Get Mystery Box with random crypto!

#ExitExam Qormaanni ba’umsaa yoom kennama? Xalayaa Ministeer | ABDII SABAA ( BARNOOTA )

#ExitExam

Qormaanni ba’umsaa yoom kennama?

Xalayaa Ministeerri Barnootaa dhaabbilee barnoota olaanoof Ebla 9/2016 barreesse keessatti; Qormaanni ba’uumsaa waxabajjii 14 hanga 21/2016tti akka kennamu ibsameera.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

MIIDIYAA @ABDII_SABAA

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
@ABDIISABAA

abdiisabaa.com
abdiisabaa.org

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!

https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb