2021-03-14 10:41:01
ODUU GAMMACHIISAA
AKKAADAAMII AFRIKAA
Biyyoota Addunyaa iddoo kamuu irraa tayuun Leenjii Hordofaa
Akkaadaamiin Afrikaa Sagantaa Leenjii Barnoota Diinii Afaan Oromootiin mata duree *"BARNOOTA AQIIDAA SIRRII" jedhuun Qopheessee yoo isinii dhiheessu Gammachuu Guddaatu itti dhagahama.
Murteelee Diin Islaamaa; Muslima hunda ilaallatu;
*[BARNOOTA AQIIDAA SIRRII]*
Kitaaba "Qur'aana Qulqulluu Tafsiira Juz'iiwwan Sadan Boodaa" jedhu irraa
Kabajamoo SHEEK ALII JIMMAA.
*Sagantaa Leenjii kana wanti adda isa godhu;*
Kafaltii malee leenjii bilisaa tayuu.
Sagantichi kan dabru Guyyoota 6 qofaaf tayuu.
Leenjii yoo xumurtan ammoo Waraqaan Ragaa kan isiniif kennamu taya.
*Haalli Barumsichi itti dhihaatus;*
Guyyatti barumsa sa'aa 1 qofa.
Barumsa guyyarraa kennamuuf hubannoo keessan to'achuuf gaafileen yaalii ni dhihaatu.
Saganticha yeroo barbaaddanitti bifa Viidiyootiin, akkasuma Bifa Sagaleetiifii bifa Barruutiinis ni argattu.
Guyyaan Leenjiin itti Eegalamu;
Ji'a Sha'baan 4, 1442 H
(March. 18, 2021) tti.
Foormii Galmee:
https://bit.ly/3rC2JBz
Erga galmooftanii booda garee Akkadaamii Afrikaa Telegramiitti seenuu hin irraanfatanii
https://t.me/Africa_Academy2
Yeroo Qabdan irraa carraa sagantaa bareedaa kanaaf saamadhaa!
Fedha Rabbiitiin Barumsa murteessaa bifa salphaan barattanii mindaa guddaa Rabbirraa argattu!
Hiriyoota keessanii fi namoota beeytanis itti affeeraa
684 views07:41