Get Mystery Box with random crypto!

Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa qusannoo badhaasaan jajjabeeff | Cooperative Bank of Oromia

Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa qusannoo badhaasaan jajjabeeffamu “Jireenya bareedaaf qusadhaa!” jedhu marsaa jalqabaaf gaggeessaa ture har’a maamiltoota abbootii carraa ta’aniif sirna wal harkaa fuudhinsaa gaggeessuun goolabee jira.

Sirna badhaasaa kanaanis badhaasota gosa 99 kan qopheesse yoo ta’u, badhaafamtoota appaartaamaa ciisicha lama 1, konkolaataa Suuzukii Dizaayerii (2021) tokko, konkolaataa abbaa gommaa sadii 2, televiziyoona iinchii soddomii lamaa 30 fi moobaayila ismaartii 65 badhaasee jira.

የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ “ለውብ ሕይወት ይቆጥቡ!” በሚል መርሃ ግብር ሲያካሄድ የነበረውን በሽልማት የሚበረታታ ቁጠባ ለባለዕድል ደንበኞች የርክክብ ስነ ስርዓት በማከናወን ዛሬ ተጠናቋል።

የሽልማት ስነ ስርዓቱ አንድ ባለሁለት መኝታ ክፍል አፓርታማ፤አንድ ሱዙኪ ዲዛዬር (2021) የቤት አውቶሞቢል፣ ሁለት ባለ ሶስት ጎማ ተሽከርካሪዎች፣ 30 ሰላሳ ሁለት ኢንች ቴሌቪዥኖች እና 65 ስማርት ስልኮችን በድምሩ 99 ዓይነት ሽልማቶችን ለባለ ዕድል ደንበኞች መሸለም ችሏል።