Get Mystery Box with random crypto!

.

የቴሌግራም ቻናል አርማ hamiltantv2 — . H
የቴሌግራም ቻናል አርማ hamiltantv2 — .
የሰርጥ አድራሻ: @hamiltantv2
ምድቦች: ያልተመደበ
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 872
የሰርጥ መግለጫ

.

Ratings & Reviews

2.33

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

1

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

1


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች

2022-08-02 21:02:37
የ YOUTUBE ሰዓት ለመሙላት ተቸግረዋል እንግዲያውስ አያሳስቦ በታመኝነት ሰርተን እናስረክባለን

1ሰአት=1ብር
1000ሰዓት=1000ብር
2000ሰዓት=2000ብር
4000ሰዓት=4000ብር

YouTube Whatchtime

1k Hours = 10 USD
2k Hours = 20 USD
4k Hours = 40 USD

እንቅስቃሴዎቻችን ለመከታተል የመልከቱን ስለታመኝነታችን ምስክሮቻ ።

0918889763
0918889763

For More Info

Telegram

@Ethioyt4k
@Ethioyt4k
283 viewsTyping..., edited  18:02
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-08-02 20:34:33 Channel photo updated
17:34
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-07-02 13:35:26 https://jirrapost.com/ityoophiyaan-loltoonni-sudaan-garee-milishaa-biyya-keessaatiin-ajjeefaman-jette/

Odefannoo Gutuu Argachuuf
136 viewsTyping..., 10:35
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-02-22 06:18:06
Baale Aanaan Madda Walaabuu Yeroo ammaa
Waamicha lamummaa barbaaddi
Beelaa fii hoongee cimaa keessa jiran
Highly Drought In Bele zone Meda Welabu
woreda know it needs humanitarian support!!
933 viewsTyping..., 03:18
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2021-12-06 21:41:51 ​​Jaalala Ergama Rabbii ﷺ

Abu Ibtisam

Sahaabaan tokko gara Ergamaa Rabbii ﷺ dhufee, “Yaa Ergamaa Rabbii Saa’aan sun (Qiyaamaan) yoom dhaabbatti?” jedhee gaafate. Nabiinis ﷺ “Maal qopheeffattee jirta?” jedhanii gaafiidhaan deebisaa kennaniif. Innis deebisee, “An wanti heddus qopheesse hin jiru. Salaata, soomanaa fi sadaqaanis hagas hunda guddaa miti. Garuu Rabbii fi Ergamaa isaa nin jaaladha” jedhee deebise. Ergamaan Rabbiitis ﷺ, “Ati warra jaalattu wajjiin taata” jedhaniin.
Sahiih Bukhaarii, Kitaaba Adabaa, Hadiisa 6171

Hadiisa biraa keessatti ammoo Namni tokko mu’mina dhugaa jedhamuudhaaf Abbaa, haadha, ilmaan, qabeenyaa fi waan hunda caalaa Ergamaa Rabbii ﷺ jaalachu akka qabnu ibsamee jira. Kanaafuu nutis waan dachii kanarra jiru hunda caala, Nabii keenya jaalachuu qabna.

Akka carraa ta’ee, yeroo ammaa kana jaalalli nuti Ergamaa Rabbiif qabnu jaalala biraatiin ukkaamfamaa jira fakkaata. Kun ammoo nu yaachisuu qaba. Dargaggoonni keenya hedduun isaanii karaa namoota islaamummaan ala jiranii filachuu jalqabanii jiran. Gam tokkoon gara Masjiidaa dhufuun dargaggoota keenyaa yoo nam gammachiisu, garuu akkaataan uffannaa, akkaataan rifeensa itti muratan, akkaataan dubbii isaaniitii fi kanneen biroo ammoo namoota biroo waliin wal fakkaachuun isaa daran nama yaaddeessa. Kanaafuu haga danda’ameen, Yoo Nabii keenya ni jaalanna jennee kan dubbannu taate, Moodeela isaan godhachuu qabna.

Nabi Muhammadiin jaalachuu jechuun Rabbii isaan erge jaalachuu jechuudha. Rabbiin jaalachuun ammoo amantii isaa fi hordoftoota amantii isanii akka jaalannu nu taasisa. Mee waanuma hundaafuu jaalala Rabbiif, Ergamaa isaatiif, akkasumas islaamummaf qabnu waan tanaan haa madaallu
• Yeroo Azaanni Masjiidaa godhamu, waan dalagaa jirru hunda dhaabnaa? Facebook, whatsapp… cufnaa? TV fi waan dhaggeeffataa jirru cufnaa? Akkuma azaanni godhameen gara masjiidaa deemnaa?
• Haalli amma itti jirru (Uffannaan, deemsi, dubbiin, wanti jaalannuu fi jibbinu), Waan ergamaan Rabbii ﷺ nu ajajaniin wal fakkaataa?
• Yeroo keenya hedduminaan Ibaadaaf kenninee jirra moo fedhinnaa dhuunfaa keennaaf kennine?
• Muslimoota hunda ni jaalanna moo ni jibbina? Isaan gargaarra moo isaan mina? Rakkinni ummata Suuriyaa, Falasxiinii, Burmaa, Yaman fi kanneen biroo nutti dhagahamaa?
• Yeroo islaamummaa irra miidhaan takka gahu ni rifannaa, ni dallannaa?
• Hedduminaan kitaabban islaamummaa dubbisna moo, kitaaba islaamummaan alas (Asoosama jaalalaa) dubbisna?
• Qalbiin teenya Masjiidatti rarraatii? Yeroo Azaanni godhamu gammachuun gara masjiidaa deemtii?
• Sa’aatii qabnu, qabeenyaa fi fayyaa qabnu tana Rabbii fi Ergamaa isaatiif kennuuf qophoofnee jirraa?
Kunnuun wantoota muraasa. Mee hundaafuu of haa gaafannu. Deebisaa kanniin hundaaf wanti arganne gad aanaa yoo taate, daddafnee ammuma karatti deebi’uu qabna. Yoo bareeda taate ammoo jabeessinee daran caaltuu hojjachuuf tattaaffachuu qabna.

Waan hunda keessatti Rabbii keenya gargaarsa isaa gaafachuu hin dagatinaa. Rabbi waan hunda nuuf haa laaffisu

@hamiltantv2
2.5K viewsFidaaka Yaa Rasulallah, edited  18:41
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2021-11-30 14:01:03 As wr wb Jirra jirtuu . Gaafa gammachu qabdu Rabbii kee Yaadadhu gaafa Rakkoo keessa jirtu Rabbiin sii yaadata.

Daanga Rabbii keeti Eegdhu tiyfadhu Rabbin daanga kee siif tiisisa

Caalchifadhu waanuma hundaa jaalala rabbii keetif Nabbii ﷺ‎ﷺ‎ keettii irra caala namaa taata

Gaafa Fuula Rabbii keetti salaataf dhaabatu Akka nama rabbiin argaa jiruutti tasgabbiin dhabadhu.

Gaafa atti Rakkatte Rabbiin akka Attii isa Argaa jirtuuti Rakkoo san keessa sii baasa

Ergamaan Rabbiiﷺ Akkana Je'an Nama salaata isaa tolfatee yeroo isaa Eege salaate Rabbiin jiruu isaa cufa isaaf tolcha. Ijaaf gurraa Isaaf taya Harkaaf Luka isaaf taya hamtuu isa irraa tiysa rizqii Isaaf baldhisa je'an

ilmii namaa akka baala muka irraati baalli mukaa gaafa mukni jalaa jige ni jiga ilmii namaattis akkasii ilma namaa irratti hin Erkattin gaafa namni attii itti Erkattu sun sii jalaa kufe kufta

Rabbal Aalamiinitti Erkadhu kan yoomu sii jalaa hin kufne yoo attii jalaa kufte malee

Takkahu gaafa qophaa jirtu gaafa namni sun sii bira hin jirre rakkatta Rabbii keeti Erkadhu kan yoomu sii biraa hin dhabmne

Rabbiin worraa waanuma hunda keessatti isa irratti Erkate irraa milkaayu isiin haa taasisu #Sher. .... Barakallaahu fiikum

@ABSHOFFICIALS
3.7K viewsAB SH, 11:01
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2021-11-29 15:29:10 . Qabriin Bakka jireenya aakhiraa irraa Mana jalqabaati, Yoo achi keessatti Nagaya bahe wanti isa booda jiru irra laafaadha. Yoo achi keessatti Nagaya hin bahin Kan achi boodaatu irra jabaadha".

¤Rasuulullaah saw

اشترك..... @hadithofficial
745 viewsQur,aan hayaati, 12:29
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2021-11-29 14:00:36 Qur'aana warri jaalattu qofti dubbisii #share godhi rabbiin jaalala qur'aanaa nuuf haa kennuu

Kitaabni Gurguddaan Rabbiin Buuse Afur (4) !
⛂Toowraat ,, muusaa irratti"
⛂ Zabuur ,, Daawud irratti
⛂Injiil iisaa irratti.
⛂Furqaan Muhammad irratti

Qur'aanni Akka Walii Galaatti Bakka sadihitti Qoodama

⛂Al Ahkaam "murtii Jiruu fi Jireenyaa"
⛂ Al Qisas "Oduu fi Seenaa "
⛂Al-ttoohid "rabbi tokkichoomsuu"

Quraanni Akka Walii Galaatti

⛂Juuzii 30 !
⛂Suuraa 114 !
⛂Aayata 6236 !
⛂Harfii (qubee) 22300 Qaba!

Qur'aanni Bakka Takkatti ykn Jalqabarraa Hanga Dhuma Saatti yeroo takkatti Samii Addunyaa Beeytal-izzaa Bakka Ja'amutti Buufame.. Sana Booda Waa xiqqoo xiqqoon Bara 23 keeysatti Buufamee Dhume !

Suuraan Dura Buute Suuratul "iqraadha"
Aayanni Booda irra Buufame ‎(Wattaquu yowman Turja'uuna fiihi Ilallaah)‏ Aayata Ja'u.

Suuraan Akkaan Dheertuun Baqaraadha

Suuraan Hedduu Gabaabduun Al koowsariidha...

Namni Nama Hundarra caalu Nama Quraana kana Baratee Barsiise..jedhan Nabiin Maalummaa Quraana kanaa Nama Hin Beeyne Barsiisuuf share waliif godhaa Jzk..........

@ABSHOFFICIALS
2.2K viewsAB SH, 11:00
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2021-11-20 22:38:23 IMAAMU SHAAFI'II MANA IMAAMU
AHMAD KEESSATTI ??

Seenaa Qorsaaf Gorsaa. .

Imaamu shaafi'iin sheekha imaamu
ahmad turani,
Imaamu ahmad imaamu shaafi'ii
akkaan jaalatu,
Yoo imaamu shaafi'ii faarsan:

Imaamu shaafi'iin addunyaa tanaaf
akka aduuti, Ilma namaatiif akka
fayyaati, je'an,
Gaafa tokko imaamu shaafi'iin
imaamu ahmadiin ziyaaruuf fe'atanii
mana imaamu ahmad dhufan,
Imaamu ahmad akkaan gammadanii
akka gaaritti simatan,

Ergas nyaata qopheessanii qorii
guutanii imaamu shaafi'iif erbaata
dhiyeessan,
Imaamu shaafi'iin waan qorii keessa
jiru osoo waan tokko hin hambisin
fixan,
Ammas eddoo hirribaa kenninaaniif
imaamu shaafi'iin firaasha irra
bahanii ol gara galanii hirriba itti
tuqan,

Wayta ganamni bari'u mucattiin
imaamu ahmad imaamu ahmaditti
dhuftee: Yaa Aabbichoo ! Imaamu
shaafi'iin ati faarsitu suni kanaa ??
jetteen: Eeti isaanuma kana, je'aniin:
Maarree ani nama kanarratti waa sadi
argee, jetteen: maal fa'a garte mee ??
je'aniin: Tokkoffaa, nyaata qorii
guutuu itti kenninee qoriin qullaa ol
galte, Lammaffaan, Nuti eddoo
hirribaa kenninaaniif ol gara galee
hirriba itti tuqee waa salaata
leeyliitiifi tahajjuda wahiitiifuu hin
dhaabanne, Sadaffaa, Salaata subhii
udu'a malee nuun salaate, jetteen,
Dubbiin mucattii imaamu ahmadiin
akka malee dhibdee dubbii akka
baruuf gara imaamu shaafi'ii
deemanii wayta ajaa'iba kana
himaniif: Eeti sadanuu anatu qaba,
Tokkoffaa, Wanti nyaata akkasitti
nyaadheef, nyaata keessantu maddi
isaa halaala irraa waan ta'eefi,
Akkasuma nyaata nama gaariiti,
nyaanni nama gaarii dawaadha,
nyaanni nama dony'aa dhibeedha,
ani nyaata kana garaa guuttatuuf
osoon taane ittiin dawaa
godhachuufi,
Lammaffaa, Hogga isin bakka hirribaa
naaf kennitan wanti ani leeyliif
tahajjuda salaatuu dhabeef,
Hogguma hirribaaf ol gara gale, Akka
waan qur'aanaaf hadiisni Rasuulaa
S,A,W, Na fuuldura jiruu, Qur'aana
kanaaf hadiisa keessaa gaafiifii deebii
ummata islaamaatiif bu'aa qabdu
torbaatamii lama 72 qopheessaa
bule, kanaaf yeroo argadhee salaata
leyliitiif tahajjudaa ka'uu dhabe,
Sadaffaa, Wanti ani wuduu'a malee
isiniin salaateef, Ani akka galgala
ciisee hirribnuu na qabee hin rafnee
waan wudu'a haarayoomsuuf hin
jiruu, je'aniin, , , ,
____ ﻓﺴﺒﺤﺎﻥ ﺍﻟﻠﻪ ﺍﻟﻌﻈﻴﻢ . .

Yaa Rabbi ! Mee iimaana jara saniif
kennite nuufis kenni, Iimaanatu
akkana nama dalaysiisaa,
Mee namni iimaana dheebuu qabdan
"Aamiin" je'aa,

Waan nama ajaa'ibaa kana obboloota
keetiifis SHARE COPY PAST godhi,
Ajrii hanga qubeetiin argattaa,
1.8K viewsQur,aan hayaati, edited  19:38
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2021-11-16 16:14:49 Ergamaan rabbii (ﷺ) akkana jedhe

" Tokkon keessan hin amanne haga ani gama isaatti irra jaalatamaa namaa tahuuttii Abbaa isaa caala, ilmaan isaa caala, Nama hundaa caala "

(Sahiiha Bukhaarii)

Rasuulaa jaalachuun, waan inni itti ajaje tole jedhanii hojjachuu, waan inni dhoorge irraa fagaatuu dha.
972 viewsAB SH, 13:14
ክፈት / አስተያየት ይስጡ