Get Mystery Box with random crypto!

Qur'aana warri jaalattu qofti dubbisii #share godhi rabbiin j | .

Qur'aana warri jaalattu qofti dubbisii #share godhi rabbiin jaalala qur'aanaa nuuf haa kennuu

Kitaabni Gurguddaan Rabbiin Buuse Afur (4) !
⛂Toowraat ,, muusaa irratti"
⛂ Zabuur ,, Daawud irratti
⛂Injiil iisaa irratti.
⛂Furqaan Muhammad irratti

Qur'aanni Akka Walii Galaatti Bakka sadihitti Qoodama

⛂Al Ahkaam "murtii Jiruu fi Jireenyaa"
⛂ Al Qisas "Oduu fi Seenaa "
⛂Al-ttoohid "rabbi tokkichoomsuu"

Quraanni Akka Walii Galaatti

⛂Juuzii 30 !
⛂Suuraa 114 !
⛂Aayata 6236 !
⛂Harfii (qubee) 22300 Qaba!

Qur'aanni Bakka Takkatti ykn Jalqabarraa Hanga Dhuma Saatti yeroo takkatti Samii Addunyaa Beeytal-izzaa Bakka Ja'amutti Buufame.. Sana Booda Waa xiqqoo xiqqoon Bara 23 keeysatti Buufamee Dhume !

Suuraan Dura Buute Suuratul "iqraadha"
Aayanni Booda irra Buufame ‎(Wattaquu yowman Turja'uuna fiihi Ilallaah)‏ Aayata Ja'u.

Suuraan Akkaan Dheertuun Baqaraadha

Suuraan Hedduu Gabaabduun Al koowsariidha...

Namni Nama Hundarra caalu Nama Quraana kana Baratee Barsiise..jedhan Nabiin Maalummaa Quraana kanaa Nama Hin Beeyne Barsiisuuf share waliif godhaa Jzk..........

@ABSHOFFICIALS