Get Mystery Box with random crypto!

Walaloon Jaalala

የቴሌግራም ቻናል አርማ walaloon_jaalala — Walaloon Jaalala W
ርዕሶች ከሰርጥ:
Kutaa
Dhaalaa
Surree
Ansiif
Bilisummaa
All tags
የቴሌግራም ቻናል አርማ walaloon_jaalala — Walaloon Jaalala
ርዕሶች ከሰርጥ:
Kutaa
Dhaalaa
Surree
Ansiif
Bilisummaa
All tags
የሰርጥ አድራሻ: @walaloon_jaalala
ምድቦች: ያልተመደበ
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 53.64K
የሰርጥ መግለጫ

Telegram irraa qarshii argachuuf link kana fayyadamaa.
https://telega.io/?r=l9NDCHx-
Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

Ratings & Reviews

2.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

1

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

1


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 4

2024-06-07 15:36:52 Airdrop sin fayyadu jennee yaadnu hundaa siniif fidaa jirra. Booddee akka hin gaabbine ammumarraa yaalaa.

https://t.me/FirstFisher_bot/firstfisher?startapp=356935815
6.0K viewsYW Kaachuu, 12:36
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-06-07 14:52:12 Airdorp badhaasa siniif kennuun jalqabu kan biraan kunooti. Jalqaba gaafa seentan gaaffii sin gaafata. Sana booda channel isaanii join godhaa siniin jedha. Yemmuu bantanii seentan Ton 0.03 argattu. Yaalaa

https://t.me/preton_drop_bot?start=4e030c0c-ad36-43ea-b450-ca41425a4702
5.8K viewsYW Kaachuu, 11:52
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-06-06 16:11:32 Dafaa Dafaa PixelTap beekamtii guutuu Telegram irraa qabu kana dafaa inni makamaa

https://t.me/pixelversexyzbot?start=356935815
Let's fight for rewards together!

Take your welcome bonus:
2,000 Coins 2X multiplier for the first 24 hours
10,000 Coins 3X multiplier if you have Telegram Premium
6.9K viewsYW Kaachuu, 13:11
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-06-06 14:24:26 Namoota dursanii banan 10 qofaaf fayyada. Carraa gaarii!

t.me/BlumCryptoBot/app?startapp=ref_m6uQfGHExp
6.7K viewsYW Kaachuu, 11:24
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-06-05 20:32:41 Ani akka nama Notcoin irraa fayyadame tokkootti airdrop kanneen armaan gadii otuu yaaltanii baayyeee sin fayyada jedheen yaada.

1. Secret Coin
https://t.me/mnemonic_game_bot/start?startapp=ref_356935815

2. Hamster Kombat
https://t.me/hamster_kombat_bot?start=kentId356935815

3. Tap Swap
https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_356935815

4. MemFi Coin
https://t.me/memefi_coin_bot?start=r_3e652ba3b6

5. Dot Coin
https://t.me/dotcoin_bot?start=r_356935815

Nama link siniif ergu argannaan ammoo Blum otuu yaaltanii gaaridha.
7.5K viewsYW Kaachuu, 17:32
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-06-03 22:18:31 @kaachuu_YW

Account premium ta'e kana irratti Notcoin gurgurachuu dandeessu!
5.9K viewsYW Kaachuu, 19:18
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-06-02 18:13:58 Ergan gulantaa jiruu koo, mashaafi ribuuko
Waamama keen haguugee
Se'annaan ofiikoo, ta'innaa shakkiikoo
Jaalalli kee jaalalaan duguugee

Aniyyuu of ganee, ergan sin dhokfamee
Agartuun argaa keef, laboobaan sookamee

Waa'ee kee haasa'uun, maqaan kee dhadha'uun
Taa'ee waa'ee keef, kophaa yaa’ii taa'uun

Mootii biyyaan alaa, kan sabni harka reebneef
Teessoo isaaf taa'ee, kan ormi irra teenye

Kan tokkittin filtee, kan kophaa moosisfte
Tokkicha moosisuuf, kan kuma joorsite

Ergan ta'ee, siif ishee jiraattu
Waamama keef, ishee dursa owwaattu
Osoon jiruu, hafuurri koos hafuurfatu
Cigoo ciree, hancuufni koo sin darbatu

An si taanaan, atis ana
Dhoksaan keenyas isa kana

Milkii Magarsaatiin!
Walaloo erguuf @Walaloo_bot
@Walaloon_Jaalala
8.0K viewsYW Kaachuu, 15:13
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-06-02 09:52:19 Odoo akka anaa
.......
At' abdaarii taata-sittan irreeffadha
Mandhee kofa keettin-seenee dhibaafadha
Gororakee dhugeen-ayeetuu siif laadha
Diinqakee walakkaa-sanyiikoon kaawwadha
Si gidduutti baqeen-du'ee obbaafadha
Akka'yyaana abbaakoo-sittan amanadha
Bultoo si godhadheen-si keessa jiraadha.
Masaraa qacceekoo-si keessan godhadha!

Garuu,..
Atis hin uumamne-anisoo sin uumu
Qaamakoorraa muree-yaadakoon sin tumu
Argees sin dhamdhamu
Imimmaankoon caamu!

Silaas,
Supheerraa si uumee-simbookeen xiqqeessu
Humnis naaf eeyyamee-warqeen sin ulfeessu.
Atis ofin deessu

Kanaaf,
Atis hin yaadda'in
Hin dhiphatin du'i
Qaamnikoo haa daaruu
'Nabsee'kee haa maaru!

Galataa Tsaggaa
Walaloo erguuf @Walaloo_bot
@Walaloon_Jaalala
7.5K viewsYW Kaachuu, 06:52
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-06-02 09:25:52 "Yaa Simbirroo fudhadhu
Ilkaankoo ishee bareedduu
Kan keetu na marara
Fokkistuukee naa laadhu"

Dhuguma jedheera
Ammammoo gaabbeera

Ilkaankoo isee aannanii
Ilkaankoo ilkaan beeree
Isan siif laadhen yaade
Eessa jira inni meerre?

Simbirrittii ijoollummaa
An ammasoo akkasuma

Bulee naagala
Erga darbee
Qalbii qabdaa?
Gaabbiin jibbe

Simbirrittii ijoollummaa
Dhoksadheetan sittima
Qalbii bicuu naa kenni
Ilkaankee siin deebisa
Gaabbiikoo fudhu malee
Kankooyyuu siin eebbisa

Lalisee Mokonnon
Walaloo erguuf @Walaloo_bot
@Walaloon_Jaalala
7.0K viewsYW Kaachuu, 06:25
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-06-01 15:48:31
Today’s Hamster Kombat daily Combo
Date: June 1, 2024
Reward: 5M Coin

Jalqabuuf

https://t.me/hamster_kombat_bot?start=kentId356935815
7.9K viewsYW Kaachuu, 12:48
ክፈት / አስተያየት ይስጡ