Get Mystery Box with random crypto!

ABDII SABAA ( BARNOOTA )

የቴሌግራም ቻናል አርማ abdiisabaa — ABDII SABAA ( BARNOOTA ) A
የቴሌግራም ቻናል አርማ abdiisabaa — ABDII SABAA ( BARNOOTA )
የሰርጥ አድራሻ: @abdiisabaa
ምድቦች: ትምህርት
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 59.22K
የሰርጥ መግለጫ

ODEEFFANNOO BARNOOTAA
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
@Abdii_Sabaa
💬NU QUNNAMUUF💬
@AbdiiSabaaDm
🎯MARIIF
@Abdiisabaa

Ratings & Reviews

3.33

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

1

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

1


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 4

2024-03-16 21:00:56
Yuunivarsitii Hawaasaatti sababaa qormaanni hatamuun gosti barnoota tokkoo guutummaatti haqame.

"Barattoota Yuunivarsiitiichaa"

Yuunivarsitii Hawaasaa dhiheenya kana qormaata xumuraa ykn faayinaalii kennaa kan jiru ta'uun isaa beekamaadha.

Ta'us Yuunivarsiticha keessatti qormaanni akka hin beekamneen hatamee barattoonni dursanii qormaata qabatanii daree seenaa jiraachuu maddeen keenya odeeffate.

Qormaanni hatame kun ammoo baay'inaan barattoota dhalataa naannoo sanaa harkatti argame jedha maddeen keenya.

Yuunivarsitiichi tarkaanfii atattamaa akka fudhachuu qabu gamanumaan isin beeksifna.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

MIIDIYAA @ABDII_SABAA

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
@ABDIISABAA

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!

https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
14.1K views18:00
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-03-16 14:54:59
Barattoonni Freshman(barattoonni haaraan bara kanaa) akkasumas barattoonni sagantaa fooyya'iinsaan barnoota keessan xumuruun yeroo gabaabaa booda fiildii keessan filattanu osoo Seemisteera kana irratti fiildii keessan hin filattan wantoota asii gadii sirnaan dubbisaa.

https://abdiisabaa.org/index.php/2024/03/16/filannoo-fiildii/
https://abdiisabaa.org/index.php/2024/03/16/filannoo-fiildii/
14.7K views11:54
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-03-14 23:16:38
#Salale_University

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

MIIDIYAA @ABDII_SABAA

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
@ABDIISABAA

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!

https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
14.3K viewsedited  20:16
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-03-14 19:30:02
#Beeksisa

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

MIIDIYAA @ABDII_SABAA

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
@ABDIISABAA

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!

https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
13.8K viewsedited  16:30
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-03-14 14:35:49
Yuunivarsiitiin Bulee Horaa barattoota Muummee Barnoota garaagaraatiin barsiisaa ture 618 eebbise. Yuunivarsiitichi barattoota digirii jalqabaa fi digirii 2ffaan barsiisaa ture dhiira 514 fi dubara 104 waliigalatti barattoota 618 eebbisiiseera.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

MIIDIYAA @ABDII_SABAA

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
@ABDIISABAA

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!

https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
14.1K viewsedited  11:35
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-03-14 11:44:58
#Wallaga_University

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

MIIDIYAA @ABDII_SABAA

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
@ABDIISABAA

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!

https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
14.0K viewsedited  08:44
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-03-13 13:31:37 #Update

Barattoota Kolleejjii Fayyaa Qormaata Gahuumsa ogummaa fudhattan maraaf!

Muummee Medicine, Nursing, Public Health, Anesthesia, Pharmacy, Medical Laboratory Science, Midwifery, Dental Medicine, Medical Radiology Technology, Environmental Health, Psychiatric Nursing, Pediatric & Child Health Nursing fi Emergency & Critical Care Nursing'tiin barattoonni qormaata bahuumsaa wal ta'iinsa Ministeera Fayyaafi Ministeera Barnootaatiin Gurraandhala 06/2016 isiniif kenname fudhattan martuu, Bitootessa 04/2016 irraa kaasuun karaa marsariitii http://hple.moh.gov.et/hple/candidates/index4 irra seenuun Maqaa keessan guutuufi #Username Ministeera barnootaatiin isiniif kenname galchuun firii qormaata keessanii ilaallachuu dandeessu.

#Hubachiisa

Barattoonni martuu digirii isaanii gahumsa qabaachuuf qormaata bahuumsaa darbuun dirqama waan ta'eef, barattoonni qormaata bahuumsaa darbitan maqaan keessan hoggantoota fayyaa naannoof ergamee waan jiruuf, gara naannoo keessaniitti imaluun waraqaa eyyama hojii ogummaa keessanii fudhachuu dandeessu.

Namoonni gaaffii qabaattan guyyaa firiin qormaataa ifoomee kaasee guyyoota hojii walitti aanan 10 keessatti lakkoofsa bilbilaa 0118275936 irratti bilbiluun ykn karaa regulatory.moh@moh.gov.et irratti maqaa keessan guutuu, Username fi Muummee keessan qofa guutuun iyyata keessan dhiyeeffachuu dandeessu.


SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

MIIDIYAA @ABDII_SABAA

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
@ABDIISABAA

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!

https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
15.8K views10:31
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-03-13 13:31:27
#Update

Barattoota Kolleejjii Fayyaa Qormaata Gahuumsa ogummaa fudhattan maraaf!
14.8K views10:31
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-03-12 12:59:38
Yuunivarsiitiin Bulee Horaa Kamisa Bitootess 05/2016 barattoota damee barnootaa adda addaatiin leenjisaa ture ni eebbisiisaa.

Yuunivarsitichi guyyaa eebbaa sirnaan ibsuu dadhuufi burjaajjii uumeen, maatiin barattootaa guyyaa eebbaa osoo hin ga'in garas imaluun baasii hin barnaachisfne saaxilamuu isaaniis maddeen keenya Yuunivarsiticha irraa nuuf gabaaseera.


SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

MIIDIYAA @ABDII_SABAA

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
@ABDIISABAA

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!

https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
12.8K viewsedited  09:59
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-03-12 11:39:34
Yuunivarsitiin Dambii Dolloo tajaajila baqaqsanii yaaluu mooraa ijaa kenne.

Hospitaalli Inistiitiyuutii Saayinsii Fayyaa Yuunivarsitii Dambii Dolloo walta’iinsa dhaabbata HCP (Himalayan Cataract Project) fi Kilinika Ijaa Makaane Yesuus Naqamtee wajjin ta’uun tajaajila duula baqaqsanii yaaluu moora ijaa bilisaan kenne.

Duula yaala baqaqsanii yaaluu kanarratti namoota dhibee kanaan rakkachaa jiran dhibba afurii ol ta’aniif bilisaan tajaajila kenneera.

Madda:- Yuunivarsitii D/Doolloo

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

MIIDIYAA @ABDII_SABAA

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
@ABDIISABAA

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!

https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
12.7K views08:39
ክፈት / አስተያየት ይስጡ