Get Mystery Box with random crypto!

Walaloon Jaalala

የቴሌግራም ቻናል አርማ walaloon_jaalala — Walaloon Jaalala W
ርዕሶች ከሰርጥ:
Kutaa
Dhaalaa
Surree
Ansiif
Bilisummaa
All tags
የቴሌግራም ቻናል አርማ walaloon_jaalala — Walaloon Jaalala
ርዕሶች ከሰርጥ:
Kutaa
Dhaalaa
Surree
Ansiif
Bilisummaa
All tags
የሰርጥ አድራሻ: @walaloon_jaalala
ምድቦች: ያልተመደበ
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 53.64K
የሰርጥ መግለጫ

Telegram irraa qarshii argachuuf link kana fayyadamaa.
https://telega.io/?r=l9NDCHx-
Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

Ratings & Reviews

2.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

1

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

1


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 6

2024-05-23 22:12:10 JAALALLII QAALII TURE!

Dur, bara jaalalli qaalii
Bara akaakaaf akkoo
Bara wal kabajanii
Mariidhaan furan rakkoo

Bara ilmi dargaggeessi
Abbaaf kabaja laatu
Baras maaddi tokkorra
Kolfaa taphataa nyaatu

Barasii,akaayiitu irbaata
Aannaniin unatamee
Xiqqoo nyaatanii quufu
Jaalalaan eebbifamee

Ilmiif inatalli warra
Ol ka'anii teessisu
Maatiinis dhalasaani
Mararreedhaan eebbisu

Seera uuma kabajee
Qoqqooddate taaliga
Lagaaf sanyiidhaan qoodee
Wal hin dhowwatu silga

      Ammaree
Intalli haadha gorsitii
Ilmi Abbaa dheekkama
Angafatuu gad-jedhee
Quxisuudhaaf ergama

Safuuf safeeffiin dhibee
Duudhaan keenyas jal'ate
Seerri Uumaas soofamee
Nu harkatti qal'ate

Namni gaafa biqilchee
Ollaan ollaa jifata
Yoo inni tokko duroome
Hinaaffaadhan rifata

  .... Durii
Gammachuu qooddatanii
Gadda waliis hirmaatu
Waaqnis isaan eebisee
Jaalalumaan jiraatu

         Inni ammaree
Hinaaffaadhan bokokee
Jibbi sammuu hiitesse
Ammina malaa oola
Ilmaan dharaa miiltesse

Gamanas ni fakkaata
Yoo barbaademmo gama
Aannan elmee gurguree
Deebisee bita dhama

Durii,bixxille xiqqoo tolchee
Wal wal geessisa qoodee
Ammoo,haadhoo garaa tokkootu
Wal bira darba hoodee

Akki durii eessa jiraa
Qaroominat hunkuree
Bara akkoof akaakayyuu
Jaalalli qaalii turee.

FIKIRU ABDENA
Walaloo erguuf @Walaloo_bot
@Walaloon_Jaalala
8.8K viewsYW Kaachuu, 19:12
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-05-23 19:46:59
Turtii keenya Artist Abbabbaa Baalchaa Qorichoo waliin taasisne bu'aabayii jireenyaafi muuxannoo ogummaa Artist Abbabbeen nuuf qoode daawwadhaa, yaada keessan nuuf qoodaa!

Link gadiin seenaatii daawwadhaa



8.3K viewsYW Kaachuu, 16:46
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-05-21 20:22:40 Chaanaala Teeleegiraamii miseensota kuma 14 ol qabu namoonni bituu barbaaddan @Walaloo_bot irraaan nu dubbisuu dandeessu.
6.8K viewsYW Kaachuu, 17:22
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-05-21 12:22:24 SIF

Sifan barreessaa anuu
Olmaa na biraa qabduu
Na bira ol kawwaattee
Nyaates onnee koo waaduu

Sinaan kaakadhaa malee
Maaqa kee sagal waamee
Akkaa ati na dheessituuf
Ani yooman eyyaamee

Si waliin laga cee'uuf
Dhufuf riqichaa korree
Na fudhatee caccabee
Achii gahun koos oole

Riqichaa jaalala koo
Bidiruun isaa caccaabe
Kee obsee ta'us garaan
Kiyaa obsuu dadhaabee

Sami chalchisa
Walaloo erguuf @Walaloo_bot
@Walaloon_Jaalala
7.8K viewsYW Kaachuu, 09:22
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-05-21 12:18:09 Dhufe Kunoo Fe'adhee
Farda Jaalala Dhugaa.
Sibarbaada Namana
Hirriiba Dhabeen Mugaa.

Eessa Jirta Ish-koolee
Damma Abaaboo Birraa.
An Walloo Dhufaan Jira
Finfinneetti Wal Garraa.

Walaloo erguuf @Walaloo_bot
@Walaloon_Jaalala
7.1K viewsYW Kaachuu, 09:18
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-05-20 16:30:07 Notcoin keessan qarshiitti jijjiiruuf

Notcoin hojjechaa turtanii wallet irraa kan galchitanii kan qabdan gatii bareedaafi madaalawaan bitaa waan jirruuf
namoonni gurgurachuu barbaaddan keessaan na quunnamaa
@abdii16
6.8K viewsYW Kaachuu, 13:30
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-05-19 21:06:32 Namootni Notcoin sin darbees ta'ee kanneen kanaan dura hojjattan hundaaf oduu gammachiisaa. Airdrop amanamaa ta'e shan siniif dhiyeesseera hunduma isaanii yaalaa. Booddee nu galateeffattu.

1. TapSwap
https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_356935815

2. Secret Coin
https://t.me/mnemonic_game_bot/start?startapp=ref_356935815

3. Ava Coin
https://t.me/avagoldcoin_bot?start=1c2ee3ddc15fa7373af0

4. Near Wallet

5. MemFi Coin
https://t.me/memefi_coin_bot?start=r_3e652ba3b6

Airdrop shanan kanaan qarshii gaarii hojjattu dafaa itti fayyadamaa. Booddee akka hin gaabbine.
8.9K viewsYW Kaachuu, edited  18:06
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-05-19 08:57:54 Namootni Notcoin sin darbees ta'ee kanneen kanaan dura hojjattan hundaaf oduu gammachiisaa. Airdrop amanamaa ta'e shan siniif dhiyeesseera hunduma isaanii yaalaa. Booddee nu galateeffattu.

1. TapSwap
https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_356935815

2. Secret Coin
https://t.me/mnemonic_game_bot/start?startapp=ref_356935815

3. Ava Coin
https://t.me/avagoldcoin_bot?start=1c2ee3ddc15fa7373af0

4. Near Wallet
https://t.me/herewalletbot/app?startapp=7143378

5. MemFi Coin
https://t.me/memefi_coin_bot?start=r_3e652ba3b6

Airdrop shanan kanaan qarshii gaarii hojjattu dafaa itti fayyadamaa. Booddee akka hin gaabbine.
9.5K viewsYW Kaachuu, 05:57
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-05-18 16:40:00 Addunyaa bilbila harkaa keessatti argamaa jirti. Maarree isinis kallattiiwwan garaa garaatin Wallet Teeleegiraamii keessanii irratti USDT yoo qabaattan gatii madalaawaan sinirraa kan bitnu ta'a.

@Walaloo_bot irratti nu dubbisaa
5.2K viewsYW Kaachuu, 13:40
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-05-18 12:41:09 Airdrop kallattiim kaffalu kana yaalaa

https://t.me/kingyGMbot/gmgm?startapp=ref_1016753
5.5K viewsYW Kaachuu, 09:41
ክፈት / አስተያየት ይስጡ