2022-12-05 07:36:11
Biiznasii xiqqaan oomisha kophee kutaa huccuu itti miiccan keessatti eegale dhaabbilee uffannaa ispoortii oomishuun akka addunyaatti beekamoo taʼan keessaa tokko taʼa jedhee eenyutu yaade?
Tarii namicha qormaata hedduu keessa darbuun hojii kana jalqabe malee kan biraa hin jiru ta’a.
Adoolf Daaslar biiznasii kophee oomishuu xiqqaa kana yeroo jalqabu, meeshaalee ispoortii filatamoo ta’an atileetotaaf oomishuuf abjuu guddaa qaba ture.
Har'a “Adidas” addunyaarra bakka hundatti argama. Kubbaa Tapha Waancaa Kubbaa Miilaa Addunyaatiif bara 1970 ALA irraa eegalee dhiyeessaa jiru dabalatee oomishaalee ispoortii filatamoo ta’an dhiyeessuurratti argama.
Biiznasiiwwan xixiqqaan mul’ata gurguddaan yoo jalqaban, boru dhaabbilee gurguddoo akka hin taane wanti isaan dhorku hin jiru.
Tooftaan nuti mul’atni keessan akka milkaahuuf hojjennu keessaa tokko Michuu, liqii dijitaalawaa wabummaarraa bilisa ta’e dhiyeessuuni.
Waa’ee Michuu bal’inaan dubbisuuf:
https://coopbankoromia.com.et/michu-ao/
በልብስ ማጠቢያ ክፍል ውስጥ የተጀመረው አነስተኛ ቢዝነስ በአለማችን ላይ ከሚገኙ ትላልቅ የስፖርት አልባሳት አምራቾች አንዱ ይሆናል ብሎ አስቦ የሚያውቅ ማን ነው?
ምናልባትም ተግዳሮቶችን በመጋፈጥ ከጀመረው ሰው ዉጭ ሌላ አይኖርም።
አዶልፍ ዳስለር ያን አነስተኛ የጫማ ማምረት ሥራ ሲጀምር ለስፖርተኞች ምርጥ የሚባሉ የስፖርት ቁሳቁሶችን አምራች የመሆን ትልቅ ህልም በማንገብ ነበር።
ዛሬ አዲዳስ በዓለም ዙሪያ በሁሉም ቦታ ይገኛል። ከ1970 ጀምሮ እያቀረበ ያለውን ይፋዊ የፊፋ የዓለም ዋንጫ መጫወቻ ኳስን ጨምሮ የተለያዩ የስፖርት ምርቶችን በማቅረብ ላይ ይገኛል።
አነስተኛ ቢዝነሶች ከትልቅ ራዕይ ጋር ከተጀመሩ ነገ ትልቅ ድርጅት ከመሆን የሚያግዳቸው የለም።
እኛ እርስዎ የሰነቁት ራዕይ እውን እንዲሆን ከምንሠራቸው ሥራዎች አንዱ ያለብድር ዋስትና ያቀረብነው
ምቹ ዲጂታል የብድር አገልግሎት ነው።
ስለ ምቹ የበለጠ ለማንበብ፦ https://coopbankoromia.com.et/michu-am/
2.8K viewsedited 04:36