Get Mystery Box with random crypto!

Walaloon Jaalala

የቴሌግራም ቻናል አርማ walaloon_jaalala — Walaloon Jaalala W
ርዕሶች ከሰርጥ:
Kutaa
Dhaalaa
Surree
Ansiif
Bilisummaa
All tags
የቴሌግራም ቻናል አርማ walaloon_jaalala — Walaloon Jaalala
ርዕሶች ከሰርጥ:
Kutaa
Dhaalaa
Surree
Ansiif
Bilisummaa
All tags
የሰርጥ አድራሻ: @walaloon_jaalala
ምድቦች: ያልተመደበ
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 53.64K
የሰርጥ መግለጫ

Telegram irraa qarshii argachuuf link kana fayyadamaa.
https://telega.io/?r=l9NDCHx-
Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

Ratings & Reviews

2.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

1

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

1


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 7

2024-05-18 11:45:16 Jigiirratti Badhaasoo
Bona keecha Iyyoolee
Figiirratti Laaffisoo
Ona keecha Ishkoolee

Arrabarra Finniisa
Dubbiidha Aboottata
Dammarratti Tisiisa
Furriitti Hamoommata

Ilmoo dura Obbaatii
Nooruu Sanyoo baratte
Kofaaf dura Owwaatti
Karaa geessee Gatatte

Cabsii Taliilaa
Walaloo erguuf @Walaloo_bot
@Walaloon_Jaalala
5.1K viewsYW Kaachuu, 08:45
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-05-18 07:52:30 Namootni Notcoin sin darbee gaabbitan project haaraa guyyaa 13 qofti hafeef kana dafaa itti fayyadamaa. Bost keessa seenun qofa hanga coin 1000,000 kan argattan yemmuu ta'u dafee itti fayyadamaa.

https://t.me/mnemonic_game_bot/start?startapp=ref_356935815


https://t.me/privateton_bot/start?startapp=ref_356935815
5.2K viewsYW Kaachuu, edited  04:52
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-05-17 22:09:33 Namoonni chaanaala 3k ol qabdan fi Wave keenya tti dabalamuu feetan @Kaachuu_YW irratti nu dubbisaa
5.3K viewsYW Kaachuu, 19:09
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-05-17 20:04:50 Channel miseensaa
4k oli qabu
3.2k oli qabu

Namni bitachuu barbaaduu

@qartuukoo irraan nu qunnamuu dandeessu
5.8K viewsYW Kaachuu, 17:04
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-05-17 19:40:43 Edaa,
Jireenyi kolfuu, kolfuun jireenya miti
Uumamni ilkaaniif qalbii gargar jirti.

An,
Fageenyin adeeme - xaxaa
karaan irra ba'es danuu
Gaaffiin keessookoo ba'aa
har'aaf buluukoo hin amanu
Baay'inni qoree
Uraa natti hore.

Tirannaan kiyya laaffatee,
Hiixannaan na gabaabbatee
Hawwiinkoo dhibdee taatee
Abdiikoo biyyeen nyaatee
Marii namaa raawwadhee
Afuura dhoksaan baafadhee
Yeroo,
Mogoleen rom'ee na mudhukutti
Qalbiin gommee na dhukkubutti
Kan naaf kenne abdii saaqaa,
Jiraachisaan kiyya Waaqa!
*
Kanaa'ol Badhaadhaa
Walaloo erguuf @Walaloo_bot
@Walaloon_Jaalala
6.4K viewsYW Kaachuu, 16:40
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-05-15 18:21:34
Galmeen itti fufeetuma jira

Akkaadaamiin Taatummaa Abbaa Lataa Ogummaa Taatummaa saayinsii isaa eeggate Ogeessota Taatummaa irratti beekumsaa ga'aa qabaniin kennuuf galmeen marsaa lammaffaa akkuma itti fufetti jira.

Turtiin yeroo leenjii walakkaa waggaa [Ji’a ja’a]
Yeroo Leenjii:
• Idileen yoo xiqqaate torbeetti guyyaa lama (2) nama argamuu danda’u.
• Weekend ykn Sanbata xiqqaa fi  Sanbata guddaa bartootta kutaa 1 hanga 12 barataniif kutaa addaa qabna.
• Koorsiiwwan Ja’a /shaakala waliin kennamu

Ulaagaalee Leenjii:
• Fedhii Taatummaa qabaachuu
• Afaan Oromoo dubbachuufi dhaga’uu, Dubbisuu
• Barnoota kanaaf yeroo kennuu danda’uu
• Qormaata seensaa akkaadaamichi kennu darbuu danda’uu.
• Danbii fi ittiin bulmaata mana baruumsichaaf ajajamuuf of qopheessuu

Baayyinni barataa marsaa lammaffaaf fudhannu daanga’aa waan ta’eef, galmeen akkuma guuteen ni dhaabbata.

Akkaadaamii Taatummaa Abbaa Lataa,
Galma Dandeettii fi Kalaqaa!
@Fiilmiin
8.8K viewsYW Kaachuu, 15:21
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-05-14 19:06:49
Canon PowerShot SX740 HS | Superzoom Camera

Mirrorless camera
Full HD resolution
Slightly used

Price 48k
Contact @Qartuukoo
5.5K viewsYW Kaachuu, 16:06
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-05-13 12:53:22 Jechaan ibsi jedhu
Jechi miira cora
Miirri jecha hinqabu
Eessaan sitti hora

Harmeen anaaf miira

Dhangalaa’aa kuustee
Ofkeessa na luustee
Dhiiga ofkeessa Cobsaa
Imimmaanshee roobsaa

Waan hinmalleef taatee
Anaaf karaa taatee

Harmee jecha hinqabne
Jecha maaliin ibsu
Fayyaa kadhachaafi
mogoleeshee Cimsu

Haftee Baqqalaa
Walaloo erguuf @Walaloo_bot
@Walaloon_Jaalala
6.9K viewsYW Kaachuu, 09:53
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-05-12 15:52:57 Harmee

Biiftuu qarri baatu
Hirribarraa kaata
Galaana rakkoo daaktee
Galaa anaaf taata

Dadhabe hin jettu - Dugda keetti baattee
Ofiif hin boqonne - Boqonnaa naaf laatte
Rakkoo hin himattu - Kan kiyyaaf yaaddofta
Nan bareeda hin jettu - Anaaf daalachoofta

Gaara baatee daka buutee
Dafqa kan kee xuruurfatta
Dadhabbii kee of dhokfattee
Guddisa koof shan gugguufta

Harkaa dhabdus yoom waakkatte
Anaaf jecha ifatamte
Dungoo taatee anaaf iftee
Ofiif dhumtee kan dhabamte.

Si'if akkam jedheen
Maal barreessaa?
Jecha kamtu si adeessaa
Bakka qabda ana keessaa

Jecha filee yoon qubeessu
Oolmaa kan kee hin addeessu
Osoo addunyaan si jedhamee
Innuu sin gitu bar harmee!

Milkii Magarsaa
Walaloo erguuf @Walaloo_bot
@Walaloon_Jaalala
7.6K viewsYW Kaachuu, 12:52
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-05-12 08:47:51
Baga Guyyaa Haadhaa geessan!
7.6K viewsYW Kaachuu, 05:47
ክፈት / አስተያየት ይስጡ