2022-09-27 14:38:33
«የጃፓን ገንዘብ የመግዛት አቅሙ ከኢትዮጵያ ብር በታች ነው።»
"Humni maalaqaa Jaappaan qarashi Itiyoopiyaadhaa gadi jechudha."
በቶኪዮ ከአንድ ግሮሰሪ ግማሽ ሊትር ዉሃ ወስጄ ሂሳብ ለመክፈል 1ሺህ የን የጃፓንን ገንዘብ ለባለ ግሮሰሪው ሰጠሁት።ባለ ግሮሰሪውም የሰጠኝ ምላሽ ሳንቲሞች ብቻ ሲሆኑ በመጀመሪያ ተገረምኩ።ቀጥሎም እያንዳንዱን ሳንቲም ስመለከት ባለመቶ፣ ባለሀምሳና 10 ሳንቲሞች ናቸው።
ከፍተኛው ገንዘብ የጃፓን ገንዘብ ባለ10ሺ ኖት ሲሆን ባለ 5ሺህ፣2ሺህ እና 1ሺህ የን ኖቶች በወረቀት መልኩ ናቸው። በሳንቲም ደግሞ ባለ 500፣100፣50፣10፣5 እና 1 ገንዘብ የን አላት።
በትናንትናው እለት አንድ የአሜሪካን ዶላር በ141 የጃ ፓን መገበያያ በሆነው «የን» ሲመነዘር ነበር።ይህ ማለት የጃፓን ገንዘብ የመግዛት አቅሙ ከኢትዮጵያ ብር በታች ነው ማለት ነው። ይህ ማለት የጃፓን ኢኮኖሚ ከኢትዮጵያ አንሶ ሳይሆን የመገበያያ ገንዘባቸው ሆነ ብለውና በተለያዩ ምክንያቶች ከዶላር አንጻር ዝቅ እንዲል ተደርጎ ነው። ጃፓን የዓምና ዓመታዊ አጠቃላይ ሀገራዊ ምርቷ(GDP) የኢትዮጵያን 55 እጥፍ ገደማ ነበር። ጃፓን በኢኮኖሚ አቅም ከዓለም ከአሜሪካና ቻይና ቀጥላ በ3ኛ ደረጃ ላይ ትገኛለች።የ2021 የጃፓን ዓመታዊ አጠቃላይ ሀገራዊ ምርት(ጂዲፒ) 5 ትሪሊየን ዶላር ነበር።ይህ ማለት ዓመታዊው የኢኮኖሚያቸው ያስገባው ገቢ ሩሲያ፣ሳውዲ ዐረቢያ፣ቱርክ፣ዐረብ ኢምሬትና ደቡብ ኮሪያ በጋራ ያስገቡት ድምር ገቢ ጋር ተቀራራቢ ነበር።
"Humni maalaqaa Jaappaan qarashi Itiyoopiyaadhaa gadi jechudha.".
Magaalaa tookiyootti bishaan litira walakka fudhee kaffaltiif qarshi Jaappaan, Yen 1,000 abba suuqitti kenne. Debi naa keennamee saantimaan ture. Alan kan argu na aji'ibee. Booda alan ilaalu santimni naaf debifamee kan abbaa 100,50 fi 10 ta'un argee.
Maallaqnee Jaappaan, yen waraqaan kan jiranu abbaa 10000, 5000,2000 fi 1000 dha. Saantimaan immoo yeni 500,100,50,10,5 fi 1 qabu.
Guyyaa kaleessaa doolaarri Ameerikaa 1 maallaqa Jaappaan Yeni 141(dhibba tokkof afurtami tokkoon) jijjiiramaa ture. Kana jechun humni mallaqa Jaappan qarashi Itiyoopiyaa dhaa gadi. Kana jechun dingdeen Jaappaan dingdee Itiyoopiyaa gadi jechu osoo hin ta'ein yen dolaaran hagamin jijjiramu qaba kan jedhu beeka fi sababa addaa adaatin waan gadi buusfameefi. Gatiin Oomisha waligalaa wagga darbee Jaappan oomoshtee kan Itiyoopiyaa dachaa 55 caala. Dingdeen Jaappan sadarkaa addunyaa irratti Amerrikaa fi Chaayinaati aanee sadafaadha.
Gali, [GDP] dinagdeen Jaappaan waggaa darbee(2021) yeroo dolaara Ameerikaa shallagamu Triiliyoona 5 ture. Kana jechun oomishni dinagdeen jaappaan gali dinagdee biyyi Ruusiyaa, Koreeyaa kibbaa, Saawudi Arabiyaa, Arab Emireet, fi Turkeen walittii eda'amani galchanin walitti shihaata.
Magaalaa tookiyootti bishaan litira walakka fudhee kaffaltiif qarshi Jaappaan, Yen 1,000 abba suuqitti kenne. Debi naa keennamee saantimaan ture. Alan kan argu na aji'ibee. Booda alan ilaalu santimni naaf debifamee kan abbaa 100,50 fi 10 ta'un argee.
Maallaqnee Jaappaan, yen waraqaan kan jiranu abbaa 10000, 5000,2000 fi 1000 dha. Saantimaan immoo yeni 500,100,50,10,5 fi 1 qabu.
Guyyaa kaleessaa doolaarri Ameerikaa 1 maallaqa Jaappaan Yeni 141(dhibba tokkof afurtami tokkoon) jijjiiramaa ture. Kana jechun humni mallaqa Jaappan qarashi Itiyoopiyaadhaa gadi. Kana jechun dingdeen Jaappaan dingdee Itiyoopiyaa gadi jechu oso hin ta'ein yen dokaaran hagamin jijjiramu qaba kan jedhu beeka gadi buusaniti. Gallin wagga darbee Jaappan galchitee gali Itiyoopiyaa dachaa 55 caala. Dingdeen Jaappan sadarkaa addunyaa irratti Amerrikaa fi Chaayinaati aanee sadafaadha.
Gali, [GDP] dinagdeen Jaappaan waggaa darbee(2021) galchee dolaara Ameerikaa Triiliyoona 5 ture. Kana jechun galiin dinagdeen jaappaan gali dinagdee biyyi Ruusiyaa, Koreeyaa kibbaa, Saawudi Arabiyaa, Arab Emireet, fi Turkeen walittii eda'amani galchanıttı dhohaaata.
5.0K views11:38