Get Mystery Box with random crypto!

Dhufe Kunoo Fe'adhee Farda Jaalala Dhugaa. Sibarbaada Namana | Walaloon Jaalala

Dhufe Kunoo Fe'adhee
Farda Jaalala Dhugaa.
Sibarbaada Namana
Hirriiba Dhabeen Mugaa.

Eessa Jirta Ish-koolee
Damma Abaaboo Birraa.
An Walloo Dhufaan Jira
Finfinneetti Wal Garraa.

Walaloo erguuf @Walaloo_bot
@Walaloon_Jaalala