Get Mystery Box with random crypto!

Ethiopia Check

የቴሌግራም ቻናል አርማ ethiopiacheck — Ethiopia Check
ርዕሶች ከሰርጥ:
Medialiteracy
Explainer
Ethiopiacheck
የሰርጥ አድራሻ: @ethiopiacheck
ምድቦች: ያልተመደበ
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 26.08K
የሰርጥ መግለጫ

ኢትዮጵያ ቼክ በማህበራዊ ሚድያ እና በመደበኛ ሚድያዎች የሚቀርቡ ሀሰተኛ መረጃዎችን በማጣራት ስራዎቹን ለተከታታዮቹ ያቀርባል።

Ratings & Reviews

2.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

2

1 stars

0


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 7

2023-04-26 10:00:20
#FactCheck Odeeffannoowwan sobaa fuula Feesbuukii ‘Samiiraa Jamaal’ jedhamurratti qoodaman irraa of yaa eegnu!

Fuulli Feesbuukii maqaa ‘Samiiraa Jamaal’ jedhufi hordoftoota kuma 180 ol qabu odeeffannoowwan sobaa garagaraa maxxansaa akka jiru hubanneerra.

Fuulichi dheengadda Ebla 16/2015 “biyyi Ameerikaa nama miliyoona 2 ol Afriikaa irraa carraa hojiitiif akka barbaaddu har’a beeksiftee jirti” jechuun odeeffannoo sobaa qoodera.

Namootni carraa kanatti fayyadamuu barbaadanis geessituu (link) qoodame cuqaasuun iyyata DV (Diversity Visa) akka galfatan gorsa.

Maxxansa kana fayyadamtootni Feesbuukii 50 ta’an deebisanii kan qoodan yemmuu ta’u yaadawwan (comment) 126 argateera.

Haa ta’u malee odeeffannoon kun dogongora akka ta’e, geessituun (link) namootni akka cuqaasan gaafatames geessituu sirrii akka hintaane marsariitii Ministira Dhimma Alaa Ameerikaa (US Department of State) irraa mirkaneeffachuu dandeenyerra.

Marsariitii kanarraa ( https://dvprogram.state.gov/ ) hubachuu akka dandeenyetti biyyattiin ammatti iyyata carraa lootarii DV haaraa keessummeessaa hin jirtu.

Yeroo dhiyootii as akkaawuntiiwwan fi fuulawwan Feesbuukii odeeffannoowwan sobaa qalbii namootaa hawwatan geessituuwwan dogongoraa walin qoodan baay’inaan mul’achaa jiru.

Kanaafis odeeffannoowwan shakkisiisoo akkanaa amannee geessituu cuqaasuu keenyaan dura odeeffannichi sirrii ta’uusaa yaa mirkaneeffannu.

Kana malees namootni geessituuwwan badaa ta’an akka cuqaasnu nu kakaasuun erga cuqaasnee boodas bilbila yookiin kompiitara keenya irratti miidhaawwan garagaraa qaqqabsiisuu danda’u.

Fakkeenyaafis moosaajiiwwan bilbila ykn kompiitara keenya miidhan fe’uu, furtuu icciitii (password) keenya ittiin hatuu, odeeffannoowwan kunneen akka lakkoofsa bilbila namootaa fi suuraawwan bilbila keenya keessa jiran hatuuf akkasumas bilbila ykn kompiitara keenya ‘hidhuun’ kanfaltii nu gaafachuu danda’u.

Kanaafis geessituuwwan sirrii ta’uun isaanii hin mirkanoofne odeeffannoowwan qalbii namaa hawwatan walin dhiyaatan cuqaasuu keenyaan dura shakkuu fi qorachuun ofeeggannoo yaa taasifnu.

Waa’ee gochaalee goyyomsuu/burjaajii gama geessituuwwanin raawwatamu caalmaatti baruuf viidiyoo Itoophiyaa Cheek qopheesse kana daawwadhaa: https://t.me/ethiopiacheck/1622.
2.9K views07:00
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-04-26 10:00:07
2.6K views07:00
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-04-25 20:35:19
#EthiopiaCheck Explainer Video

ፊሺንግ፣ ስሚሺንግ እና ቪሺንግ የተባሉትን የማጭበርበርያ መንገዶች ምንድን ናቸው? እንዴትስ መከላከል እንችላለን?

በዚህ ዙርያ ኢትዮጵያ ቼክ ያዘጋጀውን አጭር ቪድዮ እንመልከት።

@EthiopiaCheck
3.3K views17:35
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-04-24 10:44:38 #ErgaaWiixatta Haasaawwan jibbiinsaa bifa qoosaan TikTok irratti qoodaman fi tarkaanfilee ittisaa fudhachuu dandeenyu

https://ao.ethiopiacheck.org/home/ergaa-wiixataa-haasaawwan-jibbiinsaa-bifa-qoosaan-tiktok-irratti-qoodaman-fi-tarkaanfilee-ittisaa-fudhachuu-dandeenyu/
1.9K views07:44
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-04-21 20:24:25 #የአርብሳምንታዊዳሰሳ በዛሬው የአርብ ሳምንታዊ ዳሰሳችን "ትዊተር ክፍያ ያልፈጸሙ ተጠቃሚዎቹን የአካውንት ትክክለኛነት ማረጋገጫ ሰማያዊ ባጆች አስወገደ" የሚሉ እና ሌሎች ጉዳዮችን እንዲሁም በሳምንቱ ያቀረብናቸውን መረጃዎች አጠናቅረን በሶስት ቋንቋዎች እንዲህ አቅርበናል።

ለአማርኛ: https://ethiopiacheck.org/home/twitter-removed-blue-badges-of-non-paying-users-%e1%89%b5%e1%8b%8a%e1%89%b0%e1%88%ad/

ለትግርኛ: https://tig.ethiopiacheck.org/home/twitter-removed-blue-badges-of-non-paying-users-%e1%89%b5%e1%8b%8a%e1%89%b0%e1%88%ad/

ለአፋን ኦሮሞ: https://ao.ethiopiacheck.org/home/dhaabbatni-tiwiitar-akkaawuntiiwwan-kanfaltii-hin-raawwanne-irraa-baajii-cuquliisa-haqe/
1.9K views17:24
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-04-21 06:19:05
ለመላው የእስልምና እምነት ተከታዮች በሙሉ እንኳን ለኢድ-አል ፈጥር በዓል አደረሳችሁ!

ኢትዮጵያ ቼክ መልካም በአል እንዲሆንላችሁ ይመኛል።

@EthiopiaCheck
3.0K views03:19
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-04-20 20:11:16
#EthiopiaCheck Video Explainer

‘Google Earth’ fayyadamuun iddoo suuraan tokko itti kaafame baruun ni danda’ama.

Akkamiin? Viidiyoo gabaabaa Itoophiyaa Cheek qopheesse kana yaa daawwannu!

@EthiopiaCheck
4.3K views17:11
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-04-20 15:21:44 #FakeAccountAlert ሽምን ምስልን ርእሰ ምምሕዳር ጊዝያዊ ምምሕዳር ትግራይ ኣቶ ጌታቸው ረዳ ብምጥቃም ዝተኸፍቱ ዝተፈላለዩናይ ፌስቡክ ኣካውንታት ምህላዎም ተዓዚብና።

እዚኦም ኣብ ዝሓለፈ ወርሒ ለካቲት ዝተኸፍተ Pres. Getachew K Reda ሓዊሱ Getachew K Reda ዝብሉተመሳሳሊ ሽም ዘለዎም ዝተፈላለዩ ምስልታት ኣቶ ጌታቸው ረዳ ዝጥቀሙ ዘለው ይርከቡዎም።

https://tig.ethiopiacheck.org/home/fake-facebook-accounts-and-pages-impersonating-mr-getachew-reda-%e1%8c%8c%e1%89%b3%e1%89%b8%e1%8b%8d-%e1%88%a8%e1%8b%b3/
4.5K views12:21
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-04-18 13:30:28 #EthiopiaCheck Explainer Jabanni keessa jirru jabana hubannoo namtolcheeti. Kanaaf immoo dhuma bara darbee irraa eegalee faayidaarra oolaa kan jiru ChatGPT akkaasumas faayidaarra ooluu erga eegalee kan bubbule tekinoloojiin ‘deepfake’ agarsiistuudha.

https://ao.ethiopiacheck.org/home/yaaddoo-facaatii-odeeffannoo-sobaa-fakkiiwwan-tekinoloojii-hubannoo-namtolcheen-hojjetaman-uuman/
1.3K views10:30
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-04-17 19:09:20 #EthiopiaCheck Explainer ግዝኡ ናይ ሰብ ሰርሖ–ብልሒ (አርቴፊሻል ኢንተለጀንስ) እዩ።

ነዚ ድማ ኣብ መወዳእታ እቲ ዝሓለፈ ዓመት ጀሚሩ ዝመጽኡ ዓይነታት ቻትጂፒቲ ወይ‘ውን ከም ዲፕፌክ ዝበሉእንደልዮ ሓሳብን ድምጺ ሰብን ዝህቡና መሳርሕታት መርኣዪ እዮም።

https://tig.ethiopiacheck.org/home/disinformation-threats-posed-by-ai-generated-images-%e1%8a%a0%e1%88%ad%e1%89%b4%e1%8d%8a%e1%88%bb%e1%88%8d-%e1%8a%a2%e1%8a%95%e1%89%b0%e1%88%88%e1%8c%80%e1%8a%95%e1%88%b5/
1.6K views16:09
ክፈት / አስተያየት ይስጡ