ABDII SABAA — የቴሌግራም ቻናል

የቴሌግራም ቻናል አርማ abdii_sabaa — ABDII SABAA A
የቴሌግራም ቻናል አርማ abdii_sabaa — ABDII SABAA
የሰርጥ አድራሻ: @abdii_sabaa
ምድቦች: ዜና
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 595.58K
ተመሳሳይ ቻናሎች ዜና
የሰርጥ መግለጫ

Abdii Sabaa የ12ኛ ክፍል ብሔራዊ ፈተና ውጤት ይፋ የሚሆንበትን ሰዓት፣ የውጤት አገላለጽ መንገዶችን እና ከፍተኛ ውጤት ያመጡ ተማሪዎችን ታሪክ በአፋን ኦሮሞ ቋንቋ ተከታትሎ ያቀርባል፤ ይህ ርዕስ ከፈተና ማብቂያ በኋላ ባሉት ሳምንታት ውስጥ በተደጋጋሚ በልጥፎች ይንጸባረቃል፤ ለተማሪዎችና ለቤተሰቦቻቸው ወቅታዊ መረጃ ፍለጋ ቀጥተኛ ምላሽ ይሰጣል።

ከትምህርት ዜና ባሻገር ቻናሉ ስፖርታዊ ዝግጅቶችንም ያስተዋውቃል፤ ለምሳሌ በአዲስ አበባ የተካሄደ የMMA ትግል ውድድር (ETFC 002 Adwa Fight Night) ቲኬት ሽያጭ ማስፈንጠሪያ ከውጫዊ ድረ-ገጽ ጋር በማገናኘት ተመልካቾች ቀጥታ ስርጭት እንዲከታተሉ ያግዛል። እንዲሁም በተንቀሳቃሽ ስልክ ብቻ የቪዲዮ አርትዖት (video editing) የሚያስተምር በ199 ብር የተከፈለ ኮርስ ማስታወቂያ፣ እና ተግባር በማጠናቀቅ ገንዘብ የሚያስገኝ መተግበሪያ (Asbeks) ማስተዋወቂያ በተደጋጋሚ ይታያሉ።

ይዘቱ በግልጽ ቅይጥ ነው፦ እውነተኛ የትምህርት ዜና ከንግድ ተኮር ማስፈንጠሪያዎችና "Sponsored Post" ተብለው በግልጽ ከተለዩ ስፖንሰር ልጥፎች ጋር ተቀላቅሎ ይቀርባል። ልጥፎቹ አልፎ አልፎ ተመሳሳይ ርዕስ ሁለት ጊዜ ተደግመው ይለጠፋሉ፣ ይህም የአርትዖት ወጥነት ማነስን ያመለክታል። ስም እና አድራሻ የያዙ ተያያዥ ሰርጦች (ለማስታወቂያ አገልግሎት እና ለትምህርት ንዑስ ቻናል) በመግለጫው ላይ ተዘርዝረዋል፤ ይህ ቻናሉ ከአንድ በላይ ተያያዥ መድረኮች እንዳሉት ያሳያል።

ጥንካሬው ወቅታዊነት ነው፦ ፈተና ውጤት እንደወጣ በፍጥነት መረጃ ይደርሳል፣ የአካባቢ ስፖርት ዝግጅቶችም ቅድመ-ማስታወቂያ ያገኛሉ። ድክመቱ ግን ኦሪጅናል ትንተና ወይም ጥልቅ ይዘት ማነሱ ነው፤ አብዛኛው ልጥፍ አጭር ማሳወቂያ ወይም ንግድ ተኮር ማስፈንጠሪያ ነው።

በአጠቃላይ አብዲ ሳባ ለብሔራዊ ፈተና ውጤት፣ ለአካባቢያዊ ስፖርት ክንውኖችና ለወጣት ተኮር የገቢ ማስገኛ አጋጣሚዎች ፈጣን ዝማኔ ለሚፈልጉ የአፋን ኦሮሞ ተናጋሪዎች ይበጃል። ጥልቅ ትንተና ወይም ንፁህ ከማስታወቂያ የራቀ ይዘት ለሚፈልግ አንባቢ ግን ብዙ ያልፍለታል።

የቻናሉ የመጀመሪያ መግለጫ

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 💬Contact Us💬 @AbdiiSabaaDm 🎯BARNOOTAAF @abdii_sabaa_university

የቻናል ስታትስቲክስ
11% የተሳትፎ መጠን
65,375 እይታዎች / ልጥፍ
0 ልጥፎች / ቀን

የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች

22 aug 2025
Picture 1 from ABDII SABAA 2025-08-22 14:14:51
ODUU:

Oromiyaatti Galmeen Barattootaa Haggaya 26 eegala - BBO

Naannoo Oromiyaatti galmeen bara barnootaa 2018 Hagayya 26 hanga Qaammee 5, 2017 gaggeeffama jedhe Biiroon Barnootaa Naannichaa.

Qophii karooraa bara barnootaa 2018 ilaalchiisee Sadarkaa Hogganaa itti aanaa Biirootti Gorsaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Obbo Efireem Tasammaa himan.

Naannichatti qulqullina barnootaa mirkanneessuuf dameewwan hedduun hojjetamaa turuu yaadachiisuun, bara 2018’f qophiin barbaachiisu taasifamaa jira jedhan.

Haaluma kanaan galmeen barattootaa Hagayya 26 hanga Qaammee 5, 2017tti kan geggeeffamu ta’uu kaasaniiru.

Bara barnootaa kanatti barattoota miiliyoona 13 ol simachuun barsiisuuf karoorfamuus obbo Efireem himaniiru.

Wayita amma hojiileen meeshaalee barnootaaf barbaachiisan mijjeessuu, haaroomsa manneen barnootaa fi kanneen biroo hojjetamaa jiru jedhan.

Kitaabiilee dabalatee meeshaalee barnootaaf barbaachisaan hojiin guutuu hojjetamaa jira jedhan.

Biirichi hanqinaalee kitaabiilee mudachaa turan marsaa marsaan furuuf hojjetaa akka jirus dubbatan.

Tooftaalee baruu fi barsisuurratti jijjiirama fiduuf sadarkaa biyyaalessaa fi naannootti leenjiin dandeettii barsiisootaa cimsuuf gargaaru kennnamaa jiraachuus kaasaniiru.

Akka naannoo Oromiyaattis dandeettii dubbisuu fi barreessuu barattootaa guddisuuf barsiisoota kutaa 3-5 barsiisan kuma 54 oliif leenjiin marsaa marsaan kennamaa jira jedhan.

Hagayya 23, 2017 irraa eegalee barsiisoonni hundi manneen barnootaatti argamuun haaloota kan mijeessan ta’uus eeraniiru.

Barnoonni akka Naannoo Oromiyaatti Fulbaana 5, 2018 kan eeegalu ta’uus Obbo Efireem akeekaniiru.

Maatiin, hawaasni fi qooda fudhattoonni barattoota umuriin isaani barnootaaf gahee gara mana baruumsaatti akka ergan fi barataan kamuu mana baruumsarraa hafuu akka hin qabne dhaamaniiru.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

MIIDIYAA @ABDII_SABAA
69.8K views11:14
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
25 juuli 2025
Picture 1 from ABDII SABAA 2025-07-25 13:32:26
ODUU:

Poolisiin Federaalaa Qaamotii ‘Miidiyaa Hawaasaan Biyya Jeequuf Duulan” Jedherratti Tarkaanfii Akka Fudhatu Ibse

Poolisiin Federaalaa miidiyaa hawaasaa fayyadamuun qaamolee biyyattii giddu - gala jeequmsaa gochuuf duulan irratti duula sakatta’iinsaa akka gaggeessuu fi tarkaanfiis akka fudhatu ibse.

Ibsa isaan, hojii qaamota jeequmsa fi badii uumuuf yaalan mara, seeraaf dhiyeessuu cimsee akka itti fufu akeeke.

“Sakatta’iinsi bal'aan, qaamota farra nageenyaarratti xiyyeeffata jedhame, magaalaa Finfinnee fi naannawaa isheetti, kana malees karra seensaa magaalatti mara irratti ni gaggeeffamas” jedheera.

Poolisiin Federaallaa kan kana beeksise, marii karoora nageenya wal gahiiwwan idila addunyaa fi kan Aardii Afriikaa Finfinneetti gaggeeffamuuf jedhaman eegsisuuf taasisfame irrattidha.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

MIIDIYAA @ABDII_SABAA
76.1K views10:32
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
13 juuli 2025
Picture 1 from ABDII SABAA 2025-07-13 08:48:10
ODUU ISPOORTII:

Morkiin xumuraa Waancaa Kilaboota Addunyaa har'a Cheelsii fi PSG gidduutti gaggeeffama.

Taphni xumuraa Waancaa Kilaboota Addunyaa har'a injifataa waancaa Koonfiransi Liigii Awurooppaa bara kanaa Cheelsii fi Injifataa waancaa Shaampiyoonsi liigii Awurooppaa bara kanaa PSG gidduutti taphatamu hawwiin eegama.

Taphni xumuraa kun har'a halkan sa'aatii 4:00 eegalee kan taphatamu yoo ta'u, tapha kana irratti Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi Istaadiyeemitti argamuun ni daawwatuun eegama.

Tapha xumuraa waancaa kilaboota addunyaa yeroo jalqabaaf kilaboota Ingiliizii fi Faransaayi gidduutti taphatamu kun xiyyeeffannoo olaanaa argateera.

Dorgommiin waancaa kilaboota Addunyaa Kun bara kana kilaboota 32 hirmaachisuun yeroo jalqabaaf bara kana qopheessummaa Ameerikaan gaggeeffame kun har'a xumura argata.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

MIIDIYAA @ABDII_SABAA
20.6K views05:48
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
14 sept 2024
Picture 1 from ABDII SABAA 2024-09-14 14:47:00
#Waamicha
#Yuunivarsitii_Jimmaa

Barattoota idilee digrii jalgabaa fi digrii 2 faaf 3 faa Yuunivarsitii Jimmaa hundaaf Galmeen keessan bara barnootaa 2017A.L.I. gaafa Fulbaana 20-21, 2017A.L.I. kan gaggeessamuu waan ta'eef reejistiraara kolleejjii ykn instiitiyuutii
keessatti barattanitti qaamaan argamtani galmee akka raawwattan cimsinee beeksisna.

Yaadachiisa:

Galmeen iyyattoota sagantaa eebbaan boodaa (digirii 2ªf 3) kan gaggeessamu gabxiin qormaata NGAT erga gadhiifamee booda akkaataa beeksisa bahuun ta'a.

Galmeen barattoota sagantaa Remedial kan gaggeessamu sagantaa barattoota digirii jalgabaa haaraa bara 2017A.L.I. yunivarsiitichatti ramadaman wajjin waan ta'eef beeksisni kun isaan hin ilaallatu.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

MIIDIYAA @ABDII_SABAA
95.0K views11:47
ክፈት / አስተያየት ይስጡ

ተደጋግመው የሚነሱ ጥያቄዎች

ስለ ABDII SABAA በተደጋጋሚ የሚነሱ ጥያቄዎች

ABDII SABAA 595.58K ተመዝጋቢዎች ያሉት የቴሌግራም ቻናል ነው። በዚህ ገጽ ላይ የቻናሉ መግለጫ፣ ግምገማዎች፣ ደረጃ እና ዝርዝር ስታቲስቲክስ ይገኛሉ።
በዚህ ገጽ ላይ "ወደ ቻናል ይሂዱ" የሚለውን ቁልፍ ይጫኑ ወይም @abdii_sabaa ን በቴሌግራም መተግበሪያ ውስጥ ይፈልጉ። እንዲሁም የቻናሉን የተጠቃሚ ስም ገልብጠው በቴሌግራም መፈለጊያ ውስጥ መለጠፍ ይችላሉ።
አዎ፣ ABDII SABAA ነፃ የቴሌግራም ቻናል ነው። ሁሉንም ልጥፎች ያለምንም ክፍያ መከታተል እና ማንበብ ይችላሉ።
የABDII SABAA ቻናል በአሁኑ ጊዜ 595.58K ተመዝጋቢዎች አሉት። የተመዝጋቢዎች ቁጥር በመደበኛነት ይዘመናል።
ABDII SABAA ይዘቱን በዋናነት በአማርኛ ቋንቋ ያትማል። መልእክቶቹን ለማንበብ በዚህ ገጽ ላይ ባለው ማገናኛ ቻናሉን በቴሌግራም ይክፈቱ።
አዎ፣ ተመሳሳይ የዜና ቻናሎችን ከታች "ተመሳሳይ ቻናሎች" በሚለው ክፍል ውስጥ ማግኘት ይችላሉ። ተዛማጅ የቴሌግራም ቡድኖችን፣ ቦቶችን እና ተለጣፊዎችንም እናሳያለን።
መልእክቶቹ በቴሌግራም ውስጥ ይነበባሉ፦ በዚህ ገጽ ላይ ባለው ማገናኛ ABDII SABAA ን ይክፈቱ። በዚህ ገጽ ላይ የቻናሉ መግለጫ፣ የተመዝጋቢዎች ብዛት፣ ግምገማዎች እና ስታቲስቲክስ ያገኛሉ።
ABDII SABAA avatar
ABDII SABAA @abdii_sabaa
በቴሌግራም ይክፈቱ