Get Mystery Box with random crypto!

ABDII SABAA ( BARNOOTA )

የቴሌግራም ቻናል አርማ abdiisabaa — ABDII SABAA ( BARNOOTA ) A
የቴሌግራም ቻናል አርማ abdiisabaa — ABDII SABAA ( BARNOOTA )
የሰርጥ አድራሻ: @abdiisabaa
ምድቦች: ትምህርት
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 59.22K
የሰርጥ መግለጫ

ODEEFFANNOO BARNOOTAA
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
@Abdii_Sabaa
💬NU QUNNAMUUF💬
@AbdiiSabaaDm
🎯MARIIF
@Abdiisabaa

Ratings & Reviews

3.33

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

1

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

1


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 5

2024-03-11 12:30:02
Yuunivarsitii Finfinnee Mooraa Balaan Ibiddaa midate.

Yuunivarsiitii Finfinnee Mooraa Bizinesii fi Ikonomiksiitti balaan Ibiddi xiqqaan mana ciisichaa dhiirota keessaa naannoo sa'aatii 2:30tti ka'ee ture osoo miidhaa guddaa hin gaggeessin to'atameera.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

MIIDIYAA @ABDII_SABAA

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
@ABDIISABAA

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!

https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
14.7K views09:30
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-03-11 12:11:51
#Vacancy Announcement


SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

MIIDIYAA @ABDII_SABAA

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
@ABDIISABAA

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!

https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
13.5K viewsedited  09:11
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-03-10 10:20:57
#Kutaa_12ffaa

Galmeen xumurameera.

Galmaa'uu keessan mirkaneeffadhaa, yoo hin galmoofne dhamaatiin keessan lafatti badeera.

#Link

https://abdiisabaa.org/index.php/2024/02/27/kutaa-12ffaa-2/
12.6K viewsedited  07:20
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-03-09 22:57:43
Kitaabota sadarkaa hundaa, qormaata kutaa 12ffaa, Exit Exam fi Riisarchiiwwan kanaan dura hojjataman hundaa argachuuf karaa liinkii asii gadiin nu hordofaa

https://t.me/+QC94UwxfODs0NjJk
https://t.me/+QC94UwxfODs0NjJk

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

MIIDIYAA @ABDII_SABAA

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
@ABDIISABAA

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!

https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
12.7K views19:57
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-03-08 10:06:33
#Kutaa_12ffaa

Galmeen boru xumurama.

Galmaa'uufi murkaneeffachuuf


https://abdiisabaa.org/index.php/2024/02/27/kutaa-12ffaa-2/
https://abdiisabaa.org/index.php/2024/02/27/kutaa-12ffaa-2/
16.4K viewsedited  07:06
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-03-07 22:54:39
Yuunivaarsitiin Salaalee Barattoota sagantaa digirii Jalqabaafi Digirii lammaffaan sagantaa barnootaa Idilee, galgalaafi sanbataatiin, barsiisaa ture 283 guyyaa har’aa Giddugala Aadaa Oromoo Salaaleetti guyyaa har'aa haala ho’aan eebbisiisee jira.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

MIIDIYAA @ABDII_SABAA

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
@ABDIISABAA

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!

https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
18.1K views19:54
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-03-07 20:35:30
#Oduu Gammachiisaa

Sagantaa badhaasaa nama 10 ittiin badhaasnu isiniif qopheessineerra.

Saganataan badhaasaa kun boru sa'aa tokko irraa kaasuun kan eegalu ta'a.

Badhaasa kana namni badhaafamu nama amma irraa kaasuun #Liinkii asii gadii irra seenee barreeffama seenaa Telegiraamii dubbisee comment jalatti dubbiseera jedhee barreesse qofa.

Maarree ammuma seenaa

https://abdiisabaa.org/index.php/2024/03/01/keeyyata-gaaffiin-keessaa-bau/
https://abdiisabaa.org/index.php/2024/03/01/keeyyata-gaaffiin-keessaa-bau/
15.2K viewsedited  17:35
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-03-06 09:28:24
#Kutaa_12ffaa

Warri hin galmoofne galmaa'aa.

Warri galmooftan mirkaneeffadhaa.

#Liinkii

https://abdiisabaa.org/index.php/2024/02/27/kutaa-12ffaa-2/
https://abdiisabaa.org/index.php/2024/02/27/kutaa-12ffaa-2/

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

MIIDIYAA @ABDII_SABAA

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
@ABDIISABAA

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!

https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
15.3K viewsedited  06:28
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-03-05 17:23:59
Yuunivarsitii Walaayittaa Sooddoo keessatti qulqullinni nyaata barattootaa akkaan gadi bu'uu maddeen keenya nuuf gabaase.

Yuunivarsiticha keessatti rakkinni qulqullina nyaataa yeroodhaa yerootti kan mudatu yemmuu ta'u, yeroo ammaa sadarkaa fayyaa barattootaa irraan miidhaa ga'u irra ga'eera jedha maddeen keenya kun.

Soorata qulqullina qabu nyaachuun wantoota fayyaa namaa eegu keessaa isa jalqabaa, waan ta'eef qaamni dhimma ilaallatu dhimma nyaata barattoota kanaa atattamaa akka sirreessitan kabajaan isin gaafanna.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

MIIDIYAA @ABDII_SABAA

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
@ABDIISABAA

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!

https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
15.2K views14:23
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-03-05 16:57:26
#Kutaa_12ffaa

Galmeen barattoota kutaa 12ffaa torban kana xumuramaa, galmeen karaa Onlaayinii waan ta'eef namoonni osoo hin galmaa'in jiratan atattamaan galmaa'aa.

warreen galmooftanii jirtanis qaama dhimma ilaallatu liinkii asii gadii irratti isiniif ibsine qunnamuun mirkaneeffadhaa.

https://abdiisabaa.org/index.php/2024/02/27/kutaa-12ffaa-2/

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

MIIDIYAA @ABDII_SABAA

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
@ABDIISABAA

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!

https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
13.7K views13:57
ክፈት / አስተያየት ይስጡ