የሰርጥ አድራሻ:
ምድቦች:
ያልተመደበ
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች:
53.64K
የሰርጥ መግለጫ
Telegram irraa qarshii argachuuf link kana fayyadamaa.
https://telega.io/?r=l9NDCHx-
Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot
Ratings & Reviews
Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.
5 stars
0
4 stars
1
3 stars
0
2 stars
0
1 stars
1
የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 3
2024-06-17 19:31:40
Yaa simbirtuu-simboo uumaa
Kudhaamakoo - faaya mormaa
Abbaa xiiqii-gooba kormaa
Qurunfudii-foolii sugaa
Yaa qimamii- abbaa nagaa
Ayyaanticha-burqaa seeqaa
Ilmoo dhugaa- fakkii waaqaa
Bantii sammuu-Abbaa Muudaa
Mataa namaa- guca guddaa
Michichila- kuula haqaa
Silaa aartiif-atuu waaqa!
Galataa
Walaloo erguuf @Walaloo_bot
@Walaloon_Jaalala
7.4K viewsYW Kaachuu, 16:31
2024-06-17 12:01:56
Hundee jireenya koo
Argamani koo si'ii
Bishaan nama ta'e
Dhiiga keetiim ani
' ''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''
Yaaddoo koo yaaddoftee
Dhiphuu koo dhiphattaa
Siif jira naan jettee
Na jajjabeessita
'''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''
Naan jabaadhu jettee
Ofii kee cinqamta
Xiiqii koo xiiqoftee
Na milkeessuuf yaalta
'''''''""""""""""""""""""""""'"""""""""""
Ofii keetii daartee
Anaan natti uwfista
Ofii keetii joortee
Naaf boqonnaa hawwita
''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''
Ofii buutee baatee
Ba'aa koo naaf baatta
Ofii faanoo nyaattee
Naaf mataasaa laattaa
''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''
Guyyaa keessaaa
Angafa guyyootaa
Baga naaf geesse
Abbaa ko guyyaa abbootaa
''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''
Umurii keetti umurii
Waaqni siif haa dabaluu
Umurii arraagessaa
Kuma naaf jiraadhu
Walaloo erguuf @Walaloo_bot
@Walaloon_Jaalala
7.4K viewsYW Kaachuu, 09:01
2024-06-17 08:28:27
Ani akka nama Notcoin irraa fayyadame tokkootti airdrop kanneen armaan gadii otuu yaaltanii baayyeee sin fayyada jedheen yaada.
1. Secret Coin
https://t.me/mnemonic_game_bot/start?startapp=ref_356935815
2. Hamster Kombat
https://t.me/hamster_kombat_bot?start=kentId356935815
3. Tap Swap
https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_356935815
4. MemFi Coin
https://t.me/memefi_coin_bot?start=r_3e652ba3b6
5. Dot Coin
https://t.me/dotcoin_bot?start=r_356935815
Nama link siniif ergu argannaan ammoo Blum otuu yaaltanii gaaridha.
7.0K viewsYW Kaachuu, 05:28
2024-06-13 20:57:31
Urgaa gaarii natti biiftee
Ati dhufnaan fuulla iftee
Rakkinni koo na dhokata
Onneen kiyyas ni boqota
Miira gaddaa narraa qola
Kolfeen seeqa natti tolaa
Burqaa kootu ol mirgisaa
Haamileen koos ni lalisaa
~
Kanaafuu
Kanin baase sitti himadhu
Fuulla ifaan na simadhuu
Amena Teferi
Walaloo erguuf @Walaloo_bot
@Walaloon_Jaalala
5.3K viewsYW Kaachuu, 17:57
2024-06-12 13:02:17
#Anaaf_Atii_Waliif.......
Gaafa gaddaaf gammachuu
Yoo hirmaatte Na faana
Aniif Atii Yoomiyyu
Waliif gaachana taana
Gaafani madaa baadhee
Qofaa koo kulkulffadhu
Akkan miidhamee jiruu
Natti hiiqii naaf hubadhuu
Malee natti hin murteessin
Murtoo Halaaf halaalaa
Waaqni bifa oso hin taane
Yaada garaa ke ilalaa
Arrabaan nattii kuulaa
Dudduubaan Na hamatte
Balbalan seenuu malee
Ofii hin seenin banatte
Yeroo na bira jirtuu
Harka keen na hammatte
Yoo narra hiiqxe garuu
Hin cabsiin na hamattee
Yoo ofii nyaachuu deemtuu
Mana laazanyaaf keekii
Akkan daadii gubbaarra
Beela'a jirus beekii
Summii waliif bituurra
Yoo waliif taanee dawaa
Arraba qofaa mitii
Hojiinis taanee cawwaa
Maqaa koo gurguruudhaaf
Yoo fuutee deemte gabaa
Anuma qofaa hin se'iin
Situu na waliin cabaa
#Garuu
Naaf Atii waliif luka
Wal faana waliif tolla
Dhiibbaas ta'e dhiibamuu
Wal faana waliif lollaa
Ati erga nama taatee
Namatuu namaaf fala
Waliin keesaa darbina
Malee hin darbinu wal jala
#Fikiru_Abdena
Walaloo erguuf @Walaloo_bot
@Walaloon_Jaalala
7.1K viewsYW Kaachuu, 10:02
2024-06-11 21:40:08
Tired of living paycheck to paycheck? Imagine a life of financial freedom and wealth. Click on the telegram link below to Join our channel for more informations.
https://t.me/BMBF4
6.7K viewsYW Kaachuu, 18:40
2024-06-09 18:58:45
I earned over $ 50 OI. Net from this Airdrop after I joined It will be listed on Binance on 11th June.
Click the link below to join the Airdrop and claim your free IO Tokens into your wallet
https://t.me/Ionet_airdrop_bot?start=r0427620562
Join now and thank me later
9.1K viewsYW Kaachuu, 15:58
2024-06-09 07:27:43
Dafaa Dafaa PixelTap beekamtii guutuu Telegram irraa qabu kana dafaa inni makamaa
https://t.me/pixelversexyzbot?start=356935815
Let's fight for rewards together!
Take your welcome bonus:
2,000 Coins 2X multiplier for the first 24 hours
10,000 Coins 3X multiplier if you have Telegram Premium
8.9K viewsYW Kaachuu, 04:27
2024-06-08 23:38:58
Erga ati na dhiiftee deemtee
Aarii ariinuu hin aarreen
Keessi koo gubatee
Gar malee akkan aaruu
Uffata sirrii uffadhee
Isan fayyaa fakkaadhuu
Eenyuutu naaf hubatee
Dhaba keef akkan daaruu
Taa'ee taa'ee itti yaadee
Gadda gadduu naaf gadduun
Kophaa koo akkan gadduu
Eenyumatu si gorsee
Osoo natti hin himiin
Cal jettee akka badduu
Garuu kan naan gallee...
Yeroo wal wajjin jirruu
Hamaadhaaf gaarummaa koo
Eessaaf bakka an oolee
Hunduu waa'ee koo sitti himaa
Afaansaa damma dibee
Erga narraa adda baatee
Bakkaaf iddoo oolmaa koo
Waan ani keessa jiruu
Akka durii dhufee
Kan sitti himu maaf dhibee
Amaanu'eel Waaqturaa
Walaloo erguuf @Walaloo_bot
@Walaloon_Jaalala
8.8K viewsYW Kaachuu, 20:38
2024-06-07 22:36:28
Ani akka nama Notcoin irraa fayyadame tokkootti airdrop kanneen armaan gadii otuu yaaltanii baayyeee sin fayyada jedheen yaada.
1. Secret Coin
https://t.me/mnemonic_game_bot/start?startapp=ref_356935815
2. Hamster Kombat
https://t.me/hamster_kombat_bot?start=kentId356935815
3. Tap Swap
https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_356935815
4. MemFi Coin
https://t.me/memefi_coin_bot?start=r_3e652ba3b6
5. Dot Coin
https://t.me/dotcoin_bot?start=r_356935815
Nama link siniif ergu argannaan ammoo Blum otuu yaaltanii gaaridha.
5.8K viewsYW Kaachuu, 19:36