Get Mystery Box with random crypto!

# mo'e Ministeerri Barnootaa xalayaa baaseen barattoonni yero | ABDII SABAA ( BARNOOTA )

# mo'e

Ministeerri Barnootaa xalayaa baaseen barattoonni yeroo jalqabaaf qormaata ba’iinsaa fudhatan hundi kaffaltii tajaajilaa 500 akka kaffalan ibseera.

Barattoonni lakkoofsa herrega CBE 1000553176097 fayyadamuun hanga Ebla 15tti Ministeera Barnootaaf qarshii kana galii akka godhan akeekkachiifameera.

Barattoonni nagahee kaffaltii isaanii kooppii gara antedefar@gmail.com fi lakbt2013@gmail.com erguu qabu.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

MIIDIYAA @ABDII_SABAA

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
@ABDIISABAA

abdiisabaa.com
abdiisabaa.org

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!

https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb