Get Mystery Box with random crypto!

ABDII SABAA ( BARNOOTA )

የቴሌግራም ቻናል አርማ abdiisabaa — ABDII SABAA ( BARNOOTA ) A
የቴሌግራም ቻናል አርማ abdiisabaa — ABDII SABAA ( BARNOOTA )
የሰርጥ አድራሻ: @abdiisabaa
ምድቦች: ትምህርት
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 59.22K
የሰርጥ መግለጫ

ODEEFFANNOO BARNOOTAA
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
@Abdii_Sabaa
💬NU QUNNAMUUF💬
@AbdiiSabaaDm
🎯MARIIF
@Abdiisabaa

Ratings & Reviews

3.33

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

1

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

1


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 2

2024-04-06 17:21:32
Yuunivarsitiin Finfinnee Sagantaa Ifaxaara barattootaaf qopheesse.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

MIIDIYAA @ABDII_SABAA

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
@ABDIISABAA

abdiisabaa.com
abdiisabaa.org

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!

https://www.facebook.com/AbdiiSabaaF
13.8K views14:21
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-04-05 22:34:07
Yuunivarsitii Maqaleetti barattoonni osoo digirii keenya hin fudhatin waggaa saddeet nutti guuteera, bara kana eebbifamnee mooraadhaa ba'uu qabna jechuun guyyaa har'aa hiriira nagaa ba'an.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

MIIDIYAA @ABDII_SABAA

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
@ABDIISABAA

abdiisabaa.com
abdiisabaa.org

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!

https://www.facebook.com/AbdiiSabaaF
15.4K views19:34
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-04-05 12:23:48
Yuunivarsiitiin Arsii Barattoota Musliimaaf Sagantaa Ifxaaraa Qopheesse.

Saganticha irratti barattootni, barsiisotnii fi hordoftoonni amantichaa garaagaraa argamaniiru!

Madda:- Fuula Fb Yuunivarsitichaa

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

MIIDIYAA @ABDII_SABAA

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
@ABDIISABAA

abdiisabaa.com
abdiisabaa.org

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!

https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
13.4K views09:23
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-04-01 18:18:35
#Beeksisa Waamicha Qacarrii

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

MIIDIYAA @ABDII_SABAA

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
@ABDIISABAA

abdiisabaa.com
abdiisabaa.org

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!

https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
14.4K views15:18
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-04-01 00:49:52
#Kutaa_8ffaa

Guyyaa Qormaanni kutaa 8ffaa itti kennamu, akkasumas akkaataa kenniinsa qormaata kanaa irratti ibsa Biiroo Barnootaa Oromiyaa guyyaa har'aa kenne gabaasa guutuu isaa #liinkii asii gadii irraa argattu.

https://abdiisabaa.org/index.php/2024/04/01/kutaa-8ffaa/
https://abdiisabaa.org/index.php/2024/04/01/kutaa-8ffaa/
15.9K viewsedited  21:49
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-03-31 16:17:06
Obboleewwan sadan Yuunivarsitii Madda Walaabuutti Muummeen Meedikaal Dokterii Seenaniif Yuunivarsitichi beekamtii kenne.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

MIIDIYAA @ABDII_SABAA

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
@ABDIISABAA

abdiisabaa.com
abdiisabaa.org

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!

https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
13.0K views13:17
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-03-30 23:12:45
"DHIIGA KEENYA DHIIGA KEENYAAF"

Barattoonni Yuunivarsitii Finfinnee Ummata Wolloo Sababa waraanan miidhamanii Hospitaala Adaamaatti yaalamaa jiraniif dhiiga isaanii arjoomaniiru.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

MIIDIYAA @ABDII_SABAA

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
@ABDIISABAA

abdiisabaa.com
abdiisabaa.org

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!

https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
13.2K views20:12
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-03-30 15:58:07
Yuunivarsiitiin Dambi Doolloo barattoota Saayinsii Fayyaa muummee garagaraan leenjisaa ture guyyaa har'aa eebbisiiseera.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

MIIDIYAA @ABDII_SABAA

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
@ABDIISABAA

abdiisabaa.com
abdiisabaa.org

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!

https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
13.4K views12:58
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-03-26 20:45:03
Muummee keenya barree eega maatii, hiriyoottanfi firoottan keenyatti gammachuu keenya himneen booda Muummeen nuuf kenname nurraa jijjiirame.

Yuunivarsitii Madda Walaabuutti Muummeen isaan baratanu eega kennameefiin booda jala jijjiramuu maddeen keenya Yuunivarsiticha irraa nuuf gabaase.

Barattoonni haalli kun irratti raawwatame yeroo ammaa rakkoo xiinsammuu guddaa keessa jiraachuu isaanis maddeen keenya kun nuuf gabaaseera.

Akka odeeffannoon nu qaqqabetti haalli kenniinsa Muummee Yuunivarsitichatti kennamaa turees baay'ee haqa qabeessummaa hin qabu jechuun qeeqaniiru.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

MIIDIYAA @ABDII_SABAA

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
@ABDIISABAA

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!

https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
13.2K views17:45
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-03-25 17:40:23
Kolleejjii Barsiisotaa Naqamtee


SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

MIIDIYAA @ABDII_SABAA

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
@ABDIISABAA

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!

https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
16.1K viewsedited  14:40
ክፈት / አስተያየት ይስጡ