Get Mystery Box with random crypto!

ABDII SABAA ( BARNOOTA )

የቴሌግራም ቻናል አርማ abdiisabaa — ABDII SABAA ( BARNOOTA ) A
የቴሌግራም ቻናል አርማ abdiisabaa — ABDII SABAA ( BARNOOTA )
የሰርጥ አድራሻ: @abdiisabaa
ምድቦች: ትምህርት
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 59.22K
የሰርጥ መግለጫ

ODEEFFANNOO BARNOOTAA
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
@Abdii_Sabaa
💬NU QUNNAMUUF💬
@AbdiiSabaaDm
🎯MARIIF
@Abdiisabaa

Ratings & Reviews

3.33

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

1

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

1


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 6

2024-03-05 12:50:45
Beeksisa dhuunfaa kanneen akka Manneen Uffata Aadaa, Meeshaalee gurgurtaa Electirooniksii, Mana kophee, Manneen barnootaafi Kolleejjii dhuunfaa, akkasumas Yuutuubii, Chaanelii Teelegiraamii, weebsaayitii, Tiktok, fb fi kkf  beeksifachuuf 
karaa @AbdiiSabaaDM jedhuun nu qunnamaa.


https://abdiisabaa.org/index.php/2023/12/31/injifataa-badhaasa-qarshii-1000-kan-torban-kanaa/

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

MIIDIYAA @ABDII_SABAA

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
@ABDIISABAA
13.8K views09:50
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-03-04 20:43:34
Yuunivarsitii Mattuutti Barataa Qaale'aab Awudee Tikkuu kan guyyaa kaleessa Tasa Lubbuun Isaa Darbeef Sirni Dungoo Ibsuu Gaggeeffame.

Sirnicha irratti hooggansi ol'aanaan Yuunivarsiitii, barsiisonnii fi barattoonni argamanii gadda isaanii ibsataniiru.

Madda:- Yuunivarsiitii Mattuu

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

MIIDIYAA @ABDII_SABAA

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
@ABDIISABAA

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!

https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
12.7K views17:43
ክፈት / አስተያየት ይስጡ