Get Mystery Box with random crypto!

Cooperative Bank of Oromia

የቴሌግራም ቻናል አርማ coopbankoromia — Cooperative Bank of Oromia C
የቴሌግራም ቻናል አርማ coopbankoromia — Cooperative Bank of Oromia
የሰርጥ አድራሻ: @coopbankoromia
ምድቦች: ኢኮኖሚክስ
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 73.06K
የሰርጥ መግለጫ

Coopbank is the fastest growing bank in Ethiopia with the highest number of customers from private banks. The bank has a vision of becoming the leading private bank in the country by the year 2025.

Ratings & Reviews

5.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

2

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

0


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 34

2022-10-29 15:44:34
11.4K views12:44
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-10-29 15:44:33
11.1K views12:44
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-10-29 15:44:18 Qaama kutannoo tajaajila garaa isin ga’u kennuuf qabnu kan ta’eefi , pirojektoota gurguddoo irratti hojjechaa turre keessaa tokko kan ta’e Wiirtuu Qunnamtii Maamiltootaa eebbisnee hojii eegalsiisuu keenya gammachuu guddaadhaan isin beeksifna. Wiirtuun kun maamiltootni keenya kabajamoon dhimmoota baankii wajjin walqabatan kamiyyuu kallattii fi sirnaan akka deeggaraman, tajaajila baankichaa ilaalchisee yaada akka kennan akkasumas odeeffannoo akka argatan sarara qunnamtii ta’ee ni tajaajila.

Odeeffannoo kamuu argachuuf sarara bilbilaa bilisaa 609 irratti torban guutuu bilbiluun argachuu dandeessu!

በአገልግሎት ልህቀት ዙሪያ ያለንን ቁርጠኝነት ማሳያ የሆነው እና በትኩረት ስንሰራባቸው ከነበሩት ዋና ዋና ፕሮጀክቶች መካከል አንዱ የሆነውን የደንበኞች ግንኙነት ማዕከል ማስመረቃችንን ስንገልፅ በታላቅ ደስታ ነው። ማዕከሉ የተከበሩ ደንበኞቻችን በማንኛውም ባንክ ነክ ጉዳዮች ዙሪያ በቀጥታ እና በተገቢ መልክ ድጋፍ ለማግኘት፣ አስተያየት ለመስጠት፣ የባንኩን ምርቶች እና አገልግሎቶች በተመለከተ መረጃ ለማግኘት የሚያስችል ሆኖ እንደሚያገለግልም ታውቋል።

ለማንኛውም ጥያቄዎችዎ ከሳምንት እስከ ሳምንት 609 ነጻ የስልክ መስመር ላይ ይደውሉ!

As part of our commitment to service excellence, we are delighted to announce launching one of the major projects we have been working on, our state of the art Customer Contact Center. The center will be the single point of contact for our esteemed clients to get live and on spot customer support for any banking related issues, provide feedback, get information on the products and services of the bank.

Please call 609- toll free line,24/7, throughout the week for all your inquiries!

www.coopbankoromia.com.et
#Coopbank #Call_Center #Bank #Ethiopia
9.9K views12:44
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-10-28 16:34:45
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa qusannoo badhaasaan jajjabeeffamu “Jireenya bareedaaf qusadhaa!” jedhu marsaa jalqabaaf gaggeessaa ture har’a maamiltoota abbootii carraa ta’aniif sirna wal harkaa fuudhinsaa gaggeessuun goolabee jira.

Sirna badhaasaa kanaanis badhaasota gosa 99 kan qopheesse yoo ta’u, badhaafamtoota appaartaamaa ciisicha lama 1, konkolaataa Suuzukii Dizaayerii (2021) tokko, konkolaataa abbaa gommaa sadii 2, televiziyoona iinchii soddomii lamaa 30 fi moobaayila ismaartii 65 badhaasee jira.

የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ “ለውብ ሕይወት ይቆጥቡ!” በሚል መርሃ ግብር ሲያካሄድ የነበረውን በሽልማት የሚበረታታ ቁጠባ ለባለዕድል ደንበኞች የርክክብ ስነ ስርዓት በማከናወን ዛሬ ተጠናቋል።

የሽልማት ስነ ስርዓቱ አንድ ባለሁለት መኝታ ክፍል አፓርታማ፤አንድ ሱዙኪ ዲዛዬር (2021) የቤት አውቶሞቢል፣ ሁለት ባለ ሶስት ጎማ ተሽከርካሪዎች፣ 30 ሰላሳ ሁለት ኢንች ቴሌቪዥኖች እና 65 ስማርት ስልኮችን በድምሩ 99 ዓይነት ሽልማቶችን ለባለ ዕድል ደንበኞች መሸለም ችሏል።
11.8K views13:34
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-10-12 15:49:59
Harka irraa qarshii callaa qabaachuu dhiisuu maltu. Gabaa isinitti dhiyoo jiru yoo deemtan, bittaa fi gurgurtaa yoo raawwattan, kaffaltii raawwachuufis ta’u kaffaltii fudhachuuf Kooppey-Ibirri isiniif jira. Ammayyummaan yeroo ofiis qusachuudha.

ከእጅዎ ገንዘብ ባይኖር፤ ኮፔይ ኢብር ግብይትን ያቀላል! ክፍያን ይፈፅሙበት፤ ክፍያን ይቀበሉበት
ብልህ ሰው ጊዜዎን ይቆጥባል!

You no longer need to bring cash to a local market. Coopay-Ebirr is here to help you enjoy your shopping. Whenever you buy or sell things, use Coopay-Ebirr to make instant payments. Be a head of time!

www.coopbankoromia.com.et
#Coopbank #Coopay_Ebirr #Bank #Ethiopia
166 views12:49
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-10-11 15:57:40
Liqiin xiqqaa jijjiirama guddaa fiduu danda’a. Daldala keessan guddisuuf yeroo liqii fudhattan, carraa galii dabalataa isinii argamsiisuu danda'u ni uumtu. Egaa maal eegduree? Odeeffannoo dabalataa waa'ee Michuu argachuuf dameelee Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa isinitti dhihoo jirutti goraa!

ጥቂት ብድር ብዙ እርምጃ ሊያራምድ ይችላል፡፡ ቢዝነስዎን ለማሳደግ ብድር ሲወስዱ፤ የላቀ ገቢ ለማግኘት የሚያስችልዎትን ዕድልም ይፈጥራሉ፡፡ ታዲያ ምን ይጠብቃሉ? ስለምቹ የበለጠ መረጃ ለማግኘት በአቅራቢያዎ ወደሚገኝ የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ ጎራ ይበሉ!

A small loan can have a significant impact. You will have the opportunity to boost your income when you get a loan to expand your firm. So what is holding you back? Visit a nearby coopbank branch to learn more about Michu!

https://coopbankoromia.com.et/michu/
#Coopbank #Michu #Bank #Ethiopia
6.6K viewsedited  12:57
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-10-07 14:33:45
Mudaarabaa Siinqee Herreega Qusannoo Dubartootaa
Dubartoota gahoomsuuf!

ሙዳረባ ሲንቄ የሴቶች የቁጠባ ሂሳብ
ሴቶችን ለማብቃት!

Mudarabah Sinqe Women’s Savings Account
To empower women!

http://www.coopbankoromia.com.et
#Coopbank #Bank #Ethiopia
3.5K viewsedited  11:33
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-10-06 17:12:46
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa guyyaa har’aa damee isaa 606ffaa Kan ta’e, maqaa Looreet Tsaggaayee G/Madhin’n moggaase, Qaallittii Gamoo Dinbilaal irratti banee eebbisiise.
Dameen kun maqaa waloo seena-qabeessaan moggaafamuun garasitti, gamoo hundeessaafi abbaa baankii kanaa ka ta’an Obbo Haayilee Gabree Lubee irratti banamuu adda isa taasisa. Baankichi erga hundeeffamee waggaa 17 keessatti damee 610 ol banuun maamiltoota miiliyoona 9.5 fi qabeenyaa qarshii biliyoona 121 horatee jira.

የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ ቃሊቲ በሚገኘው ድንብላል ህንፃ በሎሬት ፀጋዬ ገ/መድህን ስም የተሰየመ 606ኛውን ቅርንጫፉን አስመረቀ::
ቅርንጫፉ በታሪካዊው ባለቅኔ ሎሬት ፀጋዬ ገ/መድህን ከመከፈቱም ባሻገር በባንካችን መስራች እና አባት በሆኑ የኦቦ ኃይሌ ገብሬ ንብረት በሆነ ህንፃ ላይ መከፈቱ ልዮ ያደርገዋል::
የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ ከተመሰረተ 17 ዓመታትን ያስቆጠረ ሲሆን ከ610 በላይ ቅርንጫፎችን በመክፈት ከ9.5 ሚሊዮን ደንበኞችን እና ከ121 ቢሊዮን ብር በላይ ሀብት ለማፍራትም ችሏል::

www.coopbankoromia.com.et
#Coopbank #Bank #Ethiopia
4.4K views14:12
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-10-05 20:03:16
Qusannoo Badhaasaan Jajjabeeffamu/PLS/, marsaa 1ffaa Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaan adeemsifamaa ture xumuramee, guyyaa har’aa Hoteela Giraand Eeliyaanaatti carraan ba’ee jira.
Carraa kanaanis, appaartaamaa abbaa mana ciisichaa lamaa, konkolaataa manaa Suzukii Dizaayar(2021),konkolaatota abbaa gommaa sadii 2, televiziyoonoota Samsangii abbaa iinchii 32 soddoma, bilbiloota ismaartii Saamsangii 65 ta’an duraa duubaan 1ffaa- 5ffaatti abbootii carraa dhaqqabaniiru.
Odeeffannoo guutuuf marsariitii baankichaa daawwachuun ni danda’ama.

የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ አንደኛ ዙር በሽልማት የሚበረታታ የቁጠባ መርሀግብር /PLS/ ተጠናቆ በዛሬው ዕለት በግራንድ ኤሊያና ሆቴል የዕጣ ማውጣት ሥነ-ሥርዓት ተከናውኗል፡፡
በዚህ የሽልማት ፕሮግራም አንድ ባለ ሁለት መኝታ አፓርታማ፣ አንድ ሱዙኪ ዲዛየር /2021/ የቤት አውቶሞቢል፣ሁለት ባለ 3 እግር ተሽከርካሪዎች፣ 30 ባለ 32 ኢንች ሳምሰንግ ቴሌቪዥኖች እና 65 ሳምሰንግ ስማርት ስልኮች ለእድለኞች ደርሰዋል፡፡

ሙሉ መረጃውን ለማግኘት የባንኩን ድህረገፅ ይጎብኙ

https://coopbankoromia.com.et/lottery/
2.6K views17:03
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-10-04 22:53:22
Cooperative Bank of Oromia signed an agreement today with an international consulting firm, Dar Al-Handash Consultants, to build a modern building dubbed Financial District Tower, which is the first phase of the mega construction plan it intends to undertake in various parts of the country. The building is expected to be a 4B+G+40 with 2 utility floors. According to the agreement, the firm is responsible for oversight of the whole project, from design to the completion of the building. The bank is performing well in the banking sector and is making a considerable effort with regards to acquiring fixed assets.
2.0K views19:53
ክፈት / አስተያየት ይስጡ