ODUU: Poolisiin Federaalaa Qaamotii ‘Miidiyaa Hawaasaan Biyya | ABDII SABAA

Picture 1 from ABDII SABAA 2025-07-25 13:32:26
ODUU:

Poolisiin Federaalaa Qaamotii ‘Miidiyaa Hawaasaan Biyya Jeequuf Duulan” Jedherratti Tarkaanfii Akka Fudhatu Ibse

Poolisiin Federaalaa miidiyaa hawaasaa fayyadamuun qaamolee biyyattii giddu - gala jeequmsaa gochuuf duulan irratti duula sakatta’iinsaa akka gaggeessuu fi tarkaanfiis akka fudhatu ibse.

Ibsa isaan, hojii qaamota jeequmsa fi badii uumuuf yaalan mara, seeraaf dhiyeessuu cimsee akka itti fufu akeeke.

“Sakatta’iinsi bal'aan, qaamota farra nageenyaarratti xiyyeeffata jedhame, magaalaa Finfinnee fi naannawaa isheetti, kana malees karra seensaa magaalatti mara irratti ni gaggeeffamas” jedheera.

Poolisiin Federaallaa kan kana beeksise, marii karoora nageenya wal gahiiwwan idila addunyaa fi kan Aardii Afriikaa Finfinneetti gaggeeffamuuf jedhaman eegsisuuf taasisfame irrattidha.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

MIIDIYAA @ABDII_SABAA
ABDII SABAA

ABDII SABAA

@abdii_sabaa
595.12K ተመዝጋቢዎች
ዜና ምድብ
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 💬Contact Us💬 @AbdiiSabaaDm 🎯BARNOOTAAF @abdii_sabaa_university