Get Mystery Box with random crypto!

As wr wb Jirra jirtuu . Gaafa gammachu qabdu Rabbii kee Yaad | .

As wr wb Jirra jirtuu . Gaafa gammachu qabdu Rabbii kee Yaadadhu gaafa Rakkoo keessa jirtu Rabbiin sii yaadata.

Daanga Rabbii keeti Eegdhu tiyfadhu Rabbin daanga kee siif tiisisa

Caalchifadhu waanuma hundaa jaalala rabbii keetif Nabbii ﷺ‎ﷺ‎ keettii irra caala namaa taata

Gaafa Fuula Rabbii keetti salaataf dhaabatu Akka nama rabbiin argaa jiruutti tasgabbiin dhabadhu.

Gaafa atti Rakkatte Rabbiin akka Attii isa Argaa jirtuuti Rakkoo san keessa sii baasa

Ergamaan Rabbiiﷺ Akkana Je'an Nama salaata isaa tolfatee yeroo isaa Eege salaate Rabbiin jiruu isaa cufa isaaf tolcha. Ijaaf gurraa Isaaf taya Harkaaf Luka isaaf taya hamtuu isa irraa tiysa rizqii Isaaf baldhisa je'an

ilmii namaa akka baala muka irraati baalli mukaa gaafa mukni jalaa jige ni jiga ilmii namaattis akkasii ilma namaa irratti hin Erkattin gaafa namni attii itti Erkattu sun sii jalaa kufe kufta

Rabbal Aalamiinitti Erkadhu kan yoomu sii jalaa hin kufne yoo attii jalaa kufte malee

Takkahu gaafa qophaa jirtu gaafa namni sun sii bira hin jirre rakkatta Rabbii keeti Erkadhu kan yoomu sii biraa hin dhabmne

Rabbiin worraa waanuma hunda keessatti isa irratti Erkate irraa milkaayu isiin haa taasisu #Sher. .... Barakallaahu fiikum

@ABSHOFFICIALS