዉ መ/ር ሰላሙ ሸርታዊ ከ80ሺ በላይ መፅሀፍት በመተግበሪያ ስልቱ ውሰጥ መካተታቸውን በመግለፅ፤የተለያዩ ሳይንሳዊ ጥናቶችን፣መፅሀፍቶችን፣ጆርናሎችን እና ሌሎች በቤተ መፅሃፍቱ ውስጥ የሚገኙ የህትመት ዉጤቶኘ በቀላሉ ለማግኘት ይጠቅማሉ ብለዋል።
የቤተ መፅሃፍት ተጠቃሚዎች የሚፈልጉት መፅሀፍ የትኛዉ መደርደሪያ ላይ እንደሚገኝ እና የመፅሀፍ እጥረት ካለም ለባለ ድርሻ አካላት የመፅሀፍ እጥረቱን የሚጠቁም መተግበሪያ ስልት መሆኑንና ለአጠቃቀም ምቹ እንደሆነም መ/ር ሰላሙ ሸርታዊ ተናግረዋል።
የኢንፎርማቲክስ ኮሌጅ ዲን የሆኑት ረ/ፕ ደሳለኝ አወቀ በበኩላቸው በቴክኖሎጂ የታገዘ መማር ማስተማር ብቃት ያላቸዉ ምሩቃንን ለማፍራት ጠቃሚ እንደሆነ ገልፀዋል።
ዩኒቨርስቲዉ ዘመናዊ የዳታ ማዕከል ግንባታ እያከናወነ እንደሆነ የገለፁት ደግሞ የዩኒቨርሲቲው የአሲቲ ዳይሬክተር አቶ ወንድምአገኝ ሸበራ ሲሆኑ "በዋናው ግቢ አገልግሎት እየሰጡ የሚገኙትን የቴክኖሎጂ ውጤቶች እና ሲስተሞች በቅርንጫፍ ካምፓሶች ላይ ለመዘርጋት እየተሰራ እንደሆነም" ገልፀዋል።
በተያያዘ ዜና የE-learning (በበይነ መረብ የታገዘ ትምህርት) በዩኒቨርስቲው እየተተገበረ ይገኛል።በE-learning የመማር ማስተማር ሂደትን ማከናወን ምሩቃን ቴክኖሎጂን እንዲላመዱ ከማድረግ ባሻገር ጊዜን በአግባቡ ለመጠቀም የላቀ ጠቀሜታ እንዳለውም የአይሲቲ ዳይሬክተሩ አቶ ወንድምአገኝ ሸበራ አክለው አስረድተዋል።
በዩኒቨርስቲው ምሁራን የለሙ ሶፍትዌሮችን እና ሌሎች የቴክኖሎጂ ውጤቶችን በመጠቀም ሁሉም ኮሌጆች እና ኢንስቲትዩቶች መማር ማስተማር እንዲያከናውኑ ስልጠና መሰጠቱንም የአይሲቲ ባለሙያው ቴሶ ዲዶ ተናገረዋል። ይህም ዩኒቨርስቲው በአይሲቲ መሠረተ ልማት ላይ ያለዉን ትኩረት አመላካች ነዉ።
የቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ
ለላቀ ለውጥ እንተጋለን!

SADAASA 15/2015.
YUUNIVARSIITII BULEE HORAATTI ITTI FAYYADAMA MANNEEN KITAABAA KARAA OOLLAYINII “ONLINE” TA'EEN AKKA TAASIFAMUUF TEEKNOOLOOJIIN OPAC(ONLINE PUBLIC ACCESS CATALOGUE) JEDHAMU HOJII IRRA OOLEERA.

Yuunivarsiitii Bulee Horaatti manneen kitaabaa sirna bulchiinsaa isaa haala dijitaalawaa ta'een akka hordofamuuf kitaabilee tajaajila barataatiif oolan, sooftiweerii dijiitaalawaatti jijjireera.

Yeroo ammaa teeknooloojiin salphatee eloo fi dhamaatii dhala namaa hambisuurra darbee hojii ariifachiisaa fiixaan baasuu irratti argama.

Bu'uuruma kanaan manneen kitaabaa Yuunivarsiitii Bulee Horaatti hojiin teeknoloojiin deeggarame OPAC jedhamu ,raawwatamuun itti fayyadamtoonni kitaabaa sirna oollayiniitiin ‘online system’ fayyadamanii tajaajila ammayyaawaa akka argatan taasifameera.
Siistemni kun fayidaawwan isaa walii gala, kitaabni barbaadame kallattii kamitti akka argamu beekuuf, kitaabni barataan dubbisuuf barbaade argamuu fi argamuu dhabuu adda baafachuuf, yeroo gabaabaa keessatti kitaabaa dubbisuuf barbaadan argachuuf kan gargaaru akkasumas, sirni dijitaalaa kun barataa kitaaba dubbisu kan fayyadu yoo ta'u, hojjataan mana kitaabaa barattootaaf kitaaba yoo ergise hordoffiif akka tolu siistama kanarraa fayyadaman ibsameera.
Yoo barataan meeshaa isaa bakka dubbisaatti dagatee deeme karaa online kanaan horfuun kennuuf gargaara.
Hojii salphisuu fi yeroo qusachuuf fi tajaajiloota kanneen biroolle bal'naan qabaachuu siistemii OPAC jedhamu kanaa itti gaafatamaan muummee sooftweerii (soft ware) barsiisaa Salaamuu Shirtaawii ibsaniiru.

Jijjiirama Fulla’aaf Hojjanna!
Yuunivarssiitii Bulee Horaa
1.3K viewsAbdisa Dido, 14:58
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-11-24 17:57:31
1.2K viewsAbdisa Dido, 14:57
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-11-24 11:32:20 SADAASA 14/2015.
YUUNIVARSIITII BULEE HORAATTI KOLLEEJJIIN SAAYINSII UUMAMAA BARATTOOTA BARA 2015TTI EEBBIFAMANIIF QORUMSA BAHUMSAA IRRATTI HUBANNOO KENNEEF.

Yuunivarsiitichatti Kolleejjiin Saayinsii Uumamaa barattoota bara 2015tti eebbifamaniif dhimmoota qorumsa ba'umsaa (exit exam) waliin walqabatu irratti marii gaggeesseera.

Diiniin Kolleejjii Saayinsii Uumamaa barsiisaa Jeedala Roobaa, barattoonni eebbifamtoota kolleejjii Saayinsii Uumamaa muummeewwan garaa garaa taatan kolleejiin keenna haalota garaa garaa isiniif mijeessuuf, qormaataaf isin qopheessuuf akkasumas, koorsiiwwan qorumsi keessaa bahu adda baasuun sagantaalee tiitoorii garaa garaa isiniif mijeessuuf qophiidha jedhaniiru.

Barattoonni maricharratti hirmaatan tokko tokko yaada kennaniin nuutis gama keenyaan haalonni barbaachisan hundi nuuf mijannaan qoramuudhaaf qophiidha jedhaniiru.
Jijjiirama Fulla’aaf Hojjanna!
Yuunivarsiitii Bulee Horaa
2.0K viewsTsega, 08:32
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-11-24 11:29:25
ህዳር 14/2015
በቡሌ ሆራ ዩኒቨረሲቲ የ2015 ዓ.ም የተፈጥሮና ቀመር ሳይንስ ኮሌጅ ለተመራቂ ተማሪዎች በመውጫ ፈተና (Exit exam) ዙሪያ የግንዛቤ ማስጨበጫ ተሰጠ።

የተፈጥሮና ቀመር ሳይንስ ኮሌጅ ባዘጋጀው የግንዛቤ ማስጨበጫ መድረክ ላይ የኮሌጁን መምህራን ጨምሮ የዚህ አመት ተመራቂ ተማሪዎች ተሳትፈዋል።

የተፈጥሮና ቀመር ሳይንስ ኮሌጅ ዲን የሆኑት መምህር ጄደላ ሮባ የመውጫ ፈተና (Exit exam) አስፈላጊነት፣የሚኖረው ፋይዳ፣የአተገባበር ሁኔታ እንዲሁም ተማሪዎች እና መምህራን ሊያደርጓቸው የሚገቡ ቅድመ ዝግጅቶችን አብራርተዋል።

በተመረጡ የትምህርት አይነቶች ላይ ክለሳ እንደሚሰጥ እና ለመውጫ ፈተና ዝግጅት ጠቀሜታ ያላቸው የሞዴል ፈተናዎችን ኮሌጁ እንደሚያዘጋጅ የገለፁት ኮሌጅ ዲኑ 'ተማሪዎች የማንበብ አቅምን በማሳደግ እና ጊዜን በአግባቡ በመጠቀም ለመውጫ ፈተና ቅድመ ዝግጅት ማድረግ እንዳለባቸው' አክለው አስረድተዋል።

በመድረኩ ለመውጫ ፈተና ዝግጅት ትኩረት የሚደረግባቸው የት/ት አይነቶች የተጠቆሙ ሲሆን፤የመውጫ ፈተናው ለሀገር እና ለትውልድ የሚኖረው ፋይዳ ከፍተኛ እንደሆነም ተገልጿል።

ከተሳታፊ ተማሪዎች ለተነሱ ጥያቄዎችም ምላሽ እና ማብራሪያ ተሰጥቶባቸዋል።

ባሳለፍነው ሳምንት በዩኒቨርስቲው ተመሳሳይ የግንዛቤ ማስጨበጫ መድረክ ለግብርና ሳይንስ ኮሌጅ ተመራቂዎች መሰጠቱ አይዘነጋም።
የቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ
ለላቀ ለውጥ እንተጋለን!
2.0K viewsTsega, 08:29
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-11-21 16:45:03 SADAASA 12/2015

LEENJIIN MATA-DUREE "GRANT DEVELOPMENT AND MANAGEMENT'' JEDHU IRRATTI XIYYEEFFATE YUUNIVARSIITII BULEE HORAATTI BARSIISOTA KOLLEEJJII GARAA GARAA IRRAA FILAMANIIF KENNAME.

***********************************
Yuunivarsiitii Bulee Horaatti leenjiin mata dureen isaa Grant Development and Management jedhu barsiisota koleejjii garaa garaa irraa hirmaataniif kenname.
Leenjistoonni leenjii kanaa hayyoota Yuunivarsiitii Hawaasaarraa affeeraman yommuu ta'u, hayyoonni kunniinis Dr Gazahanyi Daadhii fi Asso. Pirofeesar Alemayehu Toomaati.
Kaayyoon leenjii kanaa barsiisonni ogummaa fi dandeettii qorannoo saayinsaawaa gaggeessuun jijjirama eegamu fiduu irratti ciminaafi kakka'umsa akka argatan gargaara.

Leenjiin kun kan qophaa'e qindeessummaa Daayirektoreetii Qorannoofi Manxxansaa Yuunivasiitichaatiinidha. Sagantaa leenjii kanaarratti haasawa baniinsaa kan taasisan Daayirekterri Daayirektoreetii Qorannoofi Manxxansaa, barsiisaa Fitsum Damisee, jijiiramaafi misooma si'ataa argamsiisuuf barsiisota qorannoo akka gaggeessan cimsuu fi ga'oomsuun murteessaa ta'uu dubbataniiru.
Xumura leenjii kanaarratti leenjtoonni hubannoo fi dandeettii argatan hojiitti akka hiikan ni abdatama jedhameera. Leenjiin kun guyyoota 5’f kan itti fufus ta’uu ibsameera.
Jijjiirama Fulla’aaf Hojjanna!
Yuunivarsiitii Bulee Horaa
1.5K viewsTsega, 13:45
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-11-21 15:21:10
ህዳር 12/2015
በቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ "GRANT DEVELOPMENT AND MANAGEMENT'' በሚል ርዕስ ላይ ስልጠና ተሰጠ።

በዩኒቨርሲቲው የምርምር እና ስርፀት ዳይሬክቶሬት አዘጋጅነት የተዘጋጀው ስልጠና ላይ ከተለያዩ ኮሌጆች የተውጣጡ መምህራን ተሳትፈዋል።

የቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ የምርምር ስርፀት ዳይሬክተር መ/ር ፍፁም ደምሴ የስልጠናው አላማ "የመምህራንን የGRANT DEVELOPMENT AND MANAGEMENT ፅሁፍ አዘገጃጀት ለማሳደግ እንደሚጠቅም በመግለፅ፣ መምህራን ለጥናትና ምርምር ያላቸውን ተነሳሽነት ለማሳደግ ጥቅሙ የላቀ ነው" ብለዋል።

ከሀዋሳ ዩኒቨርሲቲ በተጋበዙ የዘርፉ ምሁራን ዶ/ር ገዛኸኝ ዳዲ እና ተ/ፕሮፌሰር አለማየው ቶማ ለመምህራኑ ስልጠናውን በመስጠት ላይ ሲሆኑ፣ ለስልጠና በቀረቡት ሀሳቦች ዙሪያ በመምህራኑ ዘንድ ውይይት እየተደረገ ይገኛል።
ይህ ስልጠና ለተከታታይ 5 ቀናት እንደሚቀጥልም ተገልጿል።
የቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ
ለላቀ ለውጥ እንተጋለን!
1.9K viewsTsega, 12:21
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-11-18 15:44:07 SADAASA 09/2015
YUUNIVARSIITII BULEE HORAATTI KOLLEEJJIIN SAAYINSII QONNAA BARATTOOTA EEBBIFAMTOOTA KOLLEEJJICHAA BARA 2015 TIIF IBSA WAA’EE QORUMSA BA’UMSAA ILAALCHISEE YAADA WALII GALAA KENNEEF.

Kolleejjiin qonnaa Yuunivarsiitii Bulee Horaa barattoota eebbifamtoota kolleejjichaa bara 2015tiif hubannoon waa’ee qorumsa ba’umsaa xumura koorsiiwwan barnootaa walii galaa irratti kan xiyyeeffate ibsi hubanoo walii galaa taasifame.

Yeroo ammaa sadarkaa biyyoolessaatti qulqullinni barnootaa bu’uurarraa jalqabee eegamuu akka qabu karaa Ministeera barnootaatiin kallattii kaa’ame hordofuun barattoonni dhaabbilee barnootaa olaanoo irraa ogummaa garaa garaatiin eebbifaman qormaata ba’umsaa (Exit exam) fudhachuun akka eebbifaman murtaa’uun isaa ni yaadatama.

Bu’uuruma kanaan barattoonni eebbifamtoota bara 2015 Yuunivarsiitii Bulee Horaatti kolleejjii Saayinsii Qonnaa muummeewwan kudha-lama (12) barachaa turan eebbifamuuf qorumsa ba’umsaa fudhachuuf qophii akka taasisan karaa kolleejjichaatiin ibsi hubannoo uumuu guyyaa hardhaa galma Odaatti kennameera.

Kaayyoon ibsa hubannoo kanaa barattoonni ammarraa jalqabanii qophii qorumsichaa akka taasisan kallattii kaawuu yoo ta’u, barsiisonnilleen koorsiiwwan qorumsa ba’umsaa kanaaf adda ba’an malleen garaa garaatti fayyadamuun deeggarsa ogummaa isaanii bahachuu akka qaban himame.

Diiniin Kolleejjii Saayinsii Qonnaa Barsiisaa Nugusee Godaanaa akka jedhanitti, qorumsa ba’umsaa isiniif kennuun isin miidhuuf osoo hin taane ogummaa barattaniin akka ga’umsa horattan kan isin jajjabeessuudha jechuun ibsa barattootaaf kennaniiru.

Dabalataanis jedhan Barsiisaa Nuguseen, kolleejjiin keenya gama isaatiin akka qorumsa kanaan milkooftan haalota jiru hundaa barsiisota woliin ni mijeessina, koorsiiwwan barattan sirriitti dubbifnaan hundumtuu akka milkooftan abdii guutuu qabnaa dhaamaniiru.

Itti Aanaan Diinii Kolleejjii Saayinsii Qonnaa Barsiisaa Baayisaa Buusaa hojiirra oolmaa qormaata ba’umsaa ilaalchisee gaaffilee barattoonni tokko tokko kaasaniif deebii kennaniin, waan barattan gadi fageenyaan dubbisuuniifi barsiisota waliin walitti dhiyeenyaan hojjechuun barbaachisaa ta’uusaa hubachiisaniiru.

Barattoonni yaada akka kennanitti milkii qorumsa kanaatiif haalonni barbaachisoo ta’an hundi yoo nuuf mijeeffame nuutis gama keennaan ni qophoofna jedhaniiru.

Jijjiirama Fulla’aaf Hojjanna!
Yuunivarsiitii Bulee Horaa.
1.7K viewsTsega, edited  12:44
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-11-18 15:43:29
1.6K viewsTsega, 12:43
ክፈት / አስተያየት ይስጡ