Get Mystery Box with random crypto!

Jilli Bulchaa Baankii Biyyaalessaa Itoophiyaa Kabajamoo Maammo | Cooperative Bank of Oromia

Jilli Bulchaa Baankii Biyyaalessaa Itoophiyaa Kabajamoo Maammoo I. Mihiratuun durfamu Baankii Keenya Daawwate.

Jilli Bulchaa Baankii Biyyaalessaa Itoophiyaa Kabajamoo Maammoo I. Mihiratuun durfamu Waajjira Muummee ce’umsaa baankii keenya daawwachuun, kutannoo baankiin keenya kalaqa tekinoloojii baankiitiin qabuu fi kenna tajaajilaa keenya daawaataniru. Daawwannaan isaanii kunis giddugala qorannoo dijitaalaa keenya kanneen akka Dx Valley 1.0 dabalatee, wiirtuuwwan tajaajila Michuu, Dx Valley 2.0 (Giddugala Inkubeeshinii Kalaqaa) fi Damee Ismaartii baankii keenyaa fa'a kan hammateedha.



በኢትዮጵያ ብሔራዊ ባንክ ገዢ በክቡር አቶ ማሞ እ. ምህረቱ የሚመራ የልዑካን ቡድን ባንካቸንን ጎበኘ!

በኢትዮጵያ ብሔራዊ ባንክ ገዢ የተከበሩ አቶ ማሞ እ. ምህረቱ የሚመራ የልዑካን ቡድን የባንካችንን የሽግግር ዋና መሥሪያ ቤት በመጎብኘት፣ ባንካችን በባንክ ቴክኖሎጂ እና የአገልግሎት አሰጣችንን ጎብኝተዋል። ጉብኝታቸውም Dx ቫሊ 1.0ን ጨምሮ የዲጂታል የምርምር ማዕከሎቻችንን እንደ የምቹ አገልግሎት ማዕከል፣ Dx ቫሊ 2.0 (የፈጠራና ኢንኩቤሽን ማዕከል) እና የባንካችንን ስማርት ቅርንጫፍ ያጠቃልላል።

#Coopbank #NationalBankofEthiopia #TechAdvancement #Ethiopia