Get Mystery Box with random crypto!

Urgaa gaarii natti biiftee Ati dhufnaan fuulla iftee Rakkinni | Walaloon Jaalala

Urgaa gaarii natti biiftee
Ati dhufnaan fuulla iftee
Rakkinni koo na dhokata
Onneen kiyyas ni boqota
Miira gaddaa narraa qola
Kolfeen seeqa natti tolaa
Burqaa kootu ol mirgisaa
Haamileen koos ni lalisaa
~
Kanaafuu
Kanin baase sitti himadhu
Fuulla ifaan na simadhuu

Amena Teferi
Walaloo erguuf @Walaloo_bot
@Walaloon_Jaalala